KAN RAAWWATAMU ONKOLOOLESSA 2017
QAJEELFAMA BITACHUU WAASHINGITEEN
BAAFATAODEEFFANNOO BITTOOTA WIC TIIF
Cheekota WIC 2Gorsa Gaarii mia bituu 3
Nyaata DaimaaDhangaa Daimaa 4Nyaata Daimaa Kuduraa fi Fuduraa 4Nyaata Daimaa Foon 5
Baaqelaa Saamsamaa 6Baaqelaa/Atara/Misira Gogaa 7Dhangaa Ciree 89Baaduu 10Anqaaquu 11Qurxummii Saamsamaa 12Kuduraale fi Fuduraalee
Hoaa 13Cabbaaa 14
BulbulaTimaatima / Fudura (46 oz) 15Dilallaaaaa (11 512 oz) 1617Kudura Tokkittii (64 oz) 1819Kudura Walmakaa ykn Boocamaa (64 oz) 2021
Aannan Aannan Saaa 2223Aannan Aannan Reee 24Aaannan Itittuu 25Dhadhaa Ocholoonii 26Dhugaatii Akurii Atarii 27Toofuu 28Filannoowwan Midhaan Hundaa
Ruuzii Magaala 29Balgarii 30Nyaata aajjaa 30Tortillasii Lallaafaa 31Paastaa Qamadii 32100% Daabboo Qamadii Hunda 33100% Qamadii Hunda Hamburger Fi Dog Bans Gubaa 34
ODEEFFANNOO GURGURTOOTA WIC TIIFOdeeffannoo Gaarii Warra Baruu Barbaadaniif 36Eenyummaa Maamilaa WIC 36Mallattoo Maamila WIC 37Bakka Sakattainsatti Qabxii Yaadatamuu Qabu 37Akkaataa itti Cheekiin WIC Ittiin Fudhatamu 3839Akkaataa itti WIC Cheekiin Kuduraa fi Fuduraa WIC Ittiin Fudhatamu 4041
ODEEFFANNOO BITTOOTA WIC TIIF
ODEEFFANNOO BITTOOTA WIC TIIF
CHEEKOTA WIC TTI FAYYADAMUU Guyyaa jalqabaa fi guyyaa xumuraa irratti ykn gidduutti fayyadamuuf cheekii keessan
fayyadamaa Yoo maqaan keessan sanduuqa mallattooti gaditti kan barraae tae qofa cheekii fayyadamaa Manneen kuusaa mallattoo WIC Accepted Here (WICn asitti ni
simatama jedhan qaban irraa) bitaa Baayyina, guddina fi gosa nyaataa cheekii keessan irratti tarreeffame
bitadhaa Nyaatota WIC keessan wantoota biroo bitaa jirtan irraa cheekiitiin adda
baasaa Yommuu akka isin Cheekota WIC fayyadamaa jirtan akka beekan gootanitti Waraqaa
Eenyummaa keessan warra sakattautti agarsiisaa Tokko tokkoo cheekii irratti erga cheekeriin r writes in the Gatii Bittaa Sirrii keessatti
barreesseen booda qofa mallatteessaa
CHEEKOTA KUDURAA FI FUDURAA WIC FAYYADAMUU Akka cheekii Kuduraa fi Fuduraa tokkoon olii walitti makuu dandeessan cheekericha
gaafadhaa Suuqonni irraa caalaan isaanii kana gochuu dandau Fakkeenyaaf: Kuduraa fi Fuduraa gatiin isaa $19 tae bitachuudhaaf cheekota $8 fi $11 walitti makuu nidandeessu
Yoo bittaan keessan hanga maallaqaa cheekii irratti jiruun olii tae, isa darbaa filachuu ykn bituu dhiisuu dandeessu Fakkeenyaaf: Yoo gatiin bittaa $9 tae fi kan isin qabdan cheekii $8 tae, darbaa $1 kaffaluu ykn kan sanaan gadii bituu dandeessu
Yoo gatiin bittaa keessan gatii cheekiitiin gadii tae, maallaqni isiniif hindeebiyu
ULFINA FI SAFARTUU
Gababinaan: Ounces = oz
Pound = lb
Weight = wt
Walgittoota: 1 quart = 32 ounces
gallon = 2 quarts
1 gallon = 2 half-gallons
1 gallon = 3 8 liters
pound = 8 ounces
1 pound = 16 ounces
1 pound = 0 45 kilograms
2
GORSOOTA GAARII BITTAA Waraqaa Eenyummaa Mallattaae Fidaa. Yoo daftara WIC keessan
akka waraqaa Eenyummaatti fayyadamuu barbaaddan, utuu bittaa hintaasisin dura mallatteessaamu isaa mirkaneeffadhaa. Maqaan daftarichaa fi cheekota irra jiru walsimachuu qaba Fuula 36 irratti Eenyummaa Maamilaa WIC laalaa
Nyaatota WICn mirkaneesse hunda baachuudhaaf suuqonni hinbarbaachisani. Akka nyaatota barbaaddan ajajuu akka dandeessaniif hojjettoota suuqii gaafachuu dandeessu Cheekii bokkaa simachuu hindandeessani
Nyaatota cheekota WIC keessan irratti barraaan hunda bituuf hindirqamtani. Nyaatota hinbitiin booda gara suuqiitti deebisuu hindandeessani Nyaatota ykn foormulaa cheekii WIC keessan irratti barraan garabiraatiin bakka buusuu hindandeessani
Yommuu Cheekota WIC tti fayyadamtan badhaasota suuqii keessaa ykn kan oomishaa kan akka: tokko bitadhaa, tokko tola argadhaa, kaardii amantamummaa suuqii, kaardii gumaataa, guddina oomishaa, ykn wantoota addaa suuqiin kennu argachuu dandeessu Wantoota addaa kana nyaatota WIC tiin alaatiif itti fayyadamuu dandeessu
WICn maatiiwwan irraa caalaa akka tajaajilu gargaaruu dandeessu. Kuppoonii, kaardii amantamummaa suuqii fayyadamuu fi nyaatota gatii gadi buaa filachuu dandeessu
Yommuu cheekii WIC tokkoo olii fayyadamtanlanota expresii dhiisuun filatama dha.
DALDALUUQajeelchicha keessatti gorsoota gaarii bittaa barbaadaa
WANTI ISIN BEEKUU QABDAN Nyaatota ykn foormulaa WIC gurguruu hindandeessani Nyaatota ykn foormulaa WIC maatiif ykn hiriyyaaf dabarsitanii kennuu hindandeessani Nyaatota ykn foormulaa WIC dirree interneetii ykn fuula sabqunnamtii hawaasummaa, ykn
walqunnamtii uummataa bifa biroo irratti gurgurtaadhaaf poost gochuu hindandeessani Nyaatota hinfayyadamiin, hinbanamiin, kan hin laaqamne gara kilinika WIC tti fidaa
NYAATOTA DABALATAA HARMEEWWAN HOOSISTUUDHAAF Yoo kan harma hoosistan tae mallattoo kana barbaadaa
Nyaatota dabalataa kana argattu
ODEEFFANNOO BITTOOTA WIC TIIF
3
NYAATA DAAIMAA
BIAAI
Tauu Qaba8 oz ykn 16 oz
Gogaa
Biraandota kana:
Beech-Nut
Earths Best Organic
Gerber
Filachuu DandeessuGarbuu, dheedhota walmakaa, aajjaa, ruuzii, fi qamadii dheedhii
HIN BITIN
Kan itti dabalame waliin:
Urgeessituu, kuduraa, ykn foormulaa
Piriibayitiksii, pirobayotikisii, ykn DHA