ةجحلا يذ رشع - islamhouse.com · baay’isuu, hireen akkanaa tun nuuf deebi’uu dhabuu...

2
Galanni kan Rabbii oltayeeti kan nu uumee akka nuti kheyrii adda addaa dalagnuuf waan gaggaarii hunda nuuf kenne, akkasuma na- gayaa fi rahmanni Ergamaa keenya Muhammad irratti haa jiraatu. Ji’oota kabajamoo fi kan Rabbiin filate keessaa baatin hajji tokko. Guyyoota hunda keessaa Caaltun, jaalatamtuun ammo kurnan duraa Zul hijjaati. Sadarkaa guyya kurnan(10) du- raa waan nugarsiisurra Rabbi ak- kana jechuun isiin kakate: ٍ �شرَ عٍ الَ يَ لَ و)1( ِ جرَ الفَ و: تعال ا قا2،1:ة الفجر �شور“Yeroo fajrii (barraaqa) fi galga- lowwan kurnanitti (kakadhe)” jedha. Ibnu kasiir (Rabbiin rahamta isaaf hagoodhuuti) Tafsiira isaa kesatti akki jedhe: “galgalowwan kurnanitti “ jechu- un ‘Guyya kurnan ZulHijaati’ Akkasuma Ibnu Abbaasi fi ibnu Zubeyrifi Mujaahid jedhanitti (Im- aam Bukhaaritu odeesse). اتَ ومُ لْ ع مٍ ام يَ أ اِ فِ اَ مْ وا ا�شُ رُ كْ ذَ يَ و: وقال تعا27:ج اRabbii keessan yaadadhaa guyyaa beekkamtuu keessatti” Ibnu Abbaas akki jedhe ‘ kutaa kurnaanZul Hijjaati .(guyyoolen beekamtuun). Hadiisa Bukhaari fi kan biroolle kesatti , Ergamaan Rabbi (Nagayaa fi Rahamanni isaaniratti haajiraatu ) Akki jedhan: ما":m ل ر�شول ا قال: قاk ن عبا�س وعن ابذه من ه ا فيهن اأحب اإل�شالحعمل ام الأيا من ا؟د ف �شبيل اها اا: و قالو" م الع�شرأيا ا خرج بنف�شهٌ رجل اإد ف �شبيل اها ا و" قال:"رجع من ذلك ب�شيءه فلم ي ومال“Guyyaan dalagaa gaarii itti da- laguun Rabbi biratti irra jaalata- mu hin jiru guyyawaan kanarra’’ (Guyyaawwan kurnan Zul hijjaa) ee- gasi “Yaa Ergamaa Rabbii Jihaadinil- leen moo? “Jedhanii gaafatan , Erga- maan Rabbii “Ee Jihaannillee , Nama karaa Rabbirrati lubbuu isaatiinifi hoorii isaatiin bahee eegaasi huma takkanillee kan deebi’iin yoo taate malee” Ibn hajar akkana jedhe: (wan- ti guyyoolee kanneen sadarkaa addaatin adda baate, isii keessa haadholeen ibaadaa waan wal- itti qabamteefi, sunniinis Salaata, Soomana, Sadaqaa fi Hajjii dha guyyoolee biroo keessa akkatti hin dhufan ). Eega guyyaawwan kuni sadarkaa akkanaa qabaatee isa keessatti maal godhuu qabna?- 1. Salaata: Waqtiin lafa jala Salaata Waajibaatitti daddafuu, am- mas Salaata sunnaa bay’isuu faa, kunniin ammo irra jaalatamtuu da- lagaawwaniiti. 2. Soomana: Sadarkaan soomanni guyyoolen kunneen qa- ban kessaa keessattuu(Zul hijjaa guyyaa 9ffaa) -guyyaa arafaa kan Nabiyyichi soomana irraa gaafata- manii akkana jechuun ibsan: تي قبله يكفر ال�شنة ال اأن اأحت�شب على ا" �شلم رواه م" وال�شنة التي بعده“Dilii bara dabarteetii fi tan bara dhufuu namarraa haquun Rabbirrat- ti herreegadha” Muslimtu gabaase. Guyyolee kurnan soomunis irra jaalatamaa dha jedhan Im- aam Nawawiin. Garuu nama ‘Arafa’ dhaabatuuf (nama hajjii godhuuf) soomun hin jaalatamu. 3. Zikrriiwwan baay’isuu kan akka Tahmiida (Alhamdulillah), Tahliil (Laa’Ilaaha illaLlaah) Takbi- iraa fa’aan. akkasumas haala mija- teen dhiiraf sagalee olkaasun zikrii Rabbii heddummeeysun Jaalatamaa dha. ما" : m ل ر�شول ا قال: قاk وعن ابن عمرعمل اأحب اإليه ال �شبحانه و اأعظم عند اأيام من اوا فيهن منلع�شر؛ فاأكم اأياذه ان من ه فيه رواه اأحمد" والتحميد والتكبيلتهل الHadiisa Abdallah ibn Umarirraa odeeyfame: Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: Guyyummaan Rabbi biratti jabaa fi jaalatamaan hin jiru guyyaa kurnan zul hijjaa kanarra, isii keessa Tahliila(Laailaaha illallah), Takbiiraa (Allahu akbar), Tahmiida (AlhamduLillah) baay’isaa’’ jedhan. Ahmad Odeesse. 4. Hajjii fi Umraa: dalagaaw- wan guyyoottan kanneen keessatti hojjataman keessaayi. Namni guyy- oota kana keesa haala sirraawatin 2 3 4

Upload: others

Post on 22-Jul-2020

5 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: ةجحلا يذ رشع - IslamHouse.com · baay’isuu, hireen akkanaa tun nuuf deebi’uu dhabuu ni malti, nuti adu-nyaa tanarraa du’aan deemuu ykn akki rabbii waan hin beekkamneef

Galanni kan Rabbii oltayeeti kan nu uumee akka nuti kheyrii adda addaa dalagnuuf waan gaggaarii hunda nuuf kenne, akkasuma na-gayaa fi rahmanni Ergamaa keenya Muhammad irratti haa jiraatu.

Ji’oota kabajamoo fi kan Rabbiin filate keessaa baatin hajji tokko. Guyyoota hunda keessaa Caaltun, jaalatamtuun ammo kurnan duraa Zul hijjaati.

Sadarkaa guyya kurnan(10) du-raa waan nugarsiisurra Rabbi ak-kana jechuun isiin kakate:

ژ ع�شر وليال )1( والفجر ژ تعاىل: اهلل قال �شورة الفجر:2،1

“Yeroo fajrii (barraaqa) fi galga-

lowwan kurnanitti (kakadhe)” jedha.

Ibnu kasiir (Rabbiin rahamta isaaf hagoodhuuti) Tafsiira isaa kesatti akki jedhe:

“galgalowwan kurnanitti “ jechu-un ‘Guyya kurnan ZulHijaati’

Akkasuma Ibnu Abbaasi fi ibnu Zubeyrifi Mujaahid jedhanitti (Im-aam Bukhaaritu odeesse).

علومات ژ ام م ف اأي وقال تعاىل: ژويذكروا ا�شم اهللاحلج:27

“ Rabbii keessan yaadadhaa guyyaa beekkamtuu keessatti”

Ibnu Abbaas akki jedhe ‘ kutaa kurnaanZul Hijjaati .(guyyoolen beekamtuun).

Hadiisa Bukhaari fi kan biroolle kesatti , Ergamaan Rabbi (Nagayaa fi Rahamanni isaaniratti haajiraatu ) Akki jedhan:

m:"ما k قال: قال ر�شول اهلل ابن عبا�س وعن من اأيام العمل ال�شالح فيهن اأحب اإىل اهلل من هذه اهلل؟ �شبيل ف اجلهاد وال قالوا: " الع�شر االأيام قال: " وال اجلهاد ف �شبيل اهلل اإال رجل خرج بنف�شه

وماله فلم يرجع من ذلك ب�شيء"

“Guyyaan dalagaa gaarii itti da-laguun Rabbi biratti irra jaalata-mu hin jiru guyyawaan kanarra’’ (Guyyaawwan kurnan Zul hijjaa) ee-gasi “Yaa Ergamaa Rabbii Jihaadinil-leen moo? “Jedhanii gaafatan , Erga-maan Rabbii “Ee Jihaannillee , Nama karaa Rabbirrati lubbuu isaatiinifi hoorii isaatiin bahee eegaasi huma takkanillee kan deebi’iin yoo taate malee”

Ibn hajar akkana jedhe: (wan-

ti guyyoolee kanneen sadarkaa addaatin adda baate, isii keessa haadholeen ibaadaa waan wal-itti qabamteefi, sunniinis Salaata, Soomana, Sadaqaa fi Hajjii dha guyyoolee biroo keessa akkatti hin dhufan ).

Eega guyyaawwan kuni sadarkaa akkanaa qabaatee isa keessatti

maal godhuu qabna?-

1. Salaata: Waqtiin lafa jala Salaata Waajibaatitti daddafuu, am-mas Salaata sunnaa bay’isuu faa, kunniin ammo irra jaalatamtuu da-lagaawwaniiti.

2. Soomana: Sadarkaan soomanni guyyoolen kunneen qa-

ban kessaa keessattuu(Zul hijjaa guyyaa 9ffaa) -guyyaa arafaa kan Nabiyyichi soomana irraa gaafata-manii akkana jechuun ibsan:

قبله التي ال�شنة يكفر اأن اهلل على اأحت�شب "وال�شنة التي بعده " رواه م�شلم

“Dilii bara dabarteetii fi tan bara dhufuu namarraa haquun Rabbirrat-ti herreegadha” Muslimtu gabaase.

Guyyolee kurnan soomunis irra jaalatamaa dha jedhan Im-aam Nawawiin. Garuu nama ‘Arafa’ dhaabatuuf (nama hajjii godhuuf) soomun hin jaalatamu.

3. Zikrriiwwan baay’isuu kan akka Tahmiida (Alhamdulillah), Tahliil (Laa’Ilaaha illaLlaah) Takbi-iraa fa’aan. akkasumas haala mija-teen dhiiraf sagalee olkaasun zikrii Rabbii heddummeeysun Jaalatamaa dha.

"ما : m ر�شول اهلل قال قال: k ابن عمر وعن من اأيام اأعظم عند اهلل �شبحانه وال اأحب اإليه العمل من فيهن فاأكرثوا الع�شر؛ االأيام هذه من فيهن

التهليل والتكبري والتحميد " رواه اأحمدHadiisa Abdallah ibn Umarirraa

odeeyfame: Ergamaan Rabbii (S.A.W)akkana jedhan: Guyyummaan Rabbi biratti jabaa fi jaalatamaan hin jiru guyyaa kurnan zul hijjaa kanarra, isii keessa Tahliila(Laailaaha illallah), Takbiiraa (Allahu akbar), Tahmiida (AlhamduLillah) baay’isaa’’ jedhan. Ahmad Odeesse.

4. Hajjii fi Umraa: dalagaaw-wan guyyoottan kanneen keessatti hojjataman keessaayi. Namni guyy-oota kana keesa haala sirraawatin

2 3 4

Page 2: ةجحلا يذ رشع - IslamHouse.com · baay’isuu, hireen akkanaa tun nuuf deebi’uu dhabuu ni malti, nuti adu-nyaa tanarraa du’aan deemuu ykn akki rabbii waan hin beekkamneef

باللغة اإلثيوبية ) أورومو (

7مليارات نسمة هم سكان العالم اليوم (هل كنت سببا في إسالم أحدهم؟)

موقع المكتب

علىخرائط Google

الراجحي م��ص��رف ل��دى ال��ع��ام الحساب SA 21 8000 0251 6080 1007 5881

الراجحي م��ص��رف ل��دى ال��وق��ف ح��س��اب SA13 8000 0251 6080 1017 7778

ال���ح���س���اب ال���ع���ام ل����دى ب��ن��ك ال��ب��ادSA13 1500 0999 1142 5508 0005

ال���ح���س���اب ال���ع���ام ل����دى ب��ن��ك س��ام��ب��اSA98 4000 0000 0099 0724 3310

www.theda3wa.com

Ibaadaa Hajjii raawwate gumaata guddaa Ergamaan haala armaan ga-diitin ibsan keessa oola:

m اهلل ر�شول �شمعت قال: ،h هريرة اأبي عن يقول:"احلج املربور لي�س له جزاء اإال اجلنة"متفق عليه.

Hadiisa Bukhari fi Muslim kees-satti Abuu hureeyran (Rabbi irraa haa jaalatu) akkana jedheera: Erga-maan (S.A.W) akkana jedhan: (Hajjiin Qulqulluun Rabbi qeebale mindaan isaa Jannata malee hin jiru).

Akkaataa Takbiiraa ittiin jedhan:

اأ ( اهلل اأكرب. اهلل اأكرب. اهلل اأكرب كبريا.ب ( اهلل اأكرب. اهلل اأكرب. ال اإله اإال اهلل. واهلل اأكرب.

اهلل اأكرب وهلل احلمد.جـ ( اهلل اأكرب. اهلل اأكرب. اهلل اأكرب. ال اإله اإال اهلل.

واهلل اأكرب. اهلل اأكرب. اهلل اأكرب وهلل احلمدi. Allaahu Akbar. Allaahu Akbar.

Allaahu Akbar.

ii. Allaahu Akbar. Allaahu Akbar. Laailaaha illallaah. Wallaahu Akbar. Allaahu Akbar.Walillaahil hamd.

iii. Allaahu Akbar. Allaahu Akbar. Allaahu Akbar. Laailaaha illallaah.

Wallaahu Akbar. Allaahu Akbar. Al-laahu Akbar. Walillahil hamd.

5. Udhiyyaa; Dalagaawwan guyyoota kana keessa jaalataman keessaa Udhiyyaa ykn qalma qaluun rabbitti kalaayu dha.

Udhihaan irra jabeeffamaa sunnaa Ergamaan (S.A.W)jabeessan-irraayi.

Rabbi wanti udhiyaa tanarraa fedhu sodaa (taqwaa) isaaf qabnu.

Yeroon itti qalamu erga Iida salaatanii jalqabee hanga guyyaan 3ffaa aduun dhiyuuti.

Gaala, horii ganfaa akkasuma Hoola fi Re’ee (kormas taye dhaltuu)udhiyyaaf ni qalaman.

Addas nama tokkoon qaluun akkuma jiru nama torbaan tayuun Gaala, Sa’a ykn qotiyyoo waliin qalu-unis numa taya.

Namni tokko ofirraa qalus namoota biroo kan jiran taye kan du’aniif niyyatee irraa qaluu ni dan-daya. Akkasuma waan qalerraa warra

5

عشر ذي الحجة

Sadarkaa Guyyaa kurnaan (10) Duraa Zul Hijjaa

ترجمة : الداعية / عبد المنان منزاراجع الترجمة الداعية / عبد الجليل شيخ علي العروسي

kan hiike: Daa’iyaa/ Abdulmenan MenzaGulaalan: Daa’iyaa Abduljaliil Sheikh Ali Al Arusi

ollaati fi kan birootif akka kennaa fi sadaqaatitti qoodunis barbaachisaa dha.

Kanaafuu, Guyyoolen kunneen Sadarkaa guddaa waan qabaniif Tawbaa Qulqulluu godhanii, Dilii ir-raa buqqa’uun haala gaarin simatuu barbaachisa. Akkasumas, isii kees-sa dalagaa gaggaarii rabbi jaalatu baay’isuu, hireen akkanaa tun nuuf deebi’uu dhabuu ni malti, nuti adu-nyaa tanarraa du’aan deemuu ykn akki rabbii waan hin beekkamneef saamatuu barbaachisa, osoo nadaay-

amayuun hin dhufne carraaqatuu, tattaafachuu barbaachisa.

Rabbiin ibaadaa isaatirratti akka nu gargaaru fi nu jajjabeessu kad-hanna! Warra waan bareedaa dala-gee Rabbi biraa mindaa gaarii argatu nu haa taasisu!