barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. ji’oota 1,2,3…jechuun...

10
1 Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate jijjirama itti fufaadhaf Gender and Youth Empowerment in horticulture Markets - GYEM 2016-2019 Implemented by SNV Ethiopia Kitaaba barnootaa-2 faa

Upload: others

Post on 17-Nov-2020

80 views

Category:

Documents


1 download

TRANSCRIPT

Page 1: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

1

Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha

irratti xiyyeeffate jijjirama itti fufaadhaf

Gender and Youth Empowerment in horticulture Markets -

GYEM 2016-2019

Implemented by SNV Ethiopia

Kitaaba barnootaa-2faa

Page 2: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

2

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

Barnoota koorniyaa hirmaachisaa fi gocha irratti xiyyeeffatee jijjiirama ittifufinsa qabuuf jechuun, hawwaasaan kan hooganamu ta’ee karoora dhuunfaa ykn kan waliinii kan ittiin baaftan dha. Kaayyoon isaas dubartoota fi dhiirota, haadha manaa fi abbaa manaa, dargaggota fi dubara akkasumas qaama hawwaasaa kan ta’an kan biroonis jireenga isaanii sirriitti akka gageefatanii fi akka to’atan dandeessisuu dha. Sirni Kun hawaasni geeddaramee jirreenga gaari akka jirraatu ni taasisa, haluma kanaan abbaan manaa, haati manaa fi hijoolleen jireenga gaarii akka jirraatan isaan gargaara.

Barnoota koorniyaa hirmaachisaa fi gocha irrati xiyyeeffate jijjiirama

ittifufinsa qabuuf jechuun maaljechuudhaa?

I. Suura Muka (boca) rakkina gochaan ittiin hiikannu

Muka (boca) rakkina gochaan ittiin hiikannu jechuun maal jechuu dhaa?

Muka (boca) rakkina gochaan ittiin hiikannu, rakinoota sadarkaa maatii keenyaa akkasumas hawwaasa keenyatti nuquunnaman fkarraa ittiin hiikkannu dha. Faayidaa issaas፡

Sababa omishni qonnaan bulaa itti xqaachu danda’u adda baasanii beekuuf ni gargaara

Baasiiwan bittaa xiqaachuu gallii mattiif sababa ta’an adda baasanii beekuuf ni gargaara

Walitti dhufeenga koorniyaa fi calloomina(bu’a qabeessummaa) adda baasanii hubachuuf ni gar-gaara.

Rakkoo offi keengaanii ykn namoota biraa wliin hiikkachuu qabnu adda baafnee beekuuf nufay-yada.

Yaada furmaata ta’uu danda’u burqisiisuun namoota kaan waliin marii

Irrati hirmaannee beekumsa waljijjiiruuf ni fayyada.

Dhuunffaa keengaan hiikkachuu kan hin dandeenge karroora raawwii qabxii 10 qabu baasuun yaroo raawwii hojii keessa galchinee akka kaawwanu nu fayyada.

Suura muka gochaa irratti xiyyeefannee rakkoo hiiknu attamittiin kaafnaa?

1ffaa Jirma (dhimma kan bakka bu’u)

1. Akkuma bukkeetti agartan kana walakkaa barul-lee keenyaa irratti sarara lama (suura) akka jirmaatti sarauu dha. itti aansuun mallatoolee (geengoo) jirma sana lamaan jidduutti argaman barreessuu.

2. mul’anni galii(hojii)keenyaa jirmicha mataa isaa irrati suura kaafama፡ fakkeengaaf gatii ittiin kuduraa kiiloodhan gurguruu barbaannu, qululqul-ina ittiin oomishuu barbaannu fi kkf kun akka mul’ataatti kan kaawaachuu dandeenyu dha.

3. Sararoota mulata gaditti mul’ata keenyaan kan ibsine sadarkaa amma irra jiru ni ibsama.

4. Mul’aticha galmaan ga’uuf hojicha eenyutu hojjetaa?

Boca Mukaa akkaataa itti gallii keenya gudifannuu fi rakina keenga gochaan hikkanu Kan agarsiisu

Mul’ata

Dhimmi Mulatan taa’e yarroo ammaa

sadarkkaaissaa suuraan

1ffaa፡ Dhimma furmaata argachuu

qabu

Page 3: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

3

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

2ffaa፡ Hundee/Hidda (rakkoolee dhima ibsame sana quunnaman)

Muka (boca) rakkina gochaan ittiin hiikannu kan itti fufe

Suuraan muka rakkoolee kallattii adda ad-

daan nuquunnaman hiikkachuuf nugargaara.

Baayinni hundee mukichaas akkuma dhimma

ykn rakkoo nuti qabnuu garaagara. Fkf

Mukicha suura kan kaafnu gallii kennya

guddsuuf yoo ta’e, hundeen mukichaa

akkuma suura kana irratti mul’atu bakka

sadiitti qoodamee bocama.

1. Hundee/hidda karaa bitaa፡ rakkoolee

oomisha fi oomishuu faana walqabatan

irratti xiyyeeffata

2. Hundee/hidda karaa mirgaa፡ rakkolee

gaabaa/ sirna bittaa waliin walqabatan

irratti xiyyeefata(Fkf maamilootaa keenya

nurraa bitan)

3. Hundee isa jidduu፡ dhimoota maatii (abbaa

manaafi haadha manaa akkasumas walitti

dhufeeyna maatiin qabu, walgargarsa hojii

irrati jiru, to’annaa galli irratti godhamu,

haala murtee murteesuu fi kkf

Dhimmoonni baayyee murteessaa ta’an gara jirma mukichaatti siqanii taa’uu qabu.

Boca Mukaa akkaataa itti gallii keenya gudifan-nuu fi rakina keenga gochaan hikkanu Kan agarsiisu

Mul’ata

Hojii

Dhimmi Mul’ataan taa’e yarroo

ammaa sadarkkaa issaa suuraan

1ffaa፡dhimma furmaata barbaadu

1.Rakkoolee oomisha waliin walqabatan

2. Rak-koolee

koorniyaa fi qoodinsa

hojii

3. rakkoole gabaa waliin walqabatan

3ffaa፡ Damee (furmaata)

Galii gudisuuf suuraan dame muka

gocha irratti xiyyeffannee rakkoo

keenya ittiin hiikkannu akkuma isa

hunddee/hiddaa bakka sadiitti

qoodamee ni kaafama.

Isaanis,dhimmoota oomisha waliin

walqabatu, koorniyaa fi dhimmoota

mana keessaa faana walqabatan,

akkasumas dhimma gabaa faana

walqabatanidha. Rakkoodha jennee

kan suura kaafne tokko tokkoo

isaatiif furmaannis kaa’amuu

kaafamuu/taa’uu qaba.

Dameen tokko tokkoon isaas kallattii hundee mukichaatiin akkuma bukkeetti illaalletti suura ka’uu.

Mul’ata

Furmata rak-koolee oomisha faana walqab-

taniif

Furmaata rak-koolee koorni-

yaa fi i qoodinsa hojii faana

walqabataniif

Furmaata rakkoolee galteewan qonnaa faana

walqabataniif.

3ffaa፡ Damee

furmaata gochaan.

1ffaa፡ Dhimma furmaata barbaadu.

2ffaa፡ Bu’uura

rakkoolee.

Mul’anni nuti keewwanne amma sadarkaa irra jiru

Rakkoowwan oomisha faana

waqabatan.

Rakkooleh aala Koorniyaa fi

qoodinsa hojii

Rakkoolee gabbaa faana walqabatan.

2ffaa፡ Bu’uura

rakkoolee.

Page 4: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

4

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

4ffaa፡ Humnoota mukicha dhiiban

Rakkooleh aala Koorniyaa fi qoodinsa hojii

MUL’ATA

Mul’atni keen-ya amma sa-darkaa irra

jiru.

Rakkoo oomisha faana walqabatuu fi furmaata isaanii

Rakkoo dhimma koooorniyaa faana

walqabatuu fi furmaata isaa

Rakkoo gabaa faana walqabatu

1ffaa፡ Dhimma furmaata bar-

baadu.

2ffaa፡ Bu’uura

rakkoolee.

3ffaa፡ Damee furmaa-

ta

4ffaa፡ Hum-noota

mukicha

Hojii

Rakkoowwan oomisha

faana waqa-batan.

Rakkoolee gabbaa faana

walqabatan.

Suurri hunde/hiddaa fi damee irratti kaafnu hundi isaa waantota to'annaa Keenya jala ji-ranii fi fooyyessuu yookiin jijjiiruu dandenye ta'u u qabu.

Kanneen biroo dhiibbaa geesisan hundi isaanii suura kan kaafaman bakka duwwaa nanno jirmichaa jiru irrati dha.

Fakkeenyaaf haalli jijjirama qilleensaa fi rak-kon gabaa suura kaafamu yooqabaatan jirma mukichaa alatti dha.

MUL’ATA

Mul’atni keen-ya amma sa-darkaa irra

jiru.

Rakkoo oomisha faana walqabatuu fi furmaata isaanii

Rakkoo dhimma koooorniyaa faana

walqabatuu fi furmaata isaa

Rakkoo gabaa faana walqabatu

1ffaa፡ Dhimma furmaata bar-

baadu.

2ffaa፡ Bu’uura

rakkoolee.

3ffaa፡ Damee

furmaata gochaan.

4ffaa፡ Humnoota mukicha dhiiban

Hojii

Rakkoowwan oomisha

faana waqa-batan.

Rakkoolee gabbaa faana

walqabatan.

5ffaa፡ Firii(Karoora raawwii)

Yaroo baayee furmaanni tilmaamaan kenna-mu ga’aa miti bu’a qabeessummaan isaas amanssiisaa hin ta’u.

Muka dhaabnee kan kunuunsinu irii isaa irraa fayyadamuuf akkuma ta’e suura muka keen-yaa firiin isaa rakkooleewwan hiikuu fi furmaata taa’edhugoomsuuf nuti eenyumaan otoo hin gaafatiin waanta gochuu dandeenyu bakka bu’a.

Yaada waliigalaa fkf leenjii, Liqiifi qusannaa fi kkf akka karoora raawwii hojiitti kaawwchuun hin danda’amu.

Firiin muka keenyaa ulaagaa armaan gadii guutu qaba.

Kan murtaa’e: firiin karoora raawwii tokko rakkoo tokko qofa hiika

Kan safaramu ta’uu qaba: jijjiirama jiru to’achuu fi beekuuf,

Waan raawwachuu dandeenyu ta’uu qaba: dhimma dhuunfaa ilaalcha keessa galchuu qaba, waan raawwchuu hin dandeenye ka-roorsuun sirrii miti.

Barbacchisaa ta’uu: kan hojjennu bu’aaf otoo hin taane itti amannee ta’uu qaba.

Yaroodhaan kan daangeffame ta’uu qaba.

5ffaa፡Firii

Firiiwwan (karoorri raawwii) bifti isaa dura magariisa yommuu ta’u gara hojiitti gallee

yoo raawwannu garuu bilchaatanii gara diimaatti ni geeddaramu.

Page 5: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

5

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

II. Kalandarii Karoora Jireenyaa

Kalandariin karoora jireenyaa daandii muul’ataa kitaaba tokkoffaa keessatti ilaalle walii adeemsa wal fakkaataa qaba. Innis karoora oomishaa fi hojii ji’ootatti qoqqoodame yoo ta’u; galma ga’iinsa karoorichaatif galteewwan barbaachisan bu’aa eegamu waliin wal qabsi-isee nutti muul’isa.

Faayidaawwan isaa maali?

Muul’ata dhuunfaa miseensota maatii irraa ka’uun muul’ata

maatii baasuuf

Tokkoon tokkoon hijiilee gurguddootif galma bu’aa waq-

tiilee fi woggaa kaayachuuf

Baasii fi galii mana keessaa wal madaalchisuu fi too’achuuf

Ji’oota hojiin itti baay’atanii fi itti hin baay’anne addaan

baafnee hojii dabalataaf of qopheessuuf

1ffaa; wiirtuu mul’ataa fi karooraa

Muul’anni miseensa maatii hunda fayyaduu fi kakaasu maalidha?

Karoora jireenya keenyaa sarara jidduu irratti akkasumas muul’ata maatii keenyaa geengoo mirgaan mataarratti argamu keessa yaa keenyu

Jidduutti qalama diimadhaan kan kaafamu lafee wiirtuu karoora keenyaa yoo ta’u; isas bu’aa keenya itti shallagachuuf itti fayyadamn

Wiirtuu bu’aa keenyaa irraa xiqqoo ol-siquun qalama magariisan sara-ra bu’aa fi mallaqa bittaaf oolu itti kaayannu kaafanna

Gara gadi aanutti immoo maallaqa baasiwwan barbaachisoo mana keessaf oolan wantoota akka nyaataaf, meeshaalee dheedhii mana keessaaf,

Kalaandariin karoora jireenyaa dabtara keenya gara dalgaatti naannessuun fuula lama irratti kan kaafamu yoo ta’u; dabtara keenya irratti haalan erga kaafneen booda filiipichaartii irratti garagalchuun wantoota dabalataa biroo kaasuu akkasumas namootatti agarsiisuu ni dan-deenya!

Fuulota itti aanan keessatti kalaandarii karoora jireenyaa keenya kaafachuuf duraa duuba

hordofuu qabnu ilaalla; tartiiba tokkoffaa irraa kaasnee tasgabbii fi of eeggannoodhan yaa

hordofnu!

Page 6: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

6

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

2ffaa; Sararoota karoora hojii

Hojiiwwan miseensonni maatii hojjechuu qabuu fi karoorfamuu qabu kam fa’a?

Hojiiwwan sarara karooraa mataa isaanii barbaadan kam fa’a? Woggaa keessatti yeroo

garagaraatti garuu lafa wal-fakkaataa irratti walitti aansuun wantoota facaafaman/

misooman sarara tooko keessatti kaasuu ni danda’u. tokkoon tokkoon karoora hojii

gurguddoo maatiitif sarara barbaachisa; kanas gubbaa fi jala irratti wal madaalchisuun

yaa kaafnu. Tokkoon tokkoon hojiitifis gaditti kan argamu geengoo amma keessa jirru

keessatti nama hojjetu waliin mallattoodhaan kaayuu qabna/eenyutu hojjeta?

Muul’ata

maatii;

3ffaa; kalaandarii hojii fi galma

Amma sadarkaa karoora keenya ji’ootatti addaan qoqqoodnu irra geenyee jirra. Sara-roota haala fuula itti aanu iirra jirutti kaasudhaan fakkii keenya iddoo kudha lamatti yaa qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu.

Iddoo gara dhumaa (geengoo muul’ataa cinaatti) qalama magariisaan geengoon galma keessa kaayannu kaafamuu qaba.

Geengoo amma keessa jirru keessttis bu’aan tokkoon tokkoon hojiilee bara darbee irraa arganne shallagnee kaayuu qabna.yoo guutumatti yaadachuu dadhabnellee waanuma yaadannu hanga danda’ametti shallagnee yaa keenyu. Tilmaama yoo ta’e garuu lak-koofsan booda mallattoon gaaffii jiraachuu qaba.

Geengoo galmaa keessattis bu’aa woggaa sanaaf akka galmaatti irra gahuuf yaadne kob-bee/irsaasiidhaan kaayachuu qabna. Itti aansudhaan shallaggiiwwan hojjennu erga ilaal-leen booda garuu qalama magariisan irra deebisuu ni dandeenya.

Page 7: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

7

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

Muul’ata

maatii;

4ffaa; carraawwan gaarii fi haalota rakkisoo

Amma akkuma daandii muul’ataa irratti goonetti galma ga’iinsa karoora keenyaatiif yoo xiqqaate carraawwan gaarii kudhan fakkii keenyarraaa gara oliitti kaafachuu qabna

Wantoota galii dabalataa nuuf argamsiisuu danda’an yookin yeroo nuuf qusachuu wan-toota danda’an akka carraa gaariitti kaafachuu ni dandeenya

Fakkii keenya gara jalaatti immoo haalota rakkisoo nutti ta’uu danda’an; jechuunis ka-roorri keenya hanga irraa eegamuttii fi yeroo yaadametti akka hin milkoofne wantoota nu gochuu danda’an fi dhiibbaa nurratti uumuu wantoota danda’anis ni kaafan-na.fakkeenyaaf baasii hin eebarbaachifne, jijjiirama qilleensaa, fi dhibee oomishaa fa’a kaasuu dandeenya.

Itti aansunis carraawwan gaggaarii qabnu ilaaluun haalota rakkisoo nutti ta’uu danda’an kam fa’a gara carraa gaariitti jijjiirrachuu akka dandeenyu yaadun barbaachisaadha.

10+

Page 8: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

8

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

5ffaa; Hojiiwwan (eenyutu maal hojjeta, galii hojii irraa

argamuu fi baasii hojiif barbaachisu

Amma gara karaa keenyaatti deemuun hojiiwwan hojjetaman sararoota isaanii keessatti kaafna. Fakkeenyaf hojichi hojii oomisha shunkurtii yoo ta’e ji’oota tokkoon tokkoon keessati maaltu hojjetama kan jedhu ji’a ji’aan (ji’oota dura adda baafnee lakkoofsa kennineef keessatti) kaasuu qabna.

Tokkoon tokkoon ji’ootaa keessatti eenyutu maal hojjeta?, hojiiwwan kam dubartoonni hojjetu?, hojiiwwan kam dhiirri hojjeta, jalqaba kan yaaddaniin (tilmaamtaniin) olitti namni hojjetu jiraa?

Tokkoon tokkoon ji’ootatiif basin ji’a sanatti barbaachisu meeqa?

Ji’a sanatti galiin hojicharraa argamu hagami?

Galii argame eenyutu hoggana? Namni kuni nama baay’ee hojjetemoo? Booda sadarkaa torbaffaa irratti madaallii hojjechuuf waan nu bar-baachisuuf kana hin dagatinaa.

Muul’ata

maatii;

6ffaa; wiirtuu keenya shallaguu (karoora bu’aa kaayachuu) Sadarkaa 6ffaa keessatti wanti hojjennu mala maatii karoorfame tokkoon tokkoon ji’oot-

aaf shallaguudha. Kana gochuufis duraa duuba armaan gadii yaa hordofnu;-

1. Jalqabarratti galiiwwan maatin ji’a sana fakkeenyaaf ji’a sadaffaa keessatti ni argata jen-nee gubbaarratti kaayanne walitti ida’uun; ida’ama isaa sarara bu’aa jidduu keessatti ar-gamu irratti gara gubbaatti yaa barreessinu

2. Itti aansudhaan baasiwwan ji’a sana keessatti ni baafna jennee gubbaa irratti kaayanne walitti ida’uun ida’ama isaanii sarara bu’aa keesstti gara jalaatti yaa kaayannu

3. Dhuma irrattis baasii waliigalaa baafne galii walii gala arganne irraa hir’isuun bu’aa maatii keenyaa kan ji’a Sanaa ni arganna. Mallaqni kuni maatiin qoodachuu,qusachuu, ak-kasumas baasii adda addaaf oolchuu kan danda’udha. Akka sirreessuf nutti tolutti kana hundaa kobbee/irsaasiidhaan barreessuu qabna.

Sarara q bu’aa gubbaatti argamuu keesstti bu’aa maatiin argate keessaa hagam qusachuu akka qabnu tokkoon tokkoon ji’ootaa keessatti yaabarreessinu. Sarara baasii maatii gara ga-diitti argamu keessttis baasiiwwan barbaachisoo maatii tokkoon tokkoon ji’ootaa keessatti yaa barreessinu.

10+

Page 9: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

9

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

7ffaa; madaallii hojii, galii fi baasii maatii

Amma sadarkaa fkkii keenya qalbiidhaan hubannu irra geenyee jirra.

Xiyyeeffannoo fi tasgabbiihaan hangaa fi baay’ina hojii, galii ak-

kasumas baasii tokkoon tokkoon miseensota maatii (abbaa woraa,

haadha manaa, ijoollee dhiiraa, ijoollee dubaraa) yaa madaallu.

Wantoonni wal hin madaalle isinitti muul’atuu? Namni miseensota

maatii keessaa hojii baay’ee hojjetu jiraa? Madaallii kana keesstti

hojiiwwan kafaltiin hin kafalamneef garuu barbaachisoo ta’an kan-

neen mana keessatti hijjetaman galchuu qabna.

Hojii hojjetan irraa kan ka’e miseensi maatii galii gad-aanaa argatu

jiraa? Baay’ee hojjetanii xiqqoo qofa kan argatan hoo?

Kana hambisuuf bu’aa keenya irraa hanga tokko fayyadamuu ni

dandeenyaa?

Madaallii keenya irraa ka’uun akkasumas muka maatii gam-

madaakeenyaa irra deebinee ilaaluun sararoota karooraa dabalataa

qalama magariisaan kaafachuu qabna.

8ffaa; hordoffii fi sirreeffama itti fufiinsa qabu

Tokkoon tokkoon ji’ootaa irra yoo geenyu karoora keenya fi hojiiwwan hojjetaman waliin

madaalun fakkii keenya sirreessu qabna. Kunis ji’a itti aanu keessatti wanti sirreessuu qabnu

yoo jiraate nutti muul’isa. Haaluma Kanaan:-

Wantoota milkaa’an diimaa itti maruu qabna

Wantoota hin milkoofnee fi hin danda’amne cuquliisa itti maruu qabna

Wantoota ammas sadarkaa karooraa irra jiran immoo magariisa itti maruu qabna

Muul’ata

maatii;

10+

Page 10: Barnoota koorniyaa hirmaachisaa gocha irratti xiyyeeffate ......qoqqoodnu. Ji’oota 1,2,3…jechuun wiirtuu bu’aa (sarara jidduu jiru) keessatti yaa bar-reessinu. Iddoo gara dhumaa

10

Barnoota koorniyaa gocha irratti xiyyeeffate jijjiirama itti fufaadhaf

Muul’ata

maatii;

10+

Haala itti fayyadama halluuwwanii

Muul’anni nu kakkasu qalama diiman kaafama

Haalli amma keessa jirruu fi sararoonni hojii gurraachan kaafamu

Karoorawwan, galmi, qusannoon fi baasiwwan barbaachisoon mana keessaa hundi qalama magariisan kaafamu

Wantoonni karoorfamanii garuu hin milkoofne qalama cuquliisan irratti marsina; yookin akka karoora ji’a itti aanutti magariisa itti marsina.

Carraawwan gaggaarii fi haalonni rakkisoon adeemsa yerootin fooya’uu qabu.