2017 gara magaalaa kolumbyaa dhufa jijjiiramni dhaaba

2
Jijjiiramni dhaaba konkolaata Birraa 2017 gara magaalaa Kolumbyaa dhufa PO Box 34996 Seattle, WA 98124-4996 Waggoota lamaan darban, kutaan geejjibaa Siyatil (Sattle Department of Transportation – SDOT) dhaaba konkolaataa magaalaa Kolumbiyaa qorate ture. Deebi keessanitti fayyadamneet ganda karoora dhaaba konkolaataa gandaa hojjanne. Jalqaba birraa 2017 SDOTn iddoo dhaaba konkolaata baay’isuu fi jiraattota, maamiltoota, daaw’attoota fi hojjattotaf mijeessuuf jijjiirama dambii naanoo dhaaba konkolaataa jijjiira. Jijjiirama akekkame bal’inaantiif keessa ilaalaa. Beeksisa dhagaha ummataa: SDOTn dhagaha ummataa ibsa RPZ 29 irratti guyyaa Adoolessa 10 galgala keessaa sa’aa 6:00 tti Rainier Arts tti godha. RPZ irratti yeroo dhagahamaatti ykn [email protected] hanga Adoolessa 21 yaada kennuun ni danda’ama. OROMO

Upload: others

Post on 10-Dec-2021

2 views

Category:

Documents

0 download

TRANSCRIPT

Page 1: 2017 gara magaalaa Kolumbyaa dhufa Jijjiiramni dhaaba

Jijjiiramni dhaaba konkolaata Birraa

2017 gara magaalaa Kolum

byaa dhufa

PO Box 34996Seattle, WA 98124-4996

Waggoota lam

aan darban, kutaan geejjibaa Siyatil (Sattle Departm

ent of Transportation – SDOT) dhaaba konkolaataa m

agaalaa Kolumbiyaa qorate ture. Deebi keessanitti

fayyadamneet ganda karoora dhaaba konkolaataa gandaa

hojjanne.

Jalqaba birraa 2017 SDOTn iddoo dhaaba konkolaata baay’isuu fi jiraattota, m

aamiltoota, daaw

’attoota fi hojjattotaf m

ijeessuuf jijjiirama dam

bii naanoo dhaaba konkolaataa jijjiira. Jijjiiram

a akekkame bal’inaantiif keessa ilaalaa.

Beeksisa dhagaha umm

ataa: SDOTn dhagaha um

mataa ibsa RPZ 29 irratti guyyaa

Adoolessa 10 galgala keessaa sa’aa 6:00 tti Rainier Arts tti godha. RPZ irratti yeroo dhagaham

aatti ykn Colum

[email protected] hanga Adoolessa 21

yaada kennuun ni danda’ama.

OROMO

Kaayyoon maali? Dhaabbii kaffaltii daangaa kaffaltii malee amma jiru bakka bu’a. Dhaabbiin kaffaltii makaa daangaa sa’aa 2 fi 4, iddoo dhaabbi sa’aa 2 kan sa’aa 3 dhaabuuf eyyamu sa’aa 5 booda bitama.

Daangaa dhaaba kaffaltii malee karaawwan amma daangaa yeroo hinqabni kan naannoo daldalaa biraa irratti dabalama.

Naannoo Dhaaba Murta’aa (RPZ) 29 gara bahaatti baball’achuuf karoorfame. Jiraattonni fi hojjattoonni hundinuu RPZ babal’ate irratti eyyamaaf filatamoodha. Babal’ina RPZtiif dhagahamni ummataa guyyaa Adoolessa 10, 2017 galgala sa’aa 6:00 hanga 7:30 Galma Rainier Arts 3515 S Alaska Street tti godhama. Babal’ina RPZ ilaalchisee oduu dabalataatiif maaloo weebsaayitii pirojektii ykn nu qunnmaa. Iddoolee RPZ 29 haaraan Karaa S Ferdinad irratti ni dabalamu Iddoon dhaabaa murtaa’e adeemsa konkolaataa fooyyessuf baha 39th Ave S irratti dhaabbata. Iddoon qaama-dhabeessaf mallataa’an karra S Edmunds St fi S Hundson St tti dabalamu.

Naannoo yaabbi imaltootaa galgalaa Rainier Ave S gara lachiinuu ni dabalamu. Gara dhihaatti iddoon yaabbi amma ni jira.

Jijjiiramni kun maaliif godhameQorannaa fi qunnamtii waggaa tokkoo ol iddoo dhaaba konkolaataa irratti godhameen, iddoon dhaaba konkolaataa magaalaa Kolumbiyaatti rakkisaa akka ta’e fi karaawwan tokko tokko irra oofuun rakkisaa ta’uu dhageenye argineerra.Karoorri kun iddoo dhaaba konkolaata baay’isuu fi jiraattota, maamiltoota, daaw’attoota fi hojjattotaf mijeessuuf jijjiirama dambii naanoo dhaaba konkolaataa jijjiira. Jijjiirama dhaaba kaffaltii fi yeroon daangeffame godhuun gandoota dhiphatan irratti adeemsa konkolaataa foyyessa. Babal’inni RPZ dhaabbi yeroo dheeraaf warri naanichatti hin jiraanne karaawwan naanno jireenyaa irratti godhamu ni hir’isa. Murt’aainsi dhaaba konkolaataa baha Rainier tti bilookii dheeraa ta’an irratti adeemsa konkolaataa fooyyessa. Iddoon yaabbi galgalaa fi mallattoon qaama-dhabeeyyii argama gandaa fooyyessa.

Jijjirramni kun yoom godhama?Hojiirra oolchuun birraa 2017f karoorame. Jijjiiramni karooraa weebsayitii pirojektii irratti maxxanfama

Odeeffannoo Pirojektii, Gaafilee Baay’inaan Gaafataman (FAQ), & Qunnamtii www.seattle.gov/transportation/parking/cp_ColumbiaCity.htm

Email: [email protected] ykn Bilbila (206) 733-9026

For translated versions, please see project website or call (206) 733-9026.

Para obtener versiones traducidas, consulte la página web del proyecto o llame al (206) 733-9026.

Để đọc các bản dịch, vui lòng xem trang web của dự án hoặc gọi số (206) 733-9026.

如需翻译的版本,请参看项目网站或拨打(206) 733-9026。

Para sa mga bersyon na nasalin-wika, mangyari lang magpunta sa website ng proyekto o tumawag sa (206) 733-9026

ለተተረጎሙ ሕትመቶች፣ እባክዎ የፕሮጄክት የድር ጣቢያን ይመልከቱ ወይም በስልክ ቁጥር (206) 733-9026 ይደውሉ።

Haddii aad u baahantahay nuqulo turjuman, fadlan gal bogga internetka mashruuca ama wac (206) 733-9026.

Gosawwan kiikaatiif, maaloo marsariitii projektichaa ilaalaa ykn (206) 733-9026 irratti bilbilaa.

ንዝተተርጐሙ ሕትመት፥ ብኽብረትካ ንመርበብ ሓበሬታ ረአ ወይ ድማ ብተሌፎን ቊጽሪ (206) 733-9026 ደውለልና።

Marii babal’ina RPZ: Wiixata Adoolessa 10, 2017 sa’aa 6 hanga 7:30 Galma Rainier Arts 3515 S Alaska St. Marii kana irratti yoo hiika afaanii barbaaddan maaloo duursaa nu beeksisaa.

Page 2: 2017 gara magaalaa Kolumbyaa dhufa Jijjiiramni dhaaba

S AMERICUS ST

S ANGELINE ST

RAINIER AVE S

ML KIN

G JR WAY S

S ALASKA ST

S DAWSON ST

S BENNETT ST

RENTON

AVE S

S DAWSON ST

S PEARL ST

S FARRAR ST

32N

D AV

E S

33RD

AVE

S

35TH

AVE

S

32N

D AV

E S

37TH

AVE

S

39TH

AVE

S

42N

D AV

E S

S FERDINAND ST

S EDMUNDS ST

PCC

RainierArts Center

CCBakery

Ark LodgeCinemas

Lottie’s Lounge

Royal Room

S HUDSON ST

39TH

AVE

S

JIJJIIRAMOOTA KAROORAMAN Kaffaltiidhaan, sa’aa tokkotti $1, ganama sa’aa 8 -galgala sa’aa 8 Wix-Sanb, Daangaa sa’aa 2, Sa’aa 5 booda saa 3iif (Iddoon 60) Kaffaltiidhan, sa’aa tokkotti $1, ganama sa’aa 8 – galgala s’aa 8 Wiix-Sanb, daangaa sa’aa 4 (iddoo 20) RPZ, ganama s’aa 7- galgala sa’aa 6 Wiix-Jim, yoo eeyyamame malee sa’aa 2 (iddoo 390) Dangaa yeroo kaffaltii malee,ganama s’aa 7- galgala s’aa 6, Wiix -Sanb, Daangaa s’aa 2 (iddoo 40) Mallatto Dhaabuun Dhoorkame Naannoo Konkolaataa Dabarsuu Hundeessuu Naannoo fe’aa amma jiran iddo jijjiiruu fi iddoo yaabbi qofaa galgala sa’aa 6 – halkaan sa’aa 2 dabala Iddoo RPZ 29 haaraa dabala Iddoon qaama-dhabeessaf mallataa’an, daangaa sa’aa 4