mammoo mazaamir 1937-1970 -...

6
M Galmee Seenaa Mammoo Mazaamir Kabajamaa Mammoon abbaa isanii Obbo Mazaamir Haabitee Doorii fi ,haadha isanii addee Umee Guremeessaa irraa Koonyaa Jibaati fi Maaccaa magalaa Guudar keessatti bara 1937 tti dhalate. Mammoon barnoota sadarkaa duraa magalaa Guudar Keessatti baratee erga Xumureen booda sadarkaa lammaffaa mana baruumsa Ambooti barateera. Mammoon baruumsa Sadarkaa lammaffaa olanaa gara magalaa Finfinneetti dhufudhan yeroo sanaattii mana Baruumsa “Tafarii Mokonnon” jedhamee beekamutti barataa osoo jiruu fedhii fi hawwii isaa malee ,rakkina jireenyaa isa mudataa ture ,of irraa saliphisuuf jecha Akaadamii mana leenjii “barisiisoota Haraar “seenudhan Qaphixxii olanadhan eebbifameera. Mammoon barnoota isaa qaphiixxii olanadhan waan xumureef “mana barnoota Akkaadamii waranaa kana “keessatti, hafee barsiisaa tureera. Mammoon mana barnoota kana keessatti Qondallummaa (ajajaa dhiibbaa) ta’ee barsiisaa osoo jiru barnoota sadrkaa olanaa argachudhan Universitii Finfinnee seenee bara 1962 barnoota seeraa (Law)tiin Deegriin eebbifameera Mammoon jireenya ijoollummaa keessaa jiru fi keessa darbe kana keessatti,rakkolewwan ummata Oromoo irratti fe’amee jiru sadarkaa adda addatti hubataa eerga dhufeen, hanga gaafa, Moorma isaa Fuunyodhaa keennutti murannoodhan hojjataa tureera. Mammoo Mazaamir 1937-1970

Upload: others

Post on 07-Nov-2019

176 views

Category:

Documents


39 download

TRANSCRIPT

Page 1: Mammoo Mazaamir 1937-1970 - gadaa.netgadaa.net/wp-content/uploads/2014/07/G.seenaa-mamoo-Ma-001.pdf · irratti hojjataa kan ture, bareefamoota Seenaa Ummata Oromoo kan ilaalan hedduu

M

Galmee Seenaa Mammoo Mazaamir

Kabajamaa Mammoon abbaa isanii Obbo Mazaamir Haabitee Doorii fi ,haadha isanii addee Umee Guremeessaa irraa Koonyaa Jibaati fi Maaccaa magalaa Guudar keessatti bara 1937 tti dhalate. Mammoon barnoota sadarkaa duraa magalaa Guudar Keessatti baratee erga Xumureen boodasadarkaa lammaffaa mana baruumsa Ambooti barateera. Mammoon baruumsa Sadarkaa lammaffaa olanaa gara magalaa Finfinneetti dhufudhan yeroo sanaattii mana Baruumsa “Tafarii Mokonnon” jedhamee beekamutti barataa osoo jiruu fedhii fihawwii isaa malee ,rakkina jireenyaa isa mudataa ture ,of irraa saliphisuuf jecha Akaadamii mana leenjii “barisiisoota Haraar “seenudhan Qaphixxii olanadhan eebbifameera. Mammoon barnoota isaa qaphiixxii olanadhan waan xumureef “mana barnootaAkkaadamii waranaa kana “keessatti, hafee barsiisaa tureera. Mammoon mana barnoota kana keessatti Qondallummaa (ajajaa dhiibbaa) ta’ee barsiisaa osoo jiru barnoota sadrkaa olanaaargachudhan Universitii Finfinnee seenee bara 1962 barnoota seeraa (Law)tiin Deegriin eebbifameeraMammoon jireenya ijoollummaa keessaa jiru fi keessa darbe kana keessatti,rakkolewwanummata Oromoo irratti fe’amee jiru sadarkaa adda addatti hubataa eerga dhufeen, hangagaafa, Moorma isaa Fuunyodhaa keennutti murannoodhan hojjataa tureera.

Mammoo Mazaamir 1937-1970

Page 2: Mammoo Mazaamir 1937-1970 - gadaa.netgadaa.net/wp-content/uploads/2014/07/G.seenaa-mamoo-Ma-001.pdf · irratti hojjataa kan ture, bareefamoota Seenaa Ummata Oromoo kan ilaalan hedduu

Jalatamaa, Mammoo Mazaamir 1958-1962 yeroo Universitii Finfinnee keessa tureetti Waldaa baratoota Oromoo duran dhabattee jirutti miseensa ta’udhan , waldaan kun Qindomina fi tokkummadhan ijaramee mirga Ummata Oromoof ka’ee akka falmmu kanneen godhan keessaa Mammoon sadarkaa duraa irratti nama argamudha.Mammoon ummata Oromoo isa waanjoon garbummaa itti fe’amee jiru ,irraa darbuufbeekumsa fi dandeetti qabu ,akkasumaas kutannoo fi murannoo qabu walitti fiideeJijiirama lammii isaa ,Ummata Oromoof fiiduuf halkanii guyyaa hojjataa akka turettibeekama.Mammoon kitaaboota siyaasaa dubbisuun gamaatti yeroo isaa irraa calaa SeenaaUmmata Oromoo barreesuu fi Qormaata irratti godhaa akka dabarsu namoon isa beekanni dubbattu. Maaccaa Tulaamaa fi Mammoo Mazaamir H o g g a n t o o t a M a a c c a a f i Tu l a m a a ke e s s a a a i j o o l l e e t a’ u u i s a t i i n k a n b e e k a m u M a m m o o n , d a g a g i i n a a f i g u d d i i n aM a a c c a a f i Tu l a m a a ke e s s a a t t i q o o d a g u d d a a q a b a . . Wa l d a n ku n , a k ku m a d h a b b a t e e n M a m m o o n i j o o l l e e n O ro m o o wa l d a a k a n j a l a t -t i i j a a ra m a n i i m i r g a i s a n i i f a k k a fa l m a t a n g o c h u u i r ra t t i q o o d a g u d d a a q a b a .

B a r n o o t a S e e ra a q a b u i r ra t t i h u n d a’ u d h a n Wa l d i c h i s e e ra n d e e g g a ra m e e a k k a i j a a ra m u g o d h u u i r ra t t i q o o n n i M a m m o o b a k k a g u d d a a q a b a . A fa a n , a a d a a f i s e e n a a O ro m o o ke e s s a t t u u s i r n i g a d a a m a a l a k k a t u re e f i m a a l a k k a fa k k a a t u b a r s i i s a aa k k a t u re n a m o n n i ye ro o a m m a a l u b b u u n j i ra n ra g a a b a’ u . . M a m m o o n U m m a n O ro m o o m i r g a a fa a n Q aw we e t i i n d h a b e d e e b i s e e a r g a c h u u k a n d a n d a’ u “ Q aw we e q o fa n a k k a t a’ e a m a n a a a k a t u re d u b b a t a m a . M a m m o o n X a l aya a ye ro o s a n a Q a b s a’ o o t a B a l e e f b a r re e s s e j e c h a a r m a n o l i i k a n a m i r k a n e e s s a . Ho g ga n too ta Q a b s a ’oo ta B a l e e f S e e n a a d h a a l a n a m a a a d d u n y a a k a n a a , a k k a n u m i rk a n e e s u t t i Um m a to n n i B l i s u m m a a f i b i r m a d u u m a ai s a a n f i t t i k u ta n n od h a n f a l m a ta n d h u m a t i i n h e d d u n J i ra a t u y y u u d h u m a r ra a t t i i n j i f a n -n od h a n x u m u r u .Q a b s oo n l u b b u u k a ba j a m a a k e n n a m e e g i ta b i too ta h a ba s h oo ta h a r ra a j i ra n i r ra t t i g e e -g e f a m u u l a m m i w a a n k e e n y a k a n n e e n s i r n a c u n q u r s a j a l a j i ra n M i l i yo n o ta n k a n l a k k a w a m a a n b l i i s u m m a a i s a n i i g o n f a ch i i s a . Q a b s oo n h a n ga ga r b u m m a a n h i d d a n b u q q i f a m u u t t i i t t i f u f u u q b a . A k k u m a be e k a m u s o ch i i n Wa l d a a w a l - ga r ga a r s a M a a c c a a f i Tu l m a a i n n i g u d d a n d a m a q i i n s a u m m a taO r o m oo o l k a a s u u n , h a rk a w a l - q a ba n n e e ga ra f u n d u ra t t i a k k a ta rk a f a n n u i r ra t t i h a l -k a n i i f i g u y y a a h o j j a ch u u n ga ra ga l m a k e e n y a a t t i d e e m a a j i r ra . D h u ga a f i f e d h i i u m m a ta k e e n y a i r ra t t i h u n d o f i n n e e , m i s e e n s oo ta w a ra n a a i j a r r e e g u t u u b i y y a a i r ra t t i s o ch i i g od h u u f j i r ra . .I s i n s Q a b s a ’oo n n i B a l e e Q a b s oo k e e s s a n i s a j a g i n u m m a d h a n e e ga l i ta n c i i m i n a a n i t t i f u -f a a !Fa l m i i m i r ga Um m a ta O r o m o f g o ta n i i f h a n ga d h u m a a t t i d h i i ga k e e s s a n d h a n ga l a s a a ! S o ch i i Q a b s a oo ta B a l e e s e e n a a u m m a ta O r o m oo k e e s s a t t i , ba k k a g u d d a a q a ba .M i l k a a w a ! I n j i f a n n oo n k a n a k e e s s a n i !n u t i s i s i w a l i i n j i r ra . ! “ M a m m oo M a z a a m i r X a l a y a a A r m a a n o l i k u n Q b s a oo ta B a l e e t i i f ba ra 1 9 9 6 5 ba r r e e f a m e .“

Page 3: Mammoo Mazaamir 1937-1970 - gadaa.netgadaa.net/wp-content/uploads/2014/07/G.seenaa-mamoo-Ma-001.pdf · irratti hojjataa kan ture, bareefamoota Seenaa Ummata Oromoo kan ilaalan hedduu

Adeemsa Fa lmataa Bl i summaa Oromoo, Mammoo Mazaamir f i Maaccaa Tu-lamaa hordofaa turan g i ta b i toota habashotaa kanneen Mootummaa s i rnagonfoo j a la t t i wa l i t t i qabamani j i r an , Waldan kun, fuu la dura , j i reenya bu l i -ch i insa i san i i , kan gababi i su ta’uu i saa waan hubatani i f a t ta taman akka Wal-dan Maaccaa f i Tulamaa rukutamu mur teessan .Waldaa kana j a la t t i i j aa ramani i kan j i r an hedduu ta’ anyyuu i saan kan bar-badaan hoggantoota wa ldaa kanaa akka ta’e i f adha .Kanneen Sadarkaa durat t i barbadaman keessaa Mammoon i sa durat i .Kabinnoon Mootummaa H/S i la see kanneen Aki l i luu H/Waldi in hogganaman Diramaa Mammoo f i hoggantoota Maaccaa f i Tulamaa i t t in dhabamis i i sanqopheefa tan . Diraman sobaa f i Cubbudhan qophawe kun gaa fa 19/11/1966 ho j i i i r r a oo le . .Inni s maga laa F in i f innee keessa t t i kan argamu mana F i i l immii ““S in ima Empayer ” j edhamee beekkamu keessa t t i ga lgaa la keessaa 9 :00PM t t inamoota taani F i i l immii “Zorba the Greek “ j edhu i l a laa j i r an i r r a t t i Boombi idarbachudhan namoota 14 madeessan . Waldaa Maaccaa f i Tulamaat i Kiyyoo gara b i roo qopheessuu osoo danda’an i yakka hoggantoonni wa ldaa kanaa ho j j a tan j edhu i t t in j abeessuuf j echa ,na-moota nagaa f i i lmmii i l aa la j i r an f i i xuun cubbuu i r r iyaa h i qab inne ho j j a tan . Guyyaa l ammataa , duran iyyuu i r r a t t i qophawani i waan j i r an i i f , Raadiyoo of harkaa qabani in f a sh i s tummadhan mana S in imaa Empayeer i r r a t t i Boombbi i darbatee namoota taani i F i i lmmii i l aa la j i r an kan f i i xe Mammoo Mazaamir akka ta’e addeesan . Gochaa kana ammoo Mammoon ana godhe ! j edhe j edhani i , daba lan i i sooba dhugaa fakkeessani i gama Pool i s t i in um-matat t i ba l ’ inaan ibsa i t t i fu fan . Yeroo mana Mammoo dhaqani i sakata’ an Mammoon ha lkani i f i guyyaa i r r a t t i ho j j a taa kan ture , baree famoota Seenaa Ummata Oromoo kan i l aa lan hedduu mana i sa t i i a rgamani i ru .Boombi i f i meeshawan Waranaa adda addaa o f i i san i t i i mana i saa geessan i i ka’udhan akka mana i sa t i i a rgameet t i gabasani i ru .Wa’ee Mammoo i l aa lch i i see H/S i la seen akkana j edheera . a faan amarat i in“Laz i i hu l lu Qimamuu Mammo naw jedhe” jedhu. Wa’ee gochaa Maacca f i Tu-lamaat i Qoorsa kan ta’ ’e Mammoodha j edhe. H/S kana kan j edhe bar ree fa-moota Seenaa Oromoo Mammoon dha loota boor i i f bareessaa ture eerga dub-bi see hubateen booda .Barre faminni Mammoon dha loota har raa f i bor i i f bar reessaa ture kun ammooyakka ta’ee Mooma i saa Funyoof keeni s i seera . Qabsaan Oromoo Mammoo Mazaamir ba l l ees saa tokko malee soobanyakkani i r agaa soobaa i t t i dhiyesani i a j a j aa f i Mal laa t too H/S i la see t i in fanni-famee akka a j j ee famu godhameera .Kaba jaman Mammoo Mazaamir bara 1970 osoo h in fan i fami in dura haadhamanaa i sa f i i lma i saa dha la tee kan waggaa 5ni i sa dhumaaf dhungate garaFunyoo i sa f qophaweet t i qa je leera . Mammoon bakka i t t i f an i famuuf qoophawe mana h i idhaa F inf inneeKeessa t t i akkuma haark i i saa dubat t i h idhamee j i ru t t i ,Wadaroo i t t i infanni famu i saa f qopheessan of fundurat t i i l aa la j echa Maar t i in Luter j edhe

Page 4: Mammoo Mazaamir 1937-1970 - gadaa.netgadaa.net/wp-content/uploads/2014/07/G.seenaa-mamoo-Ma-001.pdf · irratti hojjataa kan ture, bareefamoota Seenaa Ummata Oromoo kan ilaalan hedduu

( I have a dream speech) j edhen kan wa l fakkatun kanneen a j j ee famuu i saa i l aa luuf ach i t t i a rgamani i f dhaamsa a rmaan gadi i kana dhameeraa f . .

“Dhi i g inni k i y ya dh i i ga ,mirga Ummata Orromoo kabach i i su f gad i nammewaan ta’ e e f dh i i ga ta sa badee mi t i .Yakkan h in ho j janeen ragaa Soobaa na t t i barbaddani i na a j j e e f tan i r tu . I s in i s bo r i H/Si la s e e f i kab innon i saa daba la t e e bakkuma kanat t i adaba ke e s s s an Umman Oromoo ykn Umman Ith iop i yaa akka i s in i i f k e ennu nan amana .Haa turu mal e e , mi rg i ummata Oromoo i s in ukkami s i tan i j i r tan kun fuu la dura 100 /100t t i akka kaba jamu shakk i i t okko l l e e h in qabu .”

, j echudhan eergaa i saa , i sa dhumaa i saani f h imee gara Wadaroo i saa fQophaweet t i qa jee le . Mammoo abbaa i joo l l ee 2 yoo ta’u dha la tee waggaa 33 t t i yakkamitoota kanan a j j ee fame. Waani t t i nama d inqi s i i su kanneen dhabbatani i Mammoo Aj jees i san1 . Aki l i luu H/Wald Mumicha Minsteera (Pr ime Minster )2 .Aka la Waarq i H/Waald (oboleessa Aki l i luu)3 .Daja .k i f l ee Y i rgatuu4.Mej . Jenera l Dirasee D ubba laa 5 . Mj . Jenera l Y i lmaa Shibashi i Dal laa mana h i idhaa F inf innee bakka Mammoo Mazaamar i t t i f anfamuutt i a rgamani i i l aa lan i i ru .Ja r reewwan kun hundi i saani H/S i la see t t i anaani kannen J i r an i idha . J a r reewaan kun hundi , akkuma Mammoo Mazaamir fuu la duree i san i ii san i i f h ime, gaa fa Darg i in Mootummaa H/S i la see angoo i r r aa fonqolchuyakkamitoonni goota Oromoo Mammooo dhabbatani i f ans i saan kun hundi i saan kab inoota H/S i la see namoota 60 wa l i in mana f in f innee bakkuma Mam-moo Mazzamir dhabbatani i i t t i a j j ees i san sanat t i Daarg i in r asasaan i saan f i i xee , boo l la tokkot t i i saan awwal le . Mammoo a j j eesan i i waggaa 4n booda ho j i i i saan i i bakkuma sanat t i a rga-tan i i ru .

Page 5: Mammoo Mazaamir 1937-1970 - gadaa.netgadaa.net/wp-content/uploads/2014/07/G.seenaa-mamoo-Ma-001.pdf · irratti hojjataa kan ture, bareefamoota Seenaa Ummata Oromoo kan ilaalan hedduu

Aki l i lu H/Wald Pr ime Minster o f Ethiopia Mammoo Mazaamir dhabbatee kan fans i i se . Far ra Oromoo ta’udhan kan beekmu Aki l i luu H/W Icc i t i i i saan malee Oromoonni beekuu h in qab inne Taddasaa Bi r ruu Lammii Amaraat i se ’ee waan hedduu i t t i h imaa eerga tureen ,booda Taddaasaa Bi r ruu Oromoo t a’uu i s saa gaa fa beeku “ Taddasaa Bi r ruu a ta t tamaan akka a j j ee famu H/ S i l a see i r r aa eeyama akka a rgate seenaan ga lmeseera .

Page 6: Mammoo Mazaamir 1937-1970 - gadaa.netgadaa.net/wp-content/uploads/2014/07/G.seenaa-mamoo-Ma-001.pdf · irratti hojjataa kan ture, bareefamoota Seenaa Ummata Oromoo kan ilaalan hedduu