du'aa'ii.pdf

5
Naamuusa kadhaa Rabbii (Du'aa'ii). بﻟا ﻟﺎﻋء اﺍﻷﻭﺭﻭﻣﻴﺔ) Oromo ( ﺑﻘﻠﻡ ﺃﺑﻲ ﺭﺍﻓﻊ ﺍﻟﺷﻳﺦ ﺟﻣﺎﻝ ﺑﻥ ﺷﻳﺦ ﻣﺣﻣﺩQophessaan AbuuRaafii shekhjamaal shekh Muhammad. 2013 - 1434

Upload: nuradin-sultan

Post on 15-Jul-2015

139 views

Category:

Education


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Du'aa'ii.pdf

Naamuusa kadhaa Rabbii

(Du'aa'ii).

دابلادلاعء )Oromo –(األورومية

بقلم أبي رافع الشيخ جمال بن شيخ محمد

Qophessaan AbuuRaafii shekhjamaal shekh Muhammad.

2013 - 1434

Page 2: Du'aa'ii.pdf

بسم هللا الرحمن الرحيم

الحمد ل رب العالمين الصالة والسالم على رسول هللا صلى هللا عليه وسلم

— أما بعد

قال هللا تعالى: (أمن يجيب المضطر اذا دعاه ويكشف السوء ويجعلكم خلفاء األرض أءله مع هللا قليال ما تذكرون)

Rabbiin s.w. akkana jedhe.''sa inniin rakkataadhaaf awwaatu yeroo inni kadhate,kan rakkina furmaata godhu kan bakka buoota dachii isin godhe akka gabbaramtoota dharaa nitahee? (Abadan hintaane

jechuu).Allaahaan wajji gooftaan biro nijiraa?garuu isin Waa xiqqoodha gorfamtan.

الثناء على هللا.1-Rabbi faarsuu.

سمع رجال يقول:اللهم اني –عن بريدة رضي هللا عنه أن رسول هللا صلى هللا عليه وسلم -أسالك أني أشهد أنك أنت هللا ال اله االأنت األحد الصمد، الذي لم يلد ولم يولد،ولم يكن له

كفوا أحد.فقال:(لقد سألت هللا باالسم األعظم الذي اذا سئل به أعطى،واذا دعي به أجاب)رواه ابودود.

Bureydaan r.a.akkana jedhe.. nabiin s.a.w. namticha tokko kan akkana jedhee Rabbi kadhatu dhagayan \Allaahumma inni

as'aluka annii ashhadu annaka natallaahu laa ilaaha illaa anta,al ahadussamadu,allazii lam yalid walam yuulad,walm yakun lahuu kufuwan ahad\ nabiin ni jedhan dhugaa rabbiin kadhatte maqaa

isaa guddaan, ka yoo isaan kadhatame namaa kennu,kan yoo isaan yaammatame namaa awwaatu. Abuudawud galmeesse. "

Page 3: Du'aa'ii.pdf

تحري أوقات اإلجابة2-yeroo qeebqltii filachuu.

-مثل آخر ساعة من يوم الجمعة، ووقت السحر،وفي السجود،وبين األذان واالقامة.

Yeroon kadhaan Rabbii qeebalamtu saa'aa dhumaa guyyaa jim'aa irraa,yeroo bariisaa, yeroo sujuuda keysaa,yeroo azaanaafii

iqaamaa jedduu.

رفع اليدين.-harka lameen olqabuu.3

-قال صلى هللا عليه وسلم ( إن ربكم تبارك وتعالى حي كريم، يستحيي من عبده إذا رفع يديه إليه أن يردهما صفرا) رواه أبو داود.

nabiin s.a.w. akkana jedhan''Rabbiin keessan oltahee kabajamee jiraataa arjaadha,yoggaa gabrichi isaa harka lameen isa jala ol

qabatee isa kadhate qullaa gadi deebisuu niqaanfata''abuu dawud odesse.

االلحاح في الدعاء وتكراره ثالثا.

-kadhaa yoggu 3 irra deddeebiuu.4 -قال صلى هللا عليه وسلم (يستجاب ألحدكم مالم يعجل يقول دعوت فلم يستجب لي)رواه

البخاري.

Nabiin s.a.w. akki jedhan ''Tokkoo keysaniif kadhaan niawwaatama waan hin jarjarsiifatiniin,kadhadhee homaa naaf hin awwaatamne

waan hin jedhiniin'' bukaariitu galmeesse.

Page 4: Du'aa'ii.pdf

يعني النبي صلى هللا عليه وسلم-اذا دعا –وقال عبد هللا بن مسعود رضي هللا عنه : وكان دعا ثالثا،واذا سأل سأل ثالثا. رواه مسلم.

Abdellaa ibnu mas'uud akki jedhe,nabiin s.a.w. yoggu kadhatan yoggu 3 irra deddeebian ,yogguu gaafatanis yoggu3 irra

deddeebian.'' Muslimtu odeesse.

عدم الدعاء على النفس أو المال أو الولد.5-lubbuu ufii,qabeenyaa fii ilmaan abaaruu

dhabuu. قال صلى هللا عليه وسلم (ال تدعوا على أنفسكم ،وال تدعوا على أوالدكم، وال -

تدعوا على أموالكم،ال توافقوا من هللا ساعة يسأل فيها عطاء،فيستجيب لكم).رواه مسلم.

- Nabiin s.a.w. akki jedhan lubbuu teessan uf hin abaarinaa,joollee teessan hin abaarinaa,qabeenya keessan

hin abaarinaa,yeroo rabbirraa kadhaan kennamtu mudattanii isinitti qebalamuutu sodaatamaa.'' Muslimtu

odeesse.

الدعاء ألخيك بظهر الغيب-obbolessa fagoo jiruu du'aaii godhuu.6

-قال رسول هللا صلى هللا عليه وسلم: (دعوة المسلم ألخيه بظهر الغيب مستجابة،عند رأسه ملك موكل، كلما دعا ألخيه بخير قال الملك الموكل به: آمين ولك بمثل).رواه مسلم.

Nabiin keenya s.a.w. akki jedhan ''kadhaan rabbi tan muslitichi obboleessa isaa kan fagoo jiruu godhu qeebalamtuudha.mataisaa

Page 5: Du'aa'ii.pdf

birratti malaaykaan tokko ramadameeti,yeroo inni obboleessa isaatiif toltuu kadhate hunda malaaykichi sun Rabbi haa qeebalu siifis fakkaata kana haa kennu , jedhaan.'' Muslimtu galmeesse.

الحرث على الرزق الحالل.7-Rizqii halaala qofqrrqtti gabaabbachuu,bololuu.

عن أبي هريرة رضي هللا عنه أن النبي صلى هللا عليه وسلم:(ذكر الرجل يطيل السفر،أشعث أغبر يمد يديه الى السماء: يارب يارب! ومطعمه حرام، ومشربه حرام، وملبسه حرام ،

وغذي بالحرام، فأنى يستجاب لذالك؟) رواه مسلم.

Abbaa hureyraa r.a. irraa odeeffamee nabiin s.a.w. akkana jedhan jedhe, namticha karaa dheeraa deeme tokkorraa dubbatee

dhukkaawaa faaggawaa kantahe harka isaa kara samii oldiriirsee –yaarabbi yaarabbi (jedhee kadhataa) eeysaa kadhaan isaa isarraa

qeebalamti! Nyaanni isaa haraamii, dhugaatiin isaa haraamii, uffanni isaa haraamii''muslimtu odeesse.

تم

.الحمد ل وصلى هللا وسلم على نبينا محمد وآله وصحبه

Asirratti xumurame galanni rabbiif haagalu nagayaaf rahmanni nabii keenyarratti haatahu.