hand dug shallow well practice group: wells
DESCRIPTION
Hand dug shallow well Practice Group: Wells. Daagaa ol-garagaaraa ( olka’aa ykn ciisaa ). Daagaa dhaka / biyyoo ( olka’aa ykn ciisaa ). 1. 2. Hand dug shallow well Practice Group: Wells. Daagaa Minjaala / dalgee. Oomisha qonnaan malee. 3. 2.2012. 4. 2.2012. Hand dug shallow well - PowerPoint PPT PresentationTRANSCRIPT
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Daagaa dhaka/biyyoo (olka’aa ykn ciisaa)
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa badda-daree
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? 3-35% lafa qonnaa tiif 3-15% hanga 5% lafa margaa irratti
Gosa rooba itti mijatuu? < 1400 mm ( lafa kan gar-malee ol-hinkaane)
> 1400mm ( hededa olka’aa)Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo gosa cirachaa fi dhakaa hin
ta’in Kan giddugaleessati bishaan ofkeessa dabarsuu danda’u.
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Ni mijata
Lafa barbaadu/barbaachisuu Giddu-galeessa
Humnaa nama barbaachisuu? Baay’ee
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqaadha
Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Hin oomishuu
Barbaachisaa gaba? Xiqqaadha
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee barbaachisaa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Biyyoo fi bishaan kunuunsaaFaayidaa kunuunsa qabeenya uummamaa Dhiqamaa biyyoo hirrisaa
Faayidaa Dinagdee fi hawasumaa Oomisha midhaani dabalaa
Daagaa ol-garagaaraa (olka’aa ykn ciisaa)
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Biyyoo fi bishaan kunuunsa
Faayidaa kunuunsa qabeenya uummamaa Dhiqamaa biyyoo hirrisaa
Faayidaaa dinagdee fi hawasumaa Oomishaa midhaanii ni dabalaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa baddaa daree fi baddaa
irrattiDhundhula lafa irrati hojjetuu? 3-15%, hanga 5% lafa
dheedichaafGosa rooba itti mijatuu? 900- 1400 mm
>1400 yoo olika’insi lafaa 500 - 1000m , <900mm yoo immoo >1500 ( (ciisaa) , > 1400mm (graded)
Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo gosa cirachaa fi dhakaa hin ta’in kan giddugaleessa ta’e bishaan ofkeessa dabarsuu danda’u.
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/hin mijaatuLafa barbaadu/barbaachisuu Giddu galeessaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee ni barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoo barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Eeyyen,yoo mukkeen fi margii tooraan keessa dhaabbatan
Barbaachisaa gaba? xiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee barbaachisa1 2
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Daagaa Minjaala/dalgee
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Baddaa daree fi baddaaDhundhula lafa irrati hojjetuu? 15-50%Gosa rooba itti mijatuu? Rooba kamiyyuu Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo cirachaa hin taanee
fi bishaan of keessa dabarsu
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijaataLafa barbaadu/barbaachisuu Lafa giddu galeessa
barbaachisaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaada Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoo barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Xiqqoo omishaaBarbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee ni barbaachisa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Biyyoo fi bishaan kunuunsa
Faayidaa kunuunsa qabeenya uummamaa Dhiqamaa biyyoo hirrisaa
Faayidaa Dinagdee fi hawasumaa Oomishaa midhaanii ni dabalaa
Oomisha qonnaan malee
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Biyyoo fi bishaan kunuunsa
Faayidaa kunuunsa qabeenya uummamaa Dhiqamaa biyyoo hirrisaa
Dinagdee fi hawasumaa Oomishtummaa midhaanii dabalaa
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Badda-daree fi BaddaaDhundhula lafa irrati hojjetuu? Bakkaa hundaatiGosa rooba itti mijatuu? Hundaaf ni mijataaGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo furdaa fi cirrach kan
hintaaneLafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Lafa giddu galeessa
barbaachisaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaachisa Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoo barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? XiqqaadhaBarbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee ni barbaachisa3 42.2012 2.2012
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Daagaa gaara jalaa( bo’oo fi bo’oo malee)
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa BaddaaDhundhula lafa irrati hojjetuu? 15-50%Gosa rooba itti mijatuu? <900mmGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo kotichaa fi ciirachaa
kan hin tane , kan bishaan ofkeessatti hin qabane
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyen ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Lafa giddugaleessa
barbaachisaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoo barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Eeyen, yoo mukati itti makamee
Barbaachisaa gaba? XiqqoodhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee ni barbaachisaa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Biyyoo fi bishaan kunuunsaa
Faayidaa kunuunsa qabeenya uummamaa Dhiqama biyyoo hirisaa
Faayidaa Dinagdee fi hawasumaa Oomisha midhaani dabala
5 6
Marga_tooran rogaa lafaa irrati
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Baddaa darreeDhundhula lafa irrati hojjetuu? < 15%Gosa rooba itti mijatuu? > 900 mm Gosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Baay’ee guddaadhaHumnaa nama barbaachisuu? Muraasa Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiiqqoo barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Eyyen, ni oomishaa
Barbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Bishaan lafa keessatti kununsuu Biyyoo fi bishaan kunuunsaa
Faayidaa kununsuu qabeenyaa uumama Dhiqama biyyoo hirrisaa
Dinagdee fi hawasumaa Nyaata Beeladaa ni gumaacha
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Pampii tiridilii
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan lafa keessaa ol- harkisaa
Faayidaa kunuunsa qabeenya uummamaa -
Faayidaa Dinagdee fi hawasumaa Bonee ittiin oomishuuOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? Rooba hunda garuu bishaan
kuusaa jirachuu qabaGosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/hin mijaatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Homa hin barbaachisuuHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Giddu galessa barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Miti/hin oomishuu
Barbaachisaa gaba? Sirritti barbaachissa/ guddaa Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
7
Humna Bubbeen Bishaan lafa keessa harkisuu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan lafa keessaa harkisaaFaayidaa kunuunsa qabeenya uummamaa -
Faayidaa Dinagdee fi hawasumaa Bonee ittiin oomishuuOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? Rooba hundaaf, garuu
kusamaa bishaan fi bubeen jirachuu qaba
Gosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/Hin mijaatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Lafa giddu galeesaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Giddu galessa barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Miti/hin maddisiisu
Barbaachisaa gaba? Sirritti barbaachisaaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
xiqqaadha
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Motoraa bishaan harkisu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan lafa keessaa ol-harkisaa
Qabeenyaa uumama kununsuu -
Dinagdee fi hawasumaa Yeroo bokkaan hin jirre midhaan gabaaf olu Omishuuf faayadaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? Gosa roobaa hunda garuu
kuusaan jiraachuu qabaGosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/Hin mijaatuLafa barbaadu/barbaachisuu Xiqoo/homaa hin barbaadu/Humnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Giddu galessa barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Miti/hin gargaaru
Barbaachisaa gaba? Guddaa barbaachisaaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
9 10
Jallisii copaa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan lafa keessaa ol-harkisaa
Qabeenyaa uumama kununsuu -Dinagdee fi hawasumaa Omishtummaa ni dabalaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? Rooba hunda garuu bishaan
kuusamuu qabaGosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/hin mijaatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Hin barbaachisuuHumnaa nama barbaachisuu? Xiqqaadha
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Guddaadha Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/hin oomishuu Barbaachisaa gaba? Guddaa barbaachisaa
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiiqqaadha
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Galoo/Loolaaa jallisuu (faayidaa jallisii tasaaf)
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan kuusuufQabeenyaa uumama kununsuu Dalalii/dubushii/ ni kuusaDinagdee fi hawasumaa Caallummaa ni fooyessaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? < 900 mmGosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu XiqqoodhaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee ni barbaadaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoodha Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/hin oomishuu
Barbaachisaa gaba? Xiqqaadha
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee ni barbaachisa
Laga jallisuu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan lagaa fayadamuQabeenyaa uumama kununsuu -
Dinagdee fi hawasumaa Jalisii midhaan galii maddisiisu oomishuuf
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa gamoojiiDhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? Rooba goosa fedhe ta’e lafa
bishaanituu dhiyaatu ni barbaada
Gosa biyyoo irrati mijatu? Lafa cirrachaa kan hin taane.Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Jidduu-galeessaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee ni barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Jidduu-galeessa hanga
guddaatiNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/hin oomishuuBarbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee ni barbaachisa
11 12
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Boolla lafa jalaa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan kuusuuf tajaajilaQabeenyaa uumama kununsuu -
Dinagdee fi hawasummaaf` Jal’isiif akka dabalataatti ni fayadaaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo gadifagoo, kooticha
hintaaneLafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Lafa giddugaleesaHumnaa nama barbaachisuu? GiddugaleessaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Baay’eeNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/hin oomishuu
Barbaachisaa gaba? Baay’eeHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
13 14
Hidhaa/cufaa cirrachaa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Laga yaa’u irratti hidhuuf fayyada
Qabeenyaa uumama kununsuu -
Dinagdee fi hawasumaaJal’isii dabalaa ta’e midhaan gatii qabeesa oomishuuf ni gargaara
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? lafa gaammojjii
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? Lagati dhiyyaachuu qabaGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo cirachaa ta’u qabaLafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/hin mijatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Xiiqqoodha Humnaa nama barbaachisuu? Baay’eeBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Baay’eeNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/hingargaaruuBarbaachisaa gaba? Baay’ee barbaachisaaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Baay’ee barbaachisaa
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Kuree/Kuusa bishani
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan kuusuuf ni fayadaQabeenyaa uumama kununsuu -Faayidaa dinagdee fi hawaasaaf
Midhaan galii oomishuuf bishaan dabalataa ni gumaacha
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa baddaadarree hanga Baddaati
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? < 50%Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo kooticha fi cirrachaa kan hin
taane, kan bishaan of-keessa dabarsuu danda’u
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/ hin mijatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Giddu_galessaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’eeBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Giddu-galeessaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? -Barbaachisaa gaba? Baay’eeHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
15 16
Eela bishaanii
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee bishaan kuusuufQabeenyaa uumama kununsuu -Faayidaa dinagdee fi hawaasaaf Yeroo caamaa jal’isiif ni fayadaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? lafa gamoojjii Dhundhula lafa irrati hojjetuu? < 35%Gosa rooba itti mijatuu? Roobni kamiyuu ni ta’aaf
garuu bishaan lafa jalaa jiraachuu qaba
Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo ciracha ykn dhaakaa hin taanef gadi-fagoo kan ta’e
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/HinmijatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Lafa giddu_galeessaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee dhaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Baay’ee dhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/Hindanda’amuBarbaachisaa gaba? Baay’eeHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Giddu galeessa
2.2012 2.2012
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Bishaan baaxii qeensuu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan kuusuuf ni fayadaQabeenyaa uumama kununsuu -
Faayidaa diinagdee fi hawaasaaf
Yeroo caamaa bishaan dabalataa oomishaa midhan gabaaf kennaa.Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? HundaGosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Xiqqaadha Humnaa nama barbaachisuu? Baay’eedhaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Baay’eeNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/HindandahamuBarbaachisaa gaba? Giddugaleessa
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Hidha xiqqoo hojjechuu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan kuusuuf ni fayadaQabeenyaa uumama kununsuu -Dinagdee fi hawasumaa Jalissii dabalaaf ni fayyadaaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? Baddaa daree-
gaammoojiiDhundhula lafa irrati hojjetuu? < 50%Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Giddu aleessaHumnaa nama barbaachisuu? Baay’eeBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Baay’eeNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/hin maddisuu
Barbaachisaa gaba? Baay’eeHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Giddu-galeessa
17 2.2012
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Hidhaa bo’oo/ya’aa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan bakka jiruutti kuusuuf ni fayada
Qabeenyaa uumamaa kunuunsuu Lafa borqatee ni bayyannachiisaaFaayidaa diinagdee fi hawaasaaf Lafa borqatee qotuuf ni gargaaraOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? Gosa rooba itti mijatuu? < 900 mm
<1400 mm if altitude <2300m
Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo gadfagaatu koticha fi ciracha kan hintaane
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Hin mijatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Baay’eeHumnaa nama barbaachisuu? GiddugalessaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Bayy'ee/guddaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Miti/hindandahamu
Barbaachisaa gaba? Gad aanaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
19 20
Bool’a Bishaan qocatu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan kuusuuf ni fayadaaQabeenyaa uumama kununsuuFaayidaa diinagdee fi hawaasaaf Oomisha ni dabalaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? Baddaa daree- BaddaaDhundhula lafa irrati hojjetuu? < 50%Gosa rooba itti mijatuu? Hunda
Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo kooticha fi ciracha kan hin taane
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataa
Lafa barbaadu/barbaachisuu Baay’ee/guddaa
Humnaa nama barbaachisuu? Giddugalessa
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoodha
Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/Hindandahamu
Barbaachisaa gaba? Miti/hin barbaachisuuHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
2.2012
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Bool’a Zai fi akkaataa biqiltuun keessa dhaabbatu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan bakka jiruutti kuusuuf ni fayyada
Qabeenyaa uummamaa kununsuu
Lafa borqatee deebisee ni tumsaa
Faayidaa diinagdee fi hawaasaaf Lafa manca’e qotuuf gargaaraOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? < 5%Gosa rooba itti mijatuu? < 900 mmGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo wirtu kootichaa fi ciracha
kanhin taane
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Miti/Hin barbaachisuuHumnaa nama barbaachisuu? Giddu galeessa
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqaadha Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Eyyen, ni oomishaaBarbaachisaa gaba? Gad-aanaadha
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Bool’oo walakkaa ji’aa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan bakka jiruutti kuusuuf ni gargaara
Qabeenyaa uumama kununsuu Loolaa ittiissa
Dinagdee fi hawasumaa Bakkaa caamni haammatuu ittin qotuOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? < 5%Gosa rooba itti mijatuu? < 900 mm yoo olka’insi isaa <
1500 m ta’e.
Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo gad fageenya qabuLafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Giddu galeessaHumnaa nama barbaachisuu? Giddu galeessa
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqaadha Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Hindandahamu
Barbaachisaa gaba? Xiqqaadha Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
11
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Hidhaa Loolaaa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Ittisaa biyyoo fi bishaniif
Qabeenya uummamaa kununsuu Biyyoo gabisuuf
Faayidaa diinagdee fi hawaasaaf _Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa baddaa dareeDhundhula lafa irrati hojjetuu? 1-35%Gosa rooba itti mijatuu? Hunda (Bakka hundaati)Gosa biyyoo irrati mijatu? Hunda Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Lafa hundarati ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Eeyyen, ni barbaachisaaHumnaa nama barbaachisuu? Xiqqaadha Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Baay’ee dhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Eeyyen, ni oomishaaBarbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Giddu-galeessa
23 24
Boraatii lolaa/daandii lolaa/
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan Oyiruu irraa jallisaaQabeenyaa uumama kununsuu: Dhiqama biyyoo hirrisaa
Faayidaa diinagdee fi hawaasaaf Oomisha midhaanii dabalaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa Baddaa daree - BaddaaDhundhula lafa irrati hojjetuu? < 50 %Gosa rooba itti mijatuu? Bakkaa hundaaGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo kooticha ala kan ta’eLafa borqii irratti mijachuu isaa? Eeyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Xiqqaadha Humnaa nama barbaachisuu? Baay’eedhaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqaadha Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Yoo mukootni tooraan
dhaabbatanBarbaachisaa gaba? Gad-aanaa/xiqaaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Guddaa barbaachisaa
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Midhaan kan bu’uureffatee kunuunsaa xaa’ummaa (Midhaan dheedhi, wal-keessa facaasuu fi waggaati lafa midhaani waljijjiiru)
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Burqaa gabbisaaQabeenyaa uumama kununsuu Xaa’ummaa biyyoo ni dabalaFaayidaa diinagdee fi hawaasaaf Nyaata beeladaa ni argamsiisaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? < 50%Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Hin mijatuLafa barbaadu/barbaachisuu HinbarbaaduHumnaa nama barbaachisuu? Giddu-galeesa Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoo barbaachisaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Eeyyen, ni oomishaa
Barbaachisaa gaba? Xiqqaadha Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
25 26
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Burqaa gabbisaaQabeenyaa uumama kununsuu Xa’uummaa biyyoo ni dabalaFaayidaa diinagdee fi hawaasaaf Nyaata beeladaf ni fayadaaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -Dhundhula lafa irrati hojjetuu? < 50%Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Miti/hin mijaatuLafa barbaadu/barbaachisuu Miti/hin barbaachisuuHumnaa nama barbaachisuu? Giddu galeesa Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqoo barbaachisaaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Eeyyen, ni oomishaa
Barbaachisaa gaba? Xiqqaadha
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Foyya’aa callaa_guddiistu biyyoo (Xa’oo uummamaa fi nam-tolchee)
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Biqiltuu Maangoo
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Buurqaa gabbisaaQabeenyaa uumama kununsuu Loolaa ittisaaFaayidaa diinagdee hawaasaaf
Madaa galii fi nyaata nama ni ta’a
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? Meetraa 500-1500ti
Dhundhula lafa irrati hojjetuu?
Gosa rooba itti mijatuu? > 1400mmGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo bishan xuxxatuuLafa borqii irratti mijachuu isaa? Hin MijaatuuLafa barbaadu/barbaachisuu Lafa ni barbaadaHumnaa nama barbaachisuu? Giddu galeessaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Giddu galeessaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Miti/hin oomishuu
Barbaachisaa gaba? Baay’ee barbaachisaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Bosona nam-tolchee
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Burqaa gabbisaaQabeenyaa uummamaa kununsuu Loolaa ittisaa
Faayidaa dinagdee fi hawaasaaf
Xaawwulaa, muduraa fi nyaata beeladaa ne kenna
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? - Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -
Gosa rooba itti mijatuu? Gosa mukaa irratti hundaa’aGosa biyyoo irrati mijatu? Gosa biyyoo irratti hundaa’aLafa borqii irratti mijachuu isaa? Ni mijata
Lafa barbaadu/barbaachisuu Ni barbaachisaHumnaa nama barbaachisuu? Giddugaleessan ni barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Giddugaleessan ni barbaachisa
Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Yoo mukoota fayidaa baay’ee qbu ta’e
Barbaachisaa gaba? Xiqqaadha Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
27 282.2012 2.2012
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Herringbones/Daagaa gartokkee durii/
Bishaan lafa keessatti kununsuu
Bishaan bakka jiruut mukootaf ni kuusaa
Qabeenyaa uumama kununsuu: Lafa borqa’a ni fooyeessa
Dinagdee fi hawasumaa Nyaata beelada fi qoraaniif ni fayada
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? - Dhundhula lafa irrati hojjetuu? <5%Gosa rooba itti mijatuu? < 900mmGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo giddu galessa Kotichaa
kan hintanee, lafa dhakalee ni ta’a.
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Lafa borqa’aa irratti duwwaa hojjetama
Lafa barbaadu/barbaachisuu Miti/HinbarbaachisuuHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? XiqqaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Yoo muka faayidaa baay’ee qabu
ta’e
Barbaachisaa gaba? Xiqqoo ni barbaachisaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Golba bool’oo nyaaraa
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchiseeBishan bakka bu’eeti mukaaf tursiisuu
Qabeenyaa uumama kununsuu Loolaaa to’aachuufFaayidaa dinagdee fi hawaasaaf
Qileensa foyyesuu fi galii maddisiisuuOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? < 1400mm, 1400 I yoo oli ka’insaa
lafa <1500mm
Gosa biyyoo irrati mijatu? Kooticha kan hintaane, kan gad fagaatee
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Lafa borqa’aa irratti duwwaa hojjetama
Lafa barbaadu/barbaachisuu Hin barbaachisuuHumnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaada
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? XiqqaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Eyyee, yoo muka faayidaa baay’ee qabu ta’e
Barbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
29 30
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Daangaa/roga lafa irra muka dhaabuu
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Buurqa gabbisuuf
Qabeenyaa uumama kununsuu Loolaaa ni ittisaaFaayidaa dinagdee fi hawaasaaf
Nyaata beeladaa, mudaraa, qoraan fi saanqaa ni kennaa
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? - Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? Gosa mukaa irratti hunda’aGosa biyyoo irrati mijatu? Gosa mukaa irraatti hunda’aLafa borqii irratti mijachuu isaa? Eyyen ni mijaataLafa barbaadu/barbaachisuu XiqqaadhaHumnaa nama barbaachisuu? Xiqqaadha
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? XiqqaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Eyyee, yoo mukaa fayidaa
baay’ee qabu ta’e
Barbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Bo’oo/maagada/ bishan qabatuu fi boollawwan xixiiqqaa/foyya’oo
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchiseeMukaaf bishaan kuusuun gargaara
Qabeenyaa uumama kununsuu: Lafa borqatee bayyanachiisaa
Socio-economic purpose Oomishtummaa lafa naannoolee gara jiraaniti fayyadama.
Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? - Dhundhula lafa irrati hojjetuu? <35%Gosa rooba itti mijatuu? <900mmGosa biyyoo irrati mijatu? Kotiichaaf biyyoo lafa gubbaaf
(shallow) hinta’u.Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Isaaf duwwaa ta’aLafa barbaadu/barbaachisuu Hin barbaachisuuHumnaa nama barbaachisuu? Baayyee barbaachisaaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? XiqqaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Eyyeen, yoo mukaa fayidaa
baay’ee qabeesaa ta’eefBarbaachisaa gaba? XiqqaadhaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
2.2012 2.201231 32
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
Biqiltuu Poomii/Apillii/
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Burqaa ni cimissaa/gabbisaaQabeenyaa uumama kununsuu Dhiqamaa biyyoo hirissa
Faayidaa dinagdee fi hawaasaaf Nyaata nama fi maddaa galiitiOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa baddaa (ji’a 1ff ho’insaa <14
ºc)Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? 1000 -1500 mmGosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo bishan sirriti gad_dabarsuu
fi gahaa qabatuu
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Hin mijaatu
Lafa barbaadu/barbaachisuu Guddaa barbaachisaaHumnaa nama barbaachisuu? Gidduu galeessaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Gidduu galeessaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Hin oomishuu
Barbaachisaa gaba? Bayy'ee barbaachisaaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha 33 34
Golba bool’oo xixiqqoo
Faayidaa saayinsii bishaanii ilaalchisee Bishaan bakka jiruut mukootaf ni kuusaa
Qabeenyaa uumama kununsuu Lafa borqa’a ni fooyeessaFaayidaa dinagdee fi hawaasaaf Nyaata beeladaf ni fayyadaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa baddadareeDhundhula lafa irrati hojjetuu? < 15% Gosa rooba itti mijatuu? >900 mm and if altitude >1500 m
Gosa biyyoo irrati mijatu? Kooticha kan hin taanee fi bishaan of-keessa dabarsuu kan danda’u
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eyyen, borqiif bayyanachiisuuf ni gargaaraa
Lafa barbaadu/barbaachisuu Hin barbachisu
Humnaa nama barbaachisuu? Baay’ee barbaachisaa Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Xiqqaadha
Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Eyyee, yoo muka fayida baay;’ee qabu ta’e
Barbaachisaa gaba? Xiqqoo ni barbaachisaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
2.2012 2.2012
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Lafa margaa irraati margaa dabalataan facaasu
Faayidaa bishaanii ilaalchisee Bisha lafa jala ni gabbisaa
Qabeenyaa uumama kununsuu Lafa margaa ni gabbisa
Dinagdee fi hawasumaa Qulqullina nyaata beeladaa ni dabalaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eyye ni mijataLafa barbaadu/barbaachisuu Miti/hin barbaachisuu Humnaa nama barbaachisuu? XiqqaadhaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? XiqqaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Eyyee, ni maddisiisaa
Barbaachisaa gaba? Giddu galeessaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Giddu galeessa
Faayidaa bishaanii ilaalchisee Itti fayyadama bishaanii ni dabala
Qabeenyaa uumama kununsuu -Faayidaa dinagdee fi hawaasaa
Bu’aa horii irraa argamuu ni dabalaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? -
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -
Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu? -Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Hin mijatu
Lafa barbaadu/barbaachisuu Lafa ni barbaachisaa?
Humnaa nama barbaachisuu? Giddu galeesadhaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? Baay’eedhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Miti/hin ilaalatu
Barbaachisaa gaba? Baay’ee barbaachisa
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Xiqqaadha
Horii diiqalaa horsiisuu
2.2012 2.201235 36
Hand dug shallow wellPractice Group: Wells
all
Sochii beeladoota hirrisuu / qooqqobuu
Faayidaa bishaanii ilaalchiseeGadseensa bishaani ni dabalaa
Qabeenyaa uumama kununsuu Lafa dheedichaa ni fooyyeessa
Dinagdee fi hawasumaa -Ol-ka’insa lafaa itti mijatuu? -Dhundhula lafa irrati hojjetuu? -Gosa rooba itti mijatuu? -Gosa biyyoo irrati mijatu?
Lafa borqii irratti mijachuu isaa? Eyyen ni mijaataLafa barbaadu/barbaachisuu XiqaadhaHumnaa nama barbaachisuu? Xiqqoo barbaachisaBaasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? XiqqaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa? Eyyen, ni oomishaa Barbaachisaa gaba? Xiqqaadha Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Guddaa barbaachisa
2.2012 2.201238
Faayidaa bishaanii ilaalchisee Gadseensa bishaani ni dabalaa
Qabeenyaa uumama kununsuu Loolaaa ni hirrisaaFaayidaa dinagdee fi hawaasaa Qulqullina nyaata beeladaa ni dabalaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu? Lafa kam irratti ni ta’a garuu
irraacalaa lafa borqaa’aaf ni tola
Dhundhula lafa irrati hojjetuu? Hunda irrattiGosa rooba itti mijatuu? Bakka hunda irratti Gosa biyyoo irrati mijatu? Biyyoo kamiiyuu irratti ni ta’aLafa borqii irratti mijachuu isaa? Eyyen, ni mijataaLafa barbaadu/barbaachisuu Baay’ee barbaachisaaHumnaa nama barbaachisuu? Xiqqoo barbaachisa
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu? XiqqaadhaNyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Eeyyen, ni oomishaa
Barbaachisaa gaba? Giddu galeessaHariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Guddaa barbaachisa
Naannoo seensaaf dhorkuu fi biqiltoota dhaabutiin guutu
Kaardii Kalaqaa/furmaataa
_________________Muxannoo keessan barreessa
Bishaan lafa keessatti kununsuuQabeenyaa uumama kununsuuDinagdee fi hawasumaaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu?
Dhundhula lafa irrati hojjetuu?
Gosa rooba itti mijatuu?Gosa biyyoo irrati mijatu?
Lafa borqii irratti mijachuu isaa?
Lafa barbaadu/barbaachisuu
Humnaa nama barbaachisuu?
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu?
Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?Barbaachisaa gaba?
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Kaardii Kalaqaa/furmaataa
_________________Muxannoo keessan barreessa
Bishaan lafa keessatti kununsuuQabeenyaa uumama kununsuuDinagdee fi hawasumaaOl-ka’insa lafaa itti mijatuu?
Dhundhula lafa irrati hojjetuu?
Gosa rooba itti mijatuu?Gosa biyyoo irrati mijatu?
Lafa borqii irratti mijachuu isaa?
Lafa barbaadu/barbaachisuu
Humnaa nama barbaachisuu?
Baasii/ Kaapitaala/ barbaachisu?
Nyaata beeladaa dabalatan ni oomishaa?
Barbaachisaa gaba?
Hariiroo waliin hojjeechuu barbachisuu
Kaardii furmaataa/kalaqaa
___________________________Muuxannoo kee barreessi
Hojii furmaataa/kalaqaa jeechuun gocha ykn fala murteesinaa qotee bulaa ol tahaan (kan akka gargaarsa qaama mootuma, mitti-mootuma, kkf barbaadanidha) jijjiiramaa haala hojii fiduu kan gargaaranidha.
Ibsaa
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• _______________________________________________
Maaliif barbaachise?
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• ________________________________________________
Kaardii furmaataa/kalaqaa
___________________________Muuxannoo kee barreessi
Hojii furmaataa/kalaqaa jeechuun gocha ykn fala murteesinaa qotee bulaa ol tahaan (kan akka gargaarsa qaama mootuma, mitti-mootuma, kkf barbaadanidha) jijjiiramaa haala hojii fiduu kan gargaaranidha.
Ibsaa
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• _______________________________________________
Maaliif barbaachise?
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• _______________________________________________
• _______________________________________________