odeeffannoon kun heeyyama management oromo.pdf• baqaqaa hamma saantima qallattu kamiyyuu qaawwa...
TRANSCRIPT
BULCHIINSAFARRA MIDHAANII
RAKKOOLEE FARRA MIDHAANII BIFA SALPHAA FI GAARII TA’EEN FURI; ITTISI
RAKKOOLEE FARRA MIDHAANII BIFA SALPHAA FI GAARII TA’EEN FURI; ITTISI
Mana keen alattis ta’ee keessatti farra midhaanii argaman
kamuu gabaasi
Kuni Waajjira Bulchiinsa Qabeenyaa naannoo keetti
qaamanargamuun raawwatamuu qaba
ODEEFFANNOON KUN HEEYYAMA
Tiin Kan Dhiyaatee Dha
BARARIIN NI DANDA’A
FOOLIYOON NI DANDA’A
HANTUUTONNINI DANDA’U
• Baqaqaa hamma saantimaqallattu kamiyyuu qaawwa isheeargannaan keessa dhokachuu
• Saa’atiitti hamma maayilii 3(5 km/sa) �iguu
• Hanga daqiiqaa 30tti bishaan jalaturuu
• Yeroo gororri, udaan, � qaamonnixuraa’an qilleensa keessatti oldarbatamanitti asmii geessisuu
• Jiraachuuf waan hundumaa nyaata,udaanii � bararii kan biroo dabalatee
• Maayilii 1- ½ (2 km) deemuu• Wantoota kamiinuu ciniinuun uruu• Diriiroowwan gadi sirrii jabaataa
ta’e yaabuu• Ijaarsawwan jala qotuu• iskiriinii jalaan qabatee itti rarra’uu• ho’a tempireechara 24˚ gaditti
jiraatuu � wal horu
• ala Ujummoowwan gadidhaabbatoo irra yaabuu
• Ujummoowwan gadi dhaabbatoo1” (3 sm) keessa foqoquu
• Wantoota kamiinuu ciniinuun uruu• Fiitii 3 (91 sm) olii � �itii 4 (122 sm)
gara fuulduraattiutaaluu• Hamma olka’iinsa �itii 50 (15
meetira) irraa utuu hin miiidhamingadi kufuu
• Hamma �itii 3 (91 sm) tti boollakeessa gadi qotuu
• 13’’ (33 sm) ga’uuf hiixachuu• Hanga maayilii walakkaatti (1 km)
daakuu• Qaboowwan bishaanii keessa
gurdumuu
OROMO
Farreen midhaanii waan nyaatanitti � karaa salphaan mana keessan seenuu danda’utti
harkifamu. Tusaalayaasha qaar waxaa kamid ah:
Fakkeenyonni muraasni:
FARRA MIDHAANII QABAA?
Farri midhaanii beekamaan naannoo keenyaa Bararii Jarman, fooliyoo � hantuuta manaati.
Kan armaan gadii suuraawwan � udaan isaan dhiisani.
FARREEN MIDHAANII MAAL FAKKAATU?
AKKAMIINAN ISAAN DHORKA?
BARARII JARMAN
FOOLIYOO HANTUUTA
Kubbaa qal’oo, sanyii ruuzii baay’ee xiqqoo buna fakkaatu
Buna lafaa yookiin qaaraa gurraacha fakkaatti
LEAKS:
• Attracts insects, rodentsand promotes mold growth androt
SOORTOTA SINBIRAA WAAN BITTINNAA’E
SEENSA SALPHAACOBAWWAN
KOSII UDAAN SAREE
RODENTENTRYPOINTS
SEENSAA CUFI
BUUFATA BAIYITII GABATEE HAPHEE
DHUKKEEWWAN QULQULLEESSUU
GADI HIN FACAASIN
Yoo bararii, fooliyoo, yookiin hantuuta naannoo keetti argite, maalooda�itoo waajjira bulchiinsaa
beeksisuun weerara caalmaa dhoowwaa.
Farreen midhaanii to’achuuf keemikaalota nama miidhaaniin ala fayyadamuun barbaachisaadha.
Kan gorsinus:
BARMAATILEE QULQULLUUMMAA
• Dhangala’oo da�i qulqulleessi• Waan bittinaa’ee jiru funaani• Nyaata qodaa sirritti saamsamaa keessa kaa’i• Nyaata hin qisaasessin• Kosii qaboowwan qadaadaman keessa kaa’I akkasumas yeroo hunda duuwwaa godhi• ujummoowwan � cobawwan biroo suphi• Baqaqaa � boolla duuchi