hennepin county qajeelcha akkataa itti qulqullesituu/media/hennepinus/business/work-with... ·...

12
Hennepin County Qajeelcha akkataa itti qulqullesituu How to get rid of it guide

Upload: others

Post on 09-Feb-2021

2 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

  • Hennepin County

    Qajeelcha akkataa itti qulqullesituuHow to get rid of it guide

  • 2 | QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU

  • QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU | 3

    SeensaQajeelchii Akkataa Itti Qulqullesituu ilaalchisee akka waligalaatti jiraattotaaf haala balfaa itti qulqullesituu irratti ibsa gabaabaa ni kenaa. Qajeelchii kun irra-deebisanii hojjif olchuu, xiqqeessuu fi irra deebisaan itti fayyadamu, kan umamaa irra-deebisani hojjif olchuu, ardaa dubbatti koompostii gochuu, balfaa midhaa fidan , qorichaa fi waan qara qabu ilaalchisee odeeffannoo ni kenaa.

    QabiyyeeIrra-deebisanii hojjif olchuu . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 4

    Xiqqeessuu fi irra-deebidhaan itti fayyada irra olchuu . . . . . . . . . . . . . . . . . 5

    Omisha uumamaa irra-deebisani hojjif olchuu . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 6

    Boroo koompostiin itti qopha’uu . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 7

    Balfaa dallaa keessaa . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 7

    Mana keessaa balfaa midhaa fidan . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 8

    Balfaa midhaa fidan hir’isuu . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . .10

    Qorichaa gatamaa . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . .11

    Limmoo miseensa maatii fi balfaa waan qara qabu itti gatamu . . . . . . .11

    Meshaalee gatamaa . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . .12

  • • Waraqaa – Waraqaa ergaa,

    waajjiraa fi mana barumsaa

    – Baafataa fi Maxxansa – Gaazexxaa – Kitaaba lakkoofsa bilbilaa – Sanduuqaawaan: maaloo

    sanduuqaawaan jiraan dirirsaa – Waraqaa sanduuqa hojjichuuf

    fayyaduu – Sanduuqa buskuutti – Sanduuqa kophee, kennaa fi

    elektrooniksii – Sanduuqa rigaa ilkanii, qorichaa fi

    mana fincaanii

    • Kaartooniiwaan – Kaartoonnii

    ananni fi kireemii – Sanduuqa cunfaa

    fuduraa – Kaartoonii saamunnaa

    • Birciqqoo – Qaruuraa nyaataa fi

    dhugaatti fi huuroo

    • Sibila – Sibila nyaataa fi

    dhugaatti itti hagugamuu

    • Laastikii – Qorkii fi

    ninnigaa • Qorkii

    bishanii, Soodaa fi Cuunfaa fuduraa

    • Ninnigaa anannii fi cuunfaa fuduraa

    • Qorkii dhangala’aa meeshaa dhiquuf qopha’ee fi ninnigaa sammunaa dhangala’aa

    • Qorkii kachaapii fi direesingii salaxaa

    • Qarurraa shamipoo, saamunaa fi Looshinii

    – Kubbaayyaaa fi qabaa: • Kubbaayyaaa nyaata booda mi’aa

    nyaatamuu, baaduu fi fuduraa • Kubbaayyaa fi sahaanii gatamaa • Maargarinii, Godoo baaduu fi

    qabaa kan biroof ta’uu • Qabaa omishaa,nyaata mana

    nyaataatti qopha’uu fi fudhachuuf ta’uu

    – Qarqabaalee • Qarqabaalee ashangulitti fi

    meshaa elektironiksii irraa ka’ee

    4 | QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU

    Irra deebisanii hojiif olchuun gocha salphaa gaafa ta’u kunnis hawaasa kee gargaruu fi fallama haala qilleensa too’achuuf kan fayyadudha. Irra-deebisanii hojjif olchuun carraa hojji kan uumuu fi hamma qabeenya uumamaa meeshaa haaraa omishuu kan fayyaduu qusachuudhaaf ni olaa.

    Meeshalee sagantaa irra-deebisanii hojiif olchuuf iddoo daanga’eetti gatamuu danda’aan kanneen armaan gadi ni-dabalataa:

    Irra-deebisatani hojjif hin-olchinaa: laastikii ifa dabarsuu, Borsaa laastikii, laastikii nyaata humna harkiisa qopha’ee, Shaanii, kubaayyaa fi fooxaa waraqaa, birciqqoo dhugaatti, shaanii, daawitii fi qabaa omishaa midhaa fidan itti qabame.

    Irra-deebisanii hojjif olchuuRecycling

  • QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU | 5

    Baasii bittaa waan barbaachisuuf baastuu xiqqeessuuf meeshaa qabdu irra-deebidhaan itti fayyadamuu ykn omisha irra deebidhaan itti fayyadaman bittaadha. Kana argachudhaaf ‘Hennepin County’s Choose Reuse Director’ (Direektora Irra-deebidhaan itti fayyadamu) biraa carraa gargarsaan kenname fi qusii naannoo fi kuusaa meeshaa qaamni biroo itti fayyadame mirkanefadhaa. Odeeffannoo dabalataaf hennepin.us/choosetoreuse daawadhaa ykn lakkoofsa 612-348-3777 bilbilaa.

    ‘Hennepin County’s Fix-It Clinics’ itti billisaan gargarsa qajeelchaan degarame meeshalee mana keessaa cabban , uffata tarsa’aan, elektroniiksii fi kan biroo ni suuphamaa. Odeeffannoo dabalataaf hennepin.us/fixitclinic ykn lakkoofsa 612-348-9195 bilbilaa.

    Xiqqeessuu fi irra deebiidhaan itti fayyadamuReduce and reuse

  • 6 | QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU

    Omisha uumamaa irra-deebisani hojjif olchuuOrganics recycling

    Wantootaa manaa gataman keessaa harkii 30 omisha uumamaa yoo ta’uu kunnis qola nyaataa fi nyaata omisha waraqaan qarqababe fayyidaa ala ta’aanidha. Sangataa omish uumamaa irra-deebisani hojjif olchuu, balfaa Koompoostii gochudhaan fayyidaa irratti olchuuf lafa sira’aa fi piroojektii ijaarsa daandii fayyadamaa.

    Magaalaan baayyee County keessatti argaman iddoo daanga’ee ykn filannoo iddoo omisha uumamaa irra-deebidhaan itti gaataniif qophesaniru. Omishnii uumamaa gaatamu ‘Hennepin County Drop-off Facility’ kan paarkii ‘Brooklyn’ itti argamuu walitti qabun ni fudhatuu. Filannoodhaan iddoo irra-deebidhaan hojjitti olchaan argachuudhaaf qindeesaa dhima irra-deebisanii hojjitti olchuu ykn tajaajjiraa balfaa geejibu kan magaala ketti argamuu qunnamaa ykn hennepin.us/organics daawadhaan.

    Nyaata mara • Fuduraalee fi muduraalee • Foon, qurxummi fi lafee • Omishaa bu’aa annanni • Hanqaaquu fi qola hanqaaquu • Paastaa, baaqelaa fi ruuzii • Daabboo fi midhaan • Lawuzii fi qolalawuuzii

    Waraqaa xura’aa nyaata kan walqabatu • Sanduqa pizaan mammiltootaaf itti dhihaatu • Fooxaa waraqaa fi fooxaa harkaaf afaan itti

    haaxxa’amu • Kaartoonnii waraqaa hanqaaquu itti qabamuu • Waraqaa biraanaa

    Omisha koompostii ta’uuf mirkannefana kan qabu • waraqaa koompostii ta’uu fi kubbayyaa

    pilaastikaa, shaanii, shaanii golboo,meeshalee mana keessaa fi meeshaa waa keessaa kaa’an

    BPI ykn mallatoo ‘Cedar Grove’ ykn omisha mirkaneefna qabu ta’e “koompostii kan ta’uu” (“compostable”) barbaadaa.

    Maalimaa maatii kompoostii ta’uu kan biroo • Lafa bunaa fi calaltu • cittuu rifeensaa fi qeensa • Maraa jirbii fi jirbii maddaa fi dhangala’aa itti

    haxxamuu • Biqiltuu fi abaabboo mana • qabaa shaayii • Meeshalee muka irraa hojjetamn kan akka

    chapistikii, muka ‘popsicle’ fi rigaa

    Fudhatam hinqabu: • Kosii dallaa• Meeshaa qulqulinaa fi daayiparii • Kosii bineensotaa fi adurree, balfaa ykn

    afaa • Meeshaa qulqulinaa ykn googsaa qaama

    daa’imanni • Giriisii ykn zaayita • ‘Styrofoam™’• Faashaa gogoogaa fi ansoolaa gogsaa • Qodaa irraadebi’aman (kartonnii,

    birciqqoo, sibila, pilaastikii)• Qabaa nyaata hadoodaa • Baajii ‘microwave popcorn ‘ • Mastikaa • Maraa nyaata yeroo gabbabaa• Omishaa “biodegradable” kan jedhamu

    kan itti maxxanfame

  • QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU | 7

    Boroo keessatti kompostiin itti qopha’uu

    Balfaa dallaa

    Backyard composting

    Yard Waste

    Nyaatni tokko tokkoo fi balfaa dalaa keessa jiru fayyadamuun kompoostii gochuuf sanduqa oddoo keessatti qopheesuuf qixxa’eetti fayyadamaa. Oddoo keessatti kompostii qopheesuun balfaa manaa fi nyaatni irra-deebidhaan hojjif akka oluuf kan godhu yoo ta’u kuniis koompostii qabiyyeedhaan kan badhadhee ta’ee oddoo fi biqiltootaaf tajaajilatti kan oluu dha.

    Omishaa koompostii ta’uu waan danda’aaniif iddoo (barmeela) irratti naqaman: • Kuduraa fi fuduraa gogogaa• Mumuraa biqilaa• Margaa fi baala• Lafa bunaa fi calaltu • Baala shaayii fi qabaa shaayii• Qola buphaa• Qola laawuzii

    Foon , lafee, Omishaa bu’aa annanni, cooma, zaayita fi omisha oddoo keesattii koompoostii akka ta’uuf hindabalinaa kunnis balfaan erga baayyatee boda tempirecharan omisnii akka hin-mumuramne ni dhowaa. Odeeffannoo dabalataaf hennepin.us/composting ykn lakkoofsa 612-348-3777 bilbilaa.

    Balfaa dallaa kan akka marga haammaa, damee fi baala kan jedhama qabiyyee baayyee argachudhaan dallaa kee keessatti kompoostii ta’uu dhaan irra-deebiin hojji irra akka oluu ni godha. Balfaa mana miseensotni maatii keesaa argamuu iddoo qopha’ee irratti gatuun gocha seera qabeesaadha.

    Filannoo akkataa balfaa dallaa keessaa itti to’aatu• Balfaa dallaa, fuduraa fi muduraa gogogaa barmeela koompostiitti walitti qabuu• Waantoota irra-deebidhaan hojjitti oluu qaama geejibaan kaasu yoo tajaajjila

    kanaa balfaa dallaa keessafis akka kennuuf dhisuu isaa adda baafadha.• Balfaa dallaa kee keessa ba’uu gaatudhaaf iddoo sitti dhiyatuutti gaataa• Haammaa margaa daallaa dirree itti biqileetti dhisaaa. Baala kammiyyuu gara

    daandiitti hindhisinaa.• Balfaa adurree kasii

    Tareefama iddoo argama balfaa dallaa itti gaatamu hennepin.us/yardwaste ykn 612-348-3777 bilbilaa.

  • Iddoo itti darbamutti geessaaWaantoota mana keessatii faayyadamuunu si’a tokko tokko fayyaa fi haala qilleensa naannoo keenyaa kan midhuu yoo ta’uu yoo hin tanee rakkoo ni saxxilaa. Balfaa maalima mana keessaa midhaa fidan kaneen armaan gadi fudhatama ‘Hennepin County Drop-off Facilities’ ttin kan qabanidha.

    balfaa midhaa fidan kaneen kan ni dabaluu:

    • Meeshaalee konkolaataa – Antifirizii – Fireenii fi dabarasaa dhangala’aa – Nadajii fi zayitaa – Dhagaa lead acid

    • Mana jireenyaa, diree margii itti biqiluu fi omisha manduubee

    – baatirii – Meshaa qulqullinaa – Qulquleestuu dhangala’aa – Ampoolii ibsaa floresantii – Fakkii, xurrii fi haaluu waan itti qalisnu – Farra ilbisotaa – ‘Thermostats fi thermometers’

    ( mercury ni dabalataa)

    • Omisha kunnunsa dhuunfaa: – Dibata rifeensaa – Qulquleesituu fi murtuu qensaa – Urgooftuu

    8 | QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU

    Household hazardous wasteMana keessaa balfaa midhaa fidan

  • • Eleektrooniksii: – Kaameraa – DVD kan taphachisuu – Koomputara* – Sirna taphaa( Game systems) – Pirinteera – Bilbila – Televiziina* – Raadiyooo fi sirbaa taphachistuu – spiikara

    • Meeshaa* – Qilleensa maddaalchisaa – Mashinii dafee waa bilchesuu – ‘Ovens’ – Firijiwaan – Dhiqaa fi gogsa – Bishaan kan ho’iisuu

    • ‘Tires’*

    KaffaltiiMaalima muraasaaf kaffaltii qabu kunnis: ‘tires’(tokkoof $3), Teleevizinaa, to’aataa komputoraa fi laaptopii (tokkoof $10), meeshaaf (tokkoof $15) fi kefaa fi bokis spiringii ( tokkof $15, kun fudhata kan argatuu naannoo Paarkii ‘Brooklyn’ qofa)

    QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU | 9

  • Reduce hazardous wasteBalfa Midhaa fidan hir’isaa

    Ergaa mallatoo Sadarkaa midhaa

    Of-eeggannaa Giddugalee/ midhaa laafaa kan qabu

    Akeekkachiisa midhaa laafaa kan qabu

    Hubaatti Baayyee gubbachuuf kan walqabatuu, Keroosinii ykn Baayyee summa’aa

    Summii Baayyee summa’aa

    Midhaa xiqqaa kan qaban

    Midhaa baayyee kan qabu

    Kusaa amansisaaMallatoo itti maxxanfamee manatti dubusudhaan midhaa maala akka qabu adda baasuu ni danda’aama. Waan maxxanfamee dubbisudhaaf mallatoo maxxansichaa ilaalaa akkasumas midhaa gad-anaa ta’ee filadhaa.

    Filannoowan gatuu• ‘Hennepin County’s drop-off facilities’ paarkii ‘Brooklyn’ fi ‘Bloomington’ argamutti

    waggaa waggaadhaa balfaa midhaa qabuu ni gatamaa. Maaliminii tokko tokko kaffaltii ni kaffalchisuu.

    • Guyyaa hawaasnii walitti qabamuun wallin argamutti balfaa midhaa qabu fidaa.hennepin.us/collectionevents.

    • Kuusaa jabajii fi qanxabduu electroniksii murasni balfaa midhaa qabeesa ta’ee ni fudhatuu kunnis elektroniksii fi ifa ampoolii florecentii ni dabalaa.

    • Balfaa midhaa kan qabuu ta’ee namaa kan ba’uu haala ittigatamuu ilaalchisee hennepin.us/green-disposal-guide irraa barbaadi.

    Mallatoo kan dubbistan ta’aa

    Omishaa fayyidaaf manaaf kan oluu yammuu bittaan mallatoole yoo dubbistaan omishichi hangam midhaa akka qabu sii hubbachisaa. mallatoolee irratti odeeffannoo jiruu iulaaluun omisha midhaa xiqqaa kan qaban filadhaa.

    10 | QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU

  • Medicine disposal

    Haala amansiisaa fi sirri ta’een akka gatamuu jiraattotni qorichaa hinbarbaachisnee fi fayyidaa hinqabne bola qorichaa walitti qabudhaaf magaalaan ‘Hennepin County’ fidaa.

    Gosa qorichaa mana keessaa argamuu kammiyyuu qorichaa oogesaan ajajamee, baayyina dogongaraan kenname, vitaminii, qoricha deggarsaa fi binnensa manaa ni fudhatamaa.

    Haala qorichi itti gatamuu fi odeeffannoo dabalataa argachuuf hennepin.us/medicine daawadhaa.

    Waan qara qabu kana akka limmoo ‘hypodermic’, limmoo kobbee, limmoo ‘intravenous’, ‘epi-pens’ fayyadame, ceenxii opreeshinii fi meeshaa qalloo dhangala’aa ittin xuuxanii dhangalaasan, limmoo. Kanneen armaan gadii keessaa waan qara qabu fi limmoo gatuudhaaf filannoo dhi’aatanidhaa. Konteenara irra-deebidhaan hojjif olchuuf qopha’ee keessatti waan qara qabuu filimmoo itti hingatinaa.

    • Qaamnii kunnunsa fayyaa nama siif raawatuu walittiqabudhaaf sagantaa yoo qabaatan mirkannesaa.

    • Manatti ballesaa. Filannoo adda addaa barbaadachun waan qara qabu kanaa fi limmoo meeshaa fi konteenera barbaadun tooftaadhaan caccabsuu, daddachasuu, gubbuu fi kuttuu.

    • Sagantaa ergaa emayilii deebisuu. ‘Stericycle, Inc.’, ‘Sharps, Inc.’ fi ‘GRP Medical Services’ sagantaa ergaa emiyeelii deebisuu kan limmoo fi waan qara qabu ni kanaa.

    • ‘Hennepin County Drop-off Facilities’ waan qara qabu kana fudhatuu mana jireenyaa irraa qofa. Qaraa fi limmoon mana kuusaa jiraan dadabuu kan hin-dandeenyee,kan uramuu hin-dandeenye, konteenara pilaastikaa kan hidhame fi qaraa mana keessaa dhufuu irra-deebisanni hindanda’aamu kana jedhu irra maxxanfameraa. Konteenara fullee HIN-FAYYADAMIN.

    Odeeffannoo dabalataa argachuuf hennepin.us/green-disposal-guide/items/needles-sharps. daawadhaa.

    QAJEELCHA AKKATAA ITTI QULQULLESITUU | 11

    Qorichaa gatamaa

    Limmoo miseensa maatii fi balfaa waan qara qabu itti gatamuHousehold needles and sharps disposal

  • 34-104-04e-16 Oromo

    Hennepin CountyEnvironment and [email protected]

    Attention If you want help translating this information, call 612-348-3777

    Atencion Si desea recibir asistencia gratuita para traducir esta información, llama 612-348-3777

    Ogow Haddii aad dooneyso in lagaa kaalmeeyo tarjamadda macluumaadkani oo laceg la’ aan wac 612-348-3777

    Ceeb toom Yog koj xav tau kev pab txhais cov xov no rau koj dawb, hu 612-348-3777

    TDD/TTY 612-596-6985

    Hennepin County Drop-off Facilities

    Maal fidu qabda:• Mirkanesaa jiraataa ta’uu kee kan akka

    waraqaa konkolachisumaa ykn kaffaltii fayyidaalee qabachuu

    • Kaffaltii kan fayyadamtuu tanaan maallaqa, cheekii ykn kardii

    Odeeffannoo haala tajaajjilichaa yerooyeroodhaan argachuu barbaada tanaan hennepin.us/dropoffs daawadhaa ykn lakkoofsa 612-348-3777 bilbilaa

    Sa’aatti tajaajjilaaKibxataa, kamisaa, jimaata . . . .10 a.m. - 6 p.m.Roobii. . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . .10 a.m. - 8 p.m.Sanbata. . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 8 a.m. - 5 p.m.

    Guyyaa ayyaanaa, Dilbata fi Wixata cufaa dha

    Jiraattota ‘Hennepin’, ‘Anoka’, ‘Carver’, ‘Dakota’, ‘Ramsey’ fi ‘Washington Counties’ tiif banaa dhaa.

    Brooklyn ParkBrooklyn Park Transfer Station and Recycling CenterNaannoo tajaajjila guutuu fi dhunfaa8100 Jefferson Highway ‘Brooklyn Park’, 55445

    BloomingtonSouth Hennepin Recycling and Problem Waste’ ‘Drop-off CenterTajaajjila guutuu qofa 1400 W 96th St. Bloomington, 55431

    169

    ELM CREEK BLVD N

    169

    ELM CREEK BLVD N