dhiibbaa bakka-argatteen jireenya ummata baadiyyaa irratti...

1
Bakka-argatteen Baha Afrikaa bara dheeraa dura akka biqiltuu faayaa taatee dhufte. Isa booda namuu qe’ee isaatifi iddoo adda addatti dhaabu itti fufnaan babala’atte. Bakka-argatteen dallaaf, saanqaaf, bubeessaa (shidaa) fi bara Ammaan tana, aanaa Xulloo keessatti bakka-argatteen ooyruu qotee-bulaa keessatti babala’attee lim’ata wajjiin waldorgomaa jirti. Kuni immoo baasii taliigaa dabala, isa balleessun humna dabalataa ykn dawaa waan barbaaduf. Akasumas, bakka-argatteen biqiltuulee biyyooleessaa fi uum-danummaa isaanii hiri’isa. Haala babal’ina bakka-argattee yeroo ammaa Ganfa Afrikaaratti fi iddoowwan gara fulduraa miidhhaa hamaa jala galan kaartaa irratti argisiifna. Dhiibbaa bakka-argatteen qabeeyna-uumamaa, ummata fi diinagdee irratti fidu xiinxalla. Keessumattuu,jijjiirama dhiibbaa heddumaachuu bakka-argatteen dhufu xiinxallina. Aanaa Xullootti, dhiibbaa bakka-argatteen guddina biqiltuulee biroo, jireenya ilbiisotaa fi jijjiirama biyyoo irraan gahan qoranna. Akasumas, oomishtummaa hir’isufi baasii lim’ata oomishuu dabaluun dhiibbaa isheen galii qotee-bulaa irratti qabu gadi-fageenyan xiinxallina. Gara fuulduraatti, bu’aan qorannoo proojektii keenyaa uummata naannoo, dhaabbattoota miti-mootummaa fi mootummaa taligaa foyya’aa ta’e filachuun miidhaa isaa hir’isuun faaydaa isaa ol-guddisuun haala danda’amu irratti gorsa kenna. Kanaafuu, Aanaa Xullootti shaakala bulchiinsa lafaa itti fufiinsa qabu addaan baafanna. More information: Dr Tena Alamirew Agumassie, Water and Land Resource Centre (WRLC): Tel. +251 922 470 113 Dhiibbaa bakka-argatteen jireenya ummata baadiyyaa irratti geessufi faaydaa bulchiinsi lafaa itti fufiinsa qabu dhiibbaa kana hiri’isuraati fidu http://www.woodyweeds.org/ Miseensa proojaktii “Woody Weeds” tahuudhan, xiyyeeffannoon qorannoo kiyyaa dhiibba bakka-argattee fi wayane-zaf”n hawaasa fi qabeenya- uumamaa Baha Afrikaa irratti fidaniidha.Katamaa Baqqalaa, Uunvarsiitii Haramayaatti Barataa PhD beelaa nyaata loonitiif oolti. Akasumas lafa ni gabbifti jedhamee amanama.

Upload: others

Post on 23-Oct-2020

14 views

Category:

Documents


4 download

TRANSCRIPT

  • Bakka-argatteen Baha Afrikaa bara dheeraa dura akka biqiltuu faayaa taatee

    dhufte. Isa booda namuu qe’ee isaatifi iddoo adda addatti dhaabu itti fufnaan

    babala’atte. Bakka-argatteen dallaaf, saanqaaf, bubeessaa (shidaa) fi bara

    Ammaan tana, aanaa Xulloo keessatti bakka-argatteen ooyruu qotee-bulaa

    keessatti babala’attee lim’ata wajjiin waldorgomaa jirti. Kuni immoo baasii taliigaa

    dabala, isa balleessun humna dabalataa ykn dawaa waan barbaaduf. Akasumas,

    bakka-argatteen biqiltuulee biyyooleessaa fi uum-danummaa isaanii hiri’isa.

    Haala babal’ina bakka-argattee yeroo ammaa Ganfa Afrikaaratti fi iddoowwan

    gara fulduraa miidhhaa hamaa jala galan kaartaa irratti argisiifna. Dhiibbaa

    bakka-argatteen qabeeyna-uumamaa, ummata fi diinagdee irratti fidu

    xiinxalla. Keessumattuu,jijjiirama dhiibbaa heddumaachuu bakka-argatteen

    dhufu xiinxallina.

    Aanaa Xullootti, dhiibbaa bakka-argatteen guddina biqiltuulee biroo, jireenya

    ilbiisotaa fi jijjiirama biyyoo irraan gahan qoranna. Akasumas, oomishtummaa

    hir’isufi baasii lim’ata oomishuu dabaluun dhiibbaa isheen galii qotee-bulaa

    irratti qabu gadi-fageenyan xiinxallina.

    Gara fuulduraatti, bu’aan qorannoo proojektii keenyaa uummata naannoo,

    dhaabbattoota miti-mootummaa fi mootummaa taligaa foyya’aa ta’e filachuun

    miidhaa isaa hir’isuun faaydaa isaa ol-guddisuun haala danda’amu irratti

    gorsa kenna. Kanaafuu, Aanaa Xullootti shaakala bulchiinsa lafaa itti fufiinsa

    qabu addaan baafanna.

    More information: Dr Tena Alamirew Agumassie, Water and Land Resource Centre (WRLC): Tel. +251 922 470 113

    Dhiibbaa bakka-argatteen jireenya ummata baadiyyaa irratti geessufi

    faaydaa bulchiinsi lafaa itti fufiinsa qabu dhiibbaa kana hiri’isuraati fidu

    http://www.woodyweeds.org/

    “Miseensa proojaktii “Woody Weeds”

    tahuudhan, xiyyeeffannoon qorannoo

    kiyyaa dhiibba bakka-argattee fi

    ”wayane-zaf”n hawaasa fi qabeenya-

    uumamaa Baha Afrikaa irratti

    fidaniidha.”

    Katamaa Baqqalaa, Uunvarsiitii Haramayaatti

    Barataa PhD

    beelaa nyaata loonitiif

    oolti. Akasumas lafa ni

    gabbifti jedhamee

    amanama.