bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

Post on 07-Apr-2017

61 Views

Category:

Education

5 Downloads

Preview:

Click to see full reader

TRANSCRIPT

Yuunivarsiitii Haramaayaa

Barumsa: Bu’uraalee Ogumaa

(Fundamentals of Literature)Muhaammad Abdoo

Kolleejjii Saayinsiiwwan Hawaasaa fi Namummaa

05/02/23

Muummee Afaan Oromoo, Ogumaa fi Qunnamtiitti

Seensa1

Yaadrimeewwanii fi Madda Ogumaa2

Gosoota Ogumaa3

Miseensota Ogumaa4

Oguma Xiinxaluu5

1. Seensa; Ogumaa fi Birkiilee Ogumaa1.1. Maalummaa Ogumaa

Ogumaan:Daawwitee sabni tokko jechootatti fayyadamuun; Aadaa Amantaa Haala diinagdee fi Siyaasa isaa ittiin calaqqisiisatu

Hojii kalaqa sammuuti + Dhugaa hawaasa keessa jiru = Daawwitee hawaasni ittiin/keessatti of ilaalu.

Daandii muuxannoon ilma namaa ittiin beekkamuDurii –ammaatti tureGara fuulduraattis jiraatu Dabarsa Aadaa Ummataati

3

1.1. Maalummaa… (itti fufa)Walumaagalatti, Ogumaaf hiikaawwan adda

addaattu kennamaaf.

Kunis, sababoota garagaraatiin:

Jijjiiramuu sadarkaa jireenya sabichaa ???

Umrii dheeraa qabaachuusaaHiika namootni karaa garagaraatiin

kennaniinKaayyoo bal’aa qabaachuusaatiinQo’attoonni afaanii karaa isaanii mijaahuun

waan hiika itti kennanii fi k.k.f irraa ka’uun4

1.2 Gosoota Ogumaa Maaliif hirra?Yeroo hirru immoo maal irratti hundoofnee hirra? Oguma dameeletti yeroo hirru qabxiileen ilaallamuu

qaban:

AfaanKunis afaan hojiileen ogumaa sunneen dura

barreeffamaniin. Fkn: French , British, AmericanDrama

Yeroo (Period)Yeroo hojiileen ogumaa itti dalagame irratti

hundaa’uunFkn’f:Barreessitoota j. 19ffaa ykn 18ffaa

Hojiilee ogumaa j. 19ffaa ykn 18ffaa fi k.kf jechuun5

1.2. Gosoota Ogu… (itti fufa)Uunkaa

Oguma Uunkaan dameeleetti yoo hirru kanneen ijoodha jedhaman, Hololoo fi Ogwalaloodha

6

05/02/23 Muhaammad A.

top related