fakkii markabuu shifarraan qophaa'e dubartoota aangessuu ... · pirojektii bsq-shd gabaabinaan...
TRANSCRIPT
Ministeera Bishaani Jal’isii fi AnniisaaPirojektii BSQ Saffisaa fi Hawwaasaan Durfamu (BSQ-SHD)
Dubartoota Aangessuu Pirojektii BSQ-SHD Keessatti
Amajjii Bara 2011 ALI
Fakkii Markabuu Shifarraan Qophaa'e
Hojiiwwan Pirojektii BSQ-SHD Hojjetaman, Mootummaa Naannoo Saba, Sablamootaa fi Uummatoota Kibbaa (MNSSUK), Malaakuu T.
Pirojektii BSQ-SHD GabaabinaanPirojektiin BSQ-SHDn waliigaltee gargaarsaa mootummaaFiinlaandiii fi mootummaa Itiyoophiyaan kan deggeramuu fikallatiidhaan waliinga’iinsa fooyya’iinsa tajaajila bishaandhugaatii, saaniteeshinii fi qulqullina naannoo fi dhuunfaa(BSQ) keessatti gumaacha kan taasisuu dha. Bara 2005irraa eegalee marsaa sadiin qoodamee raawwataa tureera.
Yeroo ammaa, pirojektiin kun aanaalee 76 mootummaa naannoo 5keessatti argaman keessatti hojii irra oolaa jira. Pirojektiin kundhaabilee miti-mootummaa fi qooda fudhatoota sektera BSQkeessatti hirmaatanii hundaa waliin ni hojjeta.
Marsaa Duraa
(Adool. 2004- Fulb.2006)
Marsaa Lamaffaa
(Onk. 2006 – Adool. 2008)
Marsaa Sadaffaa
(Hag. 2008 – Wax. 2011)
Tarsiimoon raawwiipirojektiii BSQ-SHD adeemsa PirojektiiHawwaasaanHogganamuu(PHH) dha.
Innis amala-addaa(Unique Feature) kanati aaneemul’atu qaba.
Bittaa meeshaalee ijaarsaa dabalateeaangoo Maallaqa ijaarsaa fi pirojekticha
bulchuu hawwaasa bakka bu’eehojjetuuti gara koree BSQ ti dabarsa
Tooftaa raawwii salphaa fi mijataa qaba. Imaamata fi qajeelfama raawwii hojiiifaa ta’e ijaarsa dandeettii bal’aa ta’e
wajjin waan diriirfameef
Sababa hawwaasni keessatti hirmaatuuu fiakka qabeenya isaatiiti waan ilaaluuf
buufataleen ijaaraman tajaajila wal-irra hincinnee fi bara dheeraa kennu.
Buufata Bishaan Dhugaatii BSQ-SHDn Ijaarame Irraa Yeroo Hawwaasichi bishaan waraabatu, Bishaan Boollaa Paampii Harkaa Qabu,
Mootummaa Naannoo Tigraayi (MNST), Malaakuu T.
BSQ Keessatti DubartootaafXiyyefannaan maaliif kennamee?
Bishaan waraabuunhojii ijoo dubartootaafi dubaraa waan ta’eef
keessummaa yeroolafa fagoo irraa
waraabamumiidhaamina isaa
olaanaa dha
Yeroo fi humni bishaanwaraabuu irratti gubatu
ykn ba’u gara hojiibu’aa olaanaa qabuu fi
dandeettii ofiiguddifachuu irra ooluuu
danda’a.
Bishaani baataniikaraa dheeraa
guyyaa-guyyaatideddeebi’uunmiidhamaa fidhukkubaaf
saaxilamuu danda’u.
Bishaan waraabamega’aa fi qulqulluu
ta’u dhiisuu danda’a
Dubarri laguuqabu taanaan
mana barumsairraa hafuudanda’u
Yeroo laguu, ulfaa fida’umsaa
dubartootnimiidhaamaa fi
dhukkubsachuudanda’u
Mana fincaaniiguyyaa-guyyaadhaquu sodaaxiqqeessanii
nyaatu dhugu.
Tajaajilasaniteeshinii
dhabuundubartootaa fi
shamarran kalattiihedduun ni
miidha.
Hanga dhi’eedukkanaa’uti
mana fincaaniiwaan hin
deemineefdhukkubaafsaaxilamuudanda’u
Dubartootni Itiyoophiyaa Yeroo Bishaan Waraabaniti Rakkina Isaan Irra Ga'u, Mootummaa Naannoo Amhaaraa, Malaakuu T.
Hiika Dubartoota Aangessuu“Aangessuu jechuun filannoo baay’ee akka qabaatan fi filannoo qaban gara hawwiiisaaniti akka jijiiruu danda’aniif tartiiba hojii dandeetii guddisuu dha.” BaankiiAdunyaa
“Aangessuu jechuun tartiiba hojii dubartootni jireenya isaanii irratti mirgamurteessuu akka argatani fi dandeetii filannoo tarsiima’aa akka godhani dha.”Dhaabata Walqixxummaa Korniyaa Awuroopaa
Dubartoota aangessuu Dhaabanni Mootumoota Gamtoomanii akka kanaan gadiitihiika.
“Miira dubartootni gatii qaba (Self-worth), mirga filannoo qabaachuu fi murteessuu,mirga carraa fi qabeenyaa ti fayyadamuu, mana keessattis ta’e alati mirga jiruu fijireenya isaani irratti murteessuu, fi sadarkaa biyyaattis ta’e adunyaati sirnahawwaas-dinagdee walqixxummaan keessatti mirkanaa’e fiduuf kallattii jijiiramahawwaasummaa to’achuuf dandeetii kan qaban.”
Tajaajila akkaargatan aangessuu
Hawwaasummaa fiAadaan Aangessuu
SiyaasaanAangessuu
DinagdeenAangessuu
• Tajaajila bishaandhugaatii argachuu
• Tajaajila saaniteeshiniiargachuu
• Yeroo laguuf tajaajilabarbaachisu argachuu
• Waldhabii mana keessaani xiqqeessa
• Dirqiin gudeeduu nixiqqeessa
• Dhukkuba tajaajilabishaan dhugaatii dhabuuirraan kan dhufan nixiqqeessa
• Mirga dubbachuu• Dandeetii Dubbachuu• Gaaffiin mirga
dubartoota fudhatamaargachuu
• Murtoo laachuu keessattihirmaannaandubartootaa ni dabala.
• Tajaajila odeefannooargachuun ni dabala
• Beekumsa fi ragaa irrattihunda’an murtoo laachuuni dabala.
• Tajaajila gabaa, eegumsafayyaa fi barnootaargachuu ni dabala
• Sagalee dubartootaawarra sagalee hinqabneef
• Mirga filatamuu fifiluu qabaachuu
• Madda galii uumuu• Qabeenyaa fi carraa
jiruti mirgafayyadamuu fitoa’achuu qabaachuu
• Mirga dubbachuufayyadamuun barcumamootummaa argachuufhirmaannaan dubartootni filannookeessatti qaban nidabala
• Tajaajila liqiiargachuun ni dabala
• Ogummaa ykndandeetii gabaakeessatti dorgomuuni dabala
Dubartoota Aangessuuf Bakka Ka’umsaa 17 kan BSQ- SHDTa
rsiim
oo
Fayy
adam
ne
Tajaajila Akka ArgatanTaasisuu
Hawwaasummaa fiAadaan Aangessuu
SiyaasaanAangessuu
DinagdeenAangessuu
Garee Deggertootasadarkaa naannookeessatti hojjetaayeroo guutuu qacaruuykn fokaal personiifilachuu
Qajeelfama leenjiiqopheessuu fi hiruu
Hordoffii, gamaagamaa figabaasaaf ragaasaalaan adda ba’efayyadamu u
Koree BSQ ykngurmaa’ina hawwaasagiddu jiranii fi raawwiigaarii qabanbadhaasuu
Dandeetii ogeessa sadarkaaaanaa fi miseensota BSQ gandaa cimsuu
Tajaajila saniteeshinii akkaijaaratani fi fayyadaman saalalamaanuu irratti xiyyeefatamebarnoota qulqullina naannoo fidhuunfaa
Tajaajila BSQ fooyya’aa irraaabbaa warraa harka qalleyyinakka fayyadamuu danda’aniifhawwaasa bal’aa dadamaqsuu
Tajaajila BSQ manneenbarnootaa keessatti argamuseeraan akka fayyadamanii fiyeroo laguu qulqullina isaaniieegachuu akka danda’an gumiiBSQ fi gumii shamarraniijajabeessuu
Ogeessa BSQ fi hawwaasafayyadamaa irrattixiyyeefachuun dandeetiicimsuu
Abba warraa qoodaman(marginalized) tajaajilaargachuu isaaniimirkaneefachuuf fedhiindubartoota aangessuu akkauumamu taasisuu.
Hojii koorniyaa sektera BSQ keessatti diriirsuuf hariiroo(partnership), waliinhojjechuu (Networking) fibabal’isuu (advocacy) kanidilees ta’e kan al-idileecimsuu
Qorannoo addaa addaa kanqaama miidhamtoota fidubartoota giddugaleessagodhate geggeessuu fitamsaasuu
Kootaa miseensummaakoree BSQ dubaertootaafkenname qofaa osoohin taanee dura-taa’aata’anii akka hojjetanjajjabeessuu .
Dubartoota garageggeesummaati ol-fiduuf leenjigeggeesummaa hangasadarkaa koree BSQ tigadi buusuu
Walgahii hawwaasaadhimmaa BSQ irrattigeggeefamu bakka fiyeroo isaa dubartootaafmijataa taasisuu.
Tajaajila BSQ keessattidhiiiraa fi dubartootniwalqixa hirmaachisuuyaada fi beekumsasaala lamaanuufudhachuu
Hojiiwwan bu’aqabeessa ta’an(productive) warra dhiiraandhuundfatameejiru keessattiwarridubartootaaakka hojjechuudanda’anitihaala mijataauumuu.
Bu’aa Argamuu fi Agarsiistuu isaa. Bu’aa Yeroo-dheeraa: Hojii BSQ addaa-addaa raawwatuun hirmaannaa fi fayyadamummaan dubartootaani mirkanaa’aa.
Bu’a Yeroo-gabaabaa 1: ga’ee dubartootni geggeesummaa koree BSQ keessatti qaban ni dabala
Bu’aa Yeroo-gabaabaa 2: Dhaabilee tajaajila addaa addaa BSQ keessatti hirmaatanii fi dubartootaangeggeefaman ni gurmaa’u
Bu’aa Yeroo-gabaabaa 3: BSQ karoorsuu fi hojii irra oolchuu dandeetiin qooda-fudhatootaa korniyaaidileessuu fi qaama miidhamtoota fayyadamoo gochuu ni dabala
Agarsiistuu Raawwii Ittiin Hordofan
• Koree BSQ pirojektii BSQ-SHD keessatti hirmaannaa dubartootaa %dhaan
• % Dubartootni ga’ee geeggeesummaa ijoo (Dura-taa’aa/ ssuu, Barreessaa/ ituu, fi Qarshi Qabduu) koreeBSQ keessatti argatan
•% koreewwan BSQ ga’een geggeesummaa hundi dubartoota ta’e
•% intarpiraayizoota dubartootaan durfamanii fi %40n dubartoota ta’e
•% Bakka geggeesummaa ijoo intarpiraayizoonni BSQ keessatti qooda-fudhatanii fi deggersa pirojektiiBSQ-SHDn hundeefaman qaban keessaa kan dubartootaan qabame
• % intarpiraayizoota dubartootaan geggeefaman aanaalee pirojektichaa keessatti argaman keessaa kanbu’aa qaban
• % dubartoota leenji ijaarsa dandeetii irratti hirmaatan ykn argatan
• Baay’ina namoota leenjii korniyaa idileessuu fi hirmaannaa fi fayyadamummaa qaama-miidhamtootaa.
Sagantaa Ijaarsa Dandeettii, Finfinnee, Mootummaa Naannoo Beniishaangul Gumuzi, Malaakuu T.
Hojii Gara Fuula-duraaJiruu fi jireenya dubartootaa fooyyesuuf qooda fudhatootni sektera BSQ keessatti hojjetaniifi sadarkaa hundumaa irratti argaman dhimma dubartoota aangessuu irratti harkawalqabatanii hojjechuu akka qaban yaada dhiyeesina. Qooda-fudhatootni kunneendhimmoota kanaan gaditi mul’atan irratti yoo hojjetan filatamaa dha.• Dubartootaa fi shamarran aangessuuf humna namaa, maallaqa, fi meeshaalee waliti
qindeessuu• Hojii haala qabatamaa irratti hundaa’e raawwachuuf haala amma jiru qorachuu• Tooftaalee fi kallattii addaa addaa fayyadamuun beekumsaa fi muuxannoo dubartoota fi
shamarran aangessuuf gargaaran waliif qooduu• Dubartootaa fi shamarran aangessuuf muuxannoo gaarii fi tarsimoo fooyya’aa ta’anbabal’isuu
• Dubartootni fi shamarran baadiyyaa rakkoo isaan quunnamu hiikachuu akka danda’anii fimirga isaaniif dubbachuu akka danda’an waltajii mijataa uumuu.
Qooda fudhatootni sektera BSQ hundi dhaadannoo “Dubartoota aangessuun hawwaasabal’aa aangessuu dha” jedhu ol-kaasanii akka dhageesisan Pirojektiin BSQ-SHDn waamichaisaa dhiyeessa.
Pirojektiin BSQ-SHDn deggersa mootummaa federaalaa, mootummaan naannoo fiEmbaasiin mootumaa Finlaandi taasiseef hedduu galatoomfata.
Mana Fincaanii Fooyya'aa Keellaa Fayyaa fi Mana Barumsaaf Ijaarame, Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Bantii E.
Pirojektii Bishaani, Saaniteeshinii fi Qulqullina Naannoo fi Dhunfaa(BSQ) Saffisaa fi Hawwaasaan Durfamu (SHD)
Ministeera Bishaanii, Jal’isii fi InarjiiFinfinnee
Lak. Bilbilaa: +251 921 775 098Facebook:@cmpethiopia
You tube: cmpethiopiaEmail: [email protected]
Website: www.cmpethiopia.org