qajeelfama akkaataa ijaarsa mana hindaaqqoo ibsu. · 9. fedhasaan daa’imman isaa kosii beeyiladaa...

1
9. Fedhasaan daa’imman isaa kosii beeyiladaa bira odoo hin gahin oddoo isaanii keessa nagaan taphachuu yookan taa’uu waan danda’aniif gamma- chuu qaba. Qulqullinni dhuunfaafi naannoo gaarii ta’e daa’imman ifaa fi fayya-qabeessa taasisaa. 8. 7. Kana booda immoo Fedhasaan keenyaa(gidgiddaa) mana hindaaqqoo kana falaxaa mukaa dhaabuudhaan dhoqqeedhaan dhoobe. Itti aansuud- haanis mana hindaaqqoo kanaatti balbala guddaa tolche. Mana hindaaqqoo kana naannawa isaas diraa shiboo maagararratti rukutuudhaan itti kabe 5. Itti aansuudhaanis keenyaa(gidgiddaa) mana hindaaqqoo sana dhaabuud- haaf hiriyaa isaa Taaddalaw wajjiin utubaawwan jahan iloodhaan ( maaga- raan) hidhe. Baaxiidhaafis qorqoorroo rukute 4. Fedhasaan utubaawwan jahan erga dhabee booda jala isaaniitti cirrachaafi biyyoo guute 3. Fedhasaan ollaa isaatin walqarqaaruudhaan boolla jaha kan utubaawwan/mukkeen muummeen/ keessa dhaabamu qote. Gargaarsa anaaxiin iddoo dheerina isaa meetira 1.5 fi bal’ina meetira 2 qabu safari. 2. Fedhasaan intala ji’a 7 qaba. Inni daa’ima isaa Kichuu sanarraa dhukkuba ittisuu barbaada. Kanaaf qulqullina iddoo maatii isaa eeguudhaaf mana hindaaqqoo/lukkuu ijaaruu barbaada. Iddoo mana hindaaqqoo kana itti ijaaruus mana isaa cinaatti qopheesse. 1. 6. Fedhasaan marsaa mana hindaaqqoo kanarraa xiqqoo siquudhaanis magaara(iloo mukaa) rukute 6. QAJEELFAMA AKKAATAA IJAARSA MANA HINDAAQQOO IBSU.

Upload: others

Post on 06-Oct-2020

570 views

Category:

Documents


16 download

TRANSCRIPT

Page 1: QAJEELFAMA AKKAATAA IJAARSA MANA HINDAAQQOO IBSU. · 9. Fedhasaan daa’imman isaa kosii beeyiladaa bira odoo hin gahin oddoo isaanii keessa nagaan taphachuu yookan taa’uu waan

9.Fedhasaan daa’imman isaa kosii beeyiladaa bira odoo hin gahin oddoo isaanii keessa nagaan taphachuu yookan taa’uu waan danda’aniif gamma-chuu qaba. Qulqullinni dhuunfaafi naannoo gaarii ta’e daa’imman ifaa fi fayya-qabeessa taasisaa.

8.7.Kana booda immoo Fedhasaan keenyaa(gidgiddaa) mana hindaaqqoo kana falaxaa mukaa dhaabuudhaan dhoqqeedhaan dhoobe. Itti aansuud-haanis mana hindaaqqoo kanaatti balbala guddaa tolche.

Mana hindaaqqoo kana naannawa isaas diraa shiboo maagararratti rukutuudhaan itti kabe

5.Itti aansuudhaanis keenyaa(gidgiddaa) mana hindaaqqoo sana dhaabuud-haaf hiriyaa isaa Taaddalaw wajjiin utubaawwan jahan iloodhaan ( maaga-raan) hidhe. Baaxiidhaafis qorqoorroo rukute

4.Fedhasaan utubaawwan jahan erga dhabee booda jala isaaniitti cirrachaafi biyyoo guute

3.Fedhasaan ollaa isaatin walqarqaaruudhaan boolla jaha kan utubaawwan/mukkeen muummeen/ keessa dhaabamu qote.

Gargaarsa anaaxiin iddoo dheerina isaa meetira 1.5 fi bal’ina meetira 2 qabu safari.

2.Fedhasaan intala ji’a 7 qaba. Inni daa’ima isaa Kichuu sanarraa dhukkuba ittisuu barbaada. Kanaaf qulqullina iddoo maatii isaa eeguudhaaf mana hindaaqqoo/lukkuu ijaaruu barbaada. Iddoo mana hindaaqqoo kana itti ijaaruus mana isaa cinaatti qopheesse.

1. 6.Fedhasaan marsaa mana hindaaqqoo kanarraa xiqqoo siquudhaanis magaara(iloo mukaa) rukute

6.

QAJEELFAMA AKKAATAA IJAARSA MANA HINDAAQQOO IBSU.