dhukkuboota daddarbaaniifi akkamitti dhiibbaa saalaa
Post on 16-Oct-2021
6 Views
Preview:
TRANSCRIPT
Dhukkuboota daddarbaaniifi
akkamitti dhiibbaa saalaa,
hubaatii fi miidhaa quunnamtii
saalaa irraan qaqqabu
danda'an
Barruu salphatti dubbifamu
kan ragaa calalamaa
Maxxansa 1ffaa
Maaltu gabaasa kana keessa jira?
1. Eenyu nuti?
2. Eegumsi maali?
3. Dhukkuboota daddarboo fi of
eeggannoo
4. Akkammitti of eegannoo goona
yeroo COVID-19 itti
Maaltu gabaasa kana keessa jira?
Nuti waajjira qabeenya
odeeffannoo(madda) fi
deggarsaati.
Nuti sektara gargaarsaatiif
gargaarsa kennina, Caalmaatti
ummatni akka Eeggamuuf
Sektarri gargaarsaa kun ummata
naannawaa idil-adunyaa maratti
hojjattu kan hawaasa harka
qalleeyyii ykn hiyyeessa
gargaaranidha.
Dhaabbatni maddaa fi
gargaarsaa karaa neetwoorkitiiin
(Intarneetiitiin) odeeffannoo
kafaltii malee kenna.
Waajiraalee biyyoota
Awurooppaa fi Afrikaa keessatti
qabna.
Eegumsa
sektara
gargaarsaatiif
i
Barruun kun damee
1ffaaRagaa calalamaa handhuura
maddaa fi deeggarsaati, Maaloo
gabaasa guutuu ilaalaa, kan
galmeewwan qabsiiftuu ykn
odeeffannoo dabalataatiif.
Eegumsi maali?
Eegumsa jechuun akka namni dhiibbaa
qunamtii saalaa, hubaatii fi
miidhaan saalaa isaan hin
qaqqabne ykn hin mudanne
eegumsa karaa irra caalaan
hamma danda'ametti godhuufi
jechuudha.
Yeroo tokko tokko namoonni
qunnamtii saalaatiif namoota
birootti fayyadamuu danda'u. Kun
Kan ta'uu danda'u:
• Humna aangoo fayyadamuun
qunnamtii dhiibbaa saalaa
namoota waliin gochuu,
fakkeenyaaf maallaqa kennuu
ykn gumaata deebisuuf- Kuni
Miidhaa saalaati.
• Dirqamaan qunnamttii saalaa
gochuu- kunis Hubaatii saalaa
irraan gahuudha
• Tuttuqqaa ykn yaadawwan
qunnamtii saalaarratti yeroo
barbaachisaa hin ta'initti
kennuu- kun dhiibbaa saalaati
Dhukkuboota daddarboo fi of
eeggannoo Yeroo dhukkubni namoota
heddutti daddarbuu eegalu
Eegumsi akka hin godhamne ni
danqa.
Qajeelfamaa fi ergaawwan
hanga tokko fakenyaaf "mana
keessa turuu " dhaamsa jedhu
namootatti himuun haalota
badaa (rakkisaa) tahe uumuu ni
danda'a.
Ragaan hedduun hin jiru, hangam
dhukkuboonni gurguddaan, akka
dhiibbaa saalaa, hubaatii fi
miidhaa saalaa fiduu danda'an.
Garuu ragaan tokko tokko akka
mullisutti yeroo dhukkubni
daddarboon jiran, kanneen
Ragaalee
kanaa gadiitti nu geessuu
danda'a: -
• Gareewwanii fi neetworkiiwwan
ummata gargaaran haala
laafaa taheen hojjetu
• Qabeenya xinnootu jiraata,
fakenyaaf Maallaqa, Nyaata fi
bishaan nannootti argaman
• Tajaajila fayyaa, barnootaa,
hojii, suuqii argachuun
namootatti ni jabaata
• Namoonni maallaqa xinnoo
qabaatu yoo hojii idilee isaanii
hojjechuu baatan
• Namonni lubbuun jiraachuuf
gargaarsa dabalataa
barbaadu
Kanneen hundi namootni akka
caalaatti dhiibbaa saalaa,
hubaatii fi miidhaa saalaatiif
saaxilama godhu.
Kana dura yeroo weerarri
dhukkubaa tamsa'eetti, namoonni
garii tajaajila fayyatiifi nyaata
kennuuf quunnamtii saalaa akka
gaafatan, ragaan ni jira
Iddoo tokko tokkotti poolisiin fi
raayyaan ittisa biyyaa dhiibbaa
qunnamtii saalaa geessisaniiru,
yeroo namoonni mana keessa
akka turan dirqamni itti
kennametti..
Shamarran kanneen mana
barnoota akkuma baratameetti
deeman irra hubaatiin quunnamtii
saalaa isaan qaqqaba;
akkasumas ulfa baayyeetu
shamaran xixinnoo iirratti uumama
(jiraata).
Yeroo ammaa vaayrasiin COVID-
19 jedhamuutu daddarbaa jira.
Barumsa dhukkuboota
daddarbaa yeroo dabran irraa
fudhachuun barbaachisaadha
COVID-19 irratti caalaatti
hojjechuuf.
Maaloo ragaa guutuu ilaalaa,
ragalee tokko tokko bal'inaan
argachuuf.
Akkamitti COVID-19 irraa of
eegannoo goona
Kanaan dura Dhukkuboota
hamaa hatattamaan namootatti
faffaca'an irraa waan baay'ee
baranneerra.
Namoonni seektara gargaarsaa
keessa dalagan wantoonni isaan
gochuu qaban ni jiru.
Gareen Idil-adunyaa kan (Inter-
Agency Standing Committee) Intar
ejensii staanding koomiteen
yaamaman qajeelfamawwan
hordofaman qabu ni qaban:_
• Yoo namoonni gochaawwan
dogoggoraa godhan, akka
dogoggora isaanii wajjin
deeman hin godhin
• Namootni gochoota
dogoggoraa eessaafi akkamitti
akka gabaasan beekumsa
qabaachuusaanii bari
• Namootni dhiibbaan
quunnamtii saalaa, hubaatii fi
miidhaan saalaa irra qaqqabe
namoota eegumsa isaaniif
kennaniif dubachuu akka
danda'an bari
• Hojjottoota hundaaf, akkamitti
namoonni aangoo isaanii haala
hin taaneen fayyadaman leenjii
kennuun hubachiisi
• Hubachiisa kana akka
Dubartoonni keessa jiran
qulqulleeffadhu, gareewwan
gargaarsa itti gaafatamaa
duraa (deebi kennaa) keessaa
jechuudha
• Karaawwan oonlaayinidhaan
(Intarneetiin) balaa tasaatiif
deebii kennan yoo jiraatan ilaali
• Yeroo balaan tasaa kan akka weerara
dhukkubaa mudatu, Shamarran fi
dubartoonni hojii deebii kennu keesaatti akka
hirmaataa jiran qulqulleeffadhu.
Nu quunnamaa
Yoo nutti dubbachuu feete
imeela kanatti nuu ergi
info@safeguardingsupporthub.org
ykn Lakkoofsa kanaan nuu bilbili
+44(0)1355843747
Surraawwan/qabeenyi
odeeffannoo mirgi kooppii fi
maxansuu © LYPFT
Surraawwan galmee kanaaf itti
fayyadamne kan fudhatame
Baankii Suuraa kan Dursi Ummata
(Self Advocacy) irraahi
Barreeffamni guutuun galmee
kanaa
Ragaa calalamaa jedhamee
waamama
Maxxansa 1, Caamsaa (May)
2020, RSH
As jira
Evidence Digest
safeguardingsupporthub.org | Evidence Digest | May 2020 1
The impact of epidemics on sexual exploitation, abuse and harassment This evidence digest draws on evidence from
past infectious disease epidemics to explore
how the risks of sexual exploitation, abuse and
sexual harassment (SEAH) increase during
these outbreaks, and some good practice
examples of how the aid sector has addressed
these issues. The digest is arranged in two
sections - the first section reviews selected
evidence on the increased risks of SEAH,
whilst the second section highlights guidance
and resources on preventing and responding
to SEAH during COVID-19.
A large number of the reports reviewed relate
to Ebola Virus Disease (EVD) outbreaks,
particularly in West Africa. Very little evidence
was found relating to other infectious disease
outbreaks, namely Severe Acute Respiratory
Syndrome (SARS) or Middle East Respiratory
Syndrome (MERS). Whilst much of the material
reviewed discusses broader issues of child
protection and gender-based violence (GBV),
in particular domestic and intimate partner
violence, this digest seeks to draw out the
specific findings that relate directly to SEAH
(see Summary box opposite).
Summary
Epidemics may increase the risks of SEAH
as a result of measures designed to prevent
their spread such as quarantine, curfews,
school closures, and increased hygiene
practices. Addition factors such as
widespread unemployment and escalating
poverty levels also exacerbate risks of SEAH,
especially against women and girls. Several
reports featured below highlight the sexual
abuse and exploitation of girls by response
workers during the disease outbreaks. Many
of these risk factors will play out in relation to
SEAH within the COVID-19 pandemic, and it
is valuable to ensure lessons learnt during
previous infectious disease epidemics will
inform the global response.
A number of recommendations for the aid
sector emerge from the guidance including:
• ensuring organisations adhere to the
Inter Agency Standing Committee (IASC)
global guidelines;
• adopting a zero-tolerance approach
to perpetrators;
• providing training and values clarification
work for all responders to ensure they
understand issues of power and
exploitation;
• increasing the number of female first
responders;
• considering options for online or virtual
reporting and response services ; and
• ensuring the meaningful engagement
of women and girls throughout any
response planning, implementation,
monitoring and evaluation.
Issue 1 | May 2020

top related