qajeelifama leenjii...galeessaan akka uuwiifamee jiiruu kan madaaluu dha. • uullewan lamaaniin...
TRANSCRIPT
Odeefannoo dabalataaf websaayitii landpotential.org daawadhaa
LandPKS dhaan fayadamuun Odeefannoo biyyee fi biqiiltuu funaanuufi kuusuuf meeshaalee
baribaachisan
App version 3.1
• Biilbiila ammayaawaa(smartphone) ta’ee.
• SooftweeriiLandPKSbilbiilakeenya irratii fee’amee.
• Qoottoo.
• Uuleedheerina meetira tokkoo Jalqabuudhaaf Sooftweerii LandPKS
biilbiila kee iirratii fee’ii
1. Haala qiilleensaa baka ittii jiirtuu arigachuuf
bareefama ‘Climate’ jedhu kan gara jalaattii
arigamuu cuuqaasii.
2. Mallatoo ‘+’ isa gara gubaa harka miirgaati arigamuu
cuuqaasii.
3. Maqaa iddoo moogaasii. Teessoo jii’oogiraafii
bakkiichaa yoo kan beekituu ta’ee galchii. Yoo hin
beekinnee immoo "Obtain GPS fix" tuuqiittii teessoo
siiraawaa ta’ee arigadhuu. Akka biilbiillii kana siif
hoojattuu , eennaa gaafatamituu 'Allow’ tuuqiitii
haayyama kennii.
4. Tookicha eriga oodeefannoo jaliqabaa galichiitte
booda bareefama 'Save" gubaa harka miirgaati
arigamuu cuuqaasuudhaan kuusii.
5. Amma ‘Data Input’ kan jedhuu cuuqaasuudhaan
odeeffannoo gadii fageenya qaban galimeesuuf
qophaa’ii. Eennaa kan tuuqixuu fiilannoowan
LandInfo fi LandCover jedhan tooraan arigiitaa.
1
Oodeefannoo Haala
qiilleensaatiif kana cuuqaasii
QAJEELIFAMA LEENJIISEENISA
1 ffaa- Sooftweerii bilbiilaaa jalqabsiisuu( Yeroo duuraatiif)
1. Sooftweeriicha banii.
2. Barreefama 'Add New Account’ jedhu tuuqii
3. Barreefama ‘Sign-In With Google Account’ tuuqiitii
passwordii dhuunfaa kee ittii galchii, yookiin immoo
akkawuntii G-mail haaraa banii.
4. ‘Offline Access’ kan jedhuuf ‘allow’ tuuqiitii haayyamii.
5. Galmeesitee fixnaan, gara fuula isa duuraa LandPKSiit
deebiifamtaa.Fuulii duuraa mataduuree iidoowan Kanaan
duura galimaa’an "My Locations" kan iittiin arigaman dha .
6. Quunamtii ‘GPS fix’ baribaadiitii siireessii.
2 ffaa: Oodeeffannoo Bakka haaraa galchuu (Yeeroo maraa)
3. Gadii bu’iinsa Lafaa
Gadii bu’iinsa lafakeenyaa beekuun, laftii keenyahangam dhiiqamabiyyeetiifsaaxiilamaa akkata’ee tiilmaamuufiof eegannoobaribaachisuugochuuf nu garigaaraa.
Suuraawan taraa’ankeessaa haalateessuma lafaanaanoo sirriiti kanibisuu fiiladhuu. Yookiin immoobiilbiila kee kallattiilaftii gad ittii bu’uttiwalmadii qabuunsafaruun nidanideessa.
4. Boca Gadii bu’iinsa Lafaa
Boca dhoqaa beekuun
bishaan safiissa
akkamiitiin lafa irrattii
akka yaa’uu beekuuf
fayada.
Haalii gadii bu’iinsa
lafaa oodeefannoo
aakaakuu biyyee
wajiin ta’uun, bishaan
haammam akka lafa
gadiiti calaluu
tilimaamuuf fayada.
Lafa itii dhaabatteerraa
gara biitaafii mirgaatii
hanga meetira 20-50
iilaaliitii suuraa waliitti
fiiroomuu fiiladhuu.
Qajeelifama Leenjii
QAJEELIFAMA LANDINFO
2. Dheedaa
Kun laftii dheedamuuyookiin dheedamuudhabuu isaa ibsaa.
Yoo kan hindheedaminee ta’eemalattoo ‘X’ haaluudiimaatiinagarisiifameetuufiilamaa.
Yoo kan dheedamuuta’ee akaakuubeeyiladaa lafa sanadheedan fiiladhuu(Loon, re’ee, Hoolaa, Haarree, Farida, Gaala, Booyee). Tookkoo olfiilachuun nidanida’aamaa
1. Uuwiissa Lafaa
Uuwiissa lafaajechuun wantoottalubuu qabeeyyiiykn dhabeeyyiita’an kan iijaanariguu dandeenyuukamiiyyuu kangubaa lafaa irraarigaman jechuudha.
Suuraawwantarreeffamankeessaa, kannaannoo keewaliin fakkaattuufiladhuu.
Getting started withLandPKS 2
Qajeelifama Leenjii
QAJEELIFAMA LANDINFO
5. Haanqiina Biyyee
7. Haalluu Biiyyee
Haalluuu biiyyee naannoo tokkoo beekuuf biilbiila kee
irrattii fooddaa 'Soil Color' jedhu banii. Haalluu biiyyee
keenya beekuun amalootta adda aaddaa biiyyee keenya
beekuuf nu qariqaaraa.
1 ffaa: Biiyyee eriga giingiilchiittee booda gad diidriirssii.
2 ffaa: Kaarddii wabii fi biiyyee wal ciinaa kaa'ii.
3 ffaa: Iifa wali fakaataa ta'ee jala , biiyyee fi kaardii wabii
wal biira qabuudhaan suuraa kaasii(kaameeraan 10-20cm
ol fagaachuu qaba) Sana booddee 'OK' fiilii.
4 ffaa: Biilbiilla kee irratii duura suura kaardii wabii,
lamaffaa imoo suura biiyyee tuuqii. Wabii kaardii akaakuu
sirii, jiidhiina biiyyee fi haala iifaa sirii ta'ee fiilannoowan
tareeffaman keessaa fiilachuu kee miirikaneessii.
5 ffaa: 'Save' kan jedhu tuuqii. Bataluumattii aakaakkuu
haaluu biiyyee sanaa hin arigattaa,
6. Aakaakuu Biyyee
Aakaakuu biyyee beekuun haala bishaan gara lafaattii gadii calaluu,
laftii bishaan hagam akka baachuu danida’uu fi saaxiilama laftii
keenya dhiiqama biiyyeetiif qabuu beekuuf fayada.
Aakaakuu biiyyee fageenya aadda aaddaa iirratii jiran
beekuuf qajjeelifama kana jala tarreeefaman hoordoofii:
Mala 1: Aakaakuu biyyee tareefaman keessaa fiiladhuu.
Mala 2: Gaafiiwwan 'Guide Me’ jala jiirran deebissii.
Mala 3: Malattoo'?’ 'Guide Me’ fuuldura jiruu cuuqaasiitii
Viidiiyoo gabaabaa (<10 s) daawadhuu.
Eennaa gara jalaattii qoottuu, yoo dhagaa kattaa irra yoo geessee
fiilannoowan keennaman keessaa ‘Bedrock” jedhuu fiiladhuu
Oodeefannoo guutuu bakka tokkoo dhiifttee, waa'ee aakaakkuu biiyyee
qoofa sakattaa'uu yoo baribaaddee 'Settings >> Utilities ' keessa seenii.
Getting started withLandPKS 3
Aakaakuu kaardii wabi ykn aakaattaa haaluu biiyyee
iittiin aadda baafituu (Suuraa kaasuudhaan ykn kiitaaba
haaluudhaan) jiijiiruuf 'Settings' keessa seenii.
Oodeefannoo guutuu bakka tokkoo dhiifttee, waa'ee haalluu biiyyee qoofa sakattaa'uu yoo baribaaddee 'Settings >> Utilities ' keessa seenii.
Kunneeniis :- Biyyee babaqaquu,
lafa sogiidduumaa qabuu, Lafa
Nooraa baribaaduu,Lafa dhagaan
uuwiifamee, Gadii fageenya
biishaan lafa jalaa, Gadii
fageenya biyyee, fi Loolaa dha.
Haanqiinii biyyee kunneen laftii
akka biqiilchuu hin dandeenyee
iittiisuu. Amala lafaa dandeettii
biiqiilchuu iirratiii hundaa’uudhaan
garee addaa addaattii
ramaduun ni dandaa’aammaa
• Oodeefannoowan galichiittee eriga fiixxee booda, siiriittii
galimaa'uu iisaanii miilrikaneessuuf
bareefama"Synchronize Now" jedhuu guubaa foodaa
bilbiila kee iirrattii cuuqaasuu hin dagatiin. Eennaa
quunamtii interneettii aarigatuufii eennaa sii miijateetii
oodeefannoon galmaa'uu isaa miirikaneessii.
• Garuu, eriga al tokko oodeefannoo galimeesiittee
xuumuurittee booda oodeefannoo dabaluu yookaan
geedaruu feenaan ni danideessa. Oodeefannoo galimaa'ee
koompiitara iirattii weebsaayti landpotential.org/data-
portal/ irrattii arigachuun hin danida'amaa.
Qajeelifama Leenjii
RAMADDII DANDEETTII LAFAA
Oodeefannoo xuumuurii galchii
RAMADDII DANDEETTII LAFAA
RAMADDIIN DANDEETTII LAFAA akka aaduunyaattii mala gahuumisii lafaa iittiin sakataa'ammuu ta'ee, lafa haala danideettii oomishuufi sadarikaa saaxiilama iisaaniitiin garee 8 ittii qooqooduu dha.
Garee ramaddii dandeettii lafaa arigachuuf duura oodeefannoo aakkaakuu biiyyee, gadi bu'iinsa (siigiiga) lafaa fi haanqiinawan biyyee malootta armaan duratti iibsameen galmaa'ee xumuuramuu qabaa.
Qabxii ramaddii dandeettii lafaa (Fakeenyaaf= 4s-k) Lakkoofsii iinnii duraa garee ramaddii dandeettii lafaa ibsa.
Quubeeleen iittii aanan immoo biifa haanqiinna lafaa agarsiisuu, iibsa dabalataaf malattoo gaafii foodaa biilbiila
kee iirratii arigiituu cuuqaasii.
Kaayyoo lafittii baribaaddameef iirrattii huundaa'uudhaan, iittii fayadamaan lafaa haanqiina faayidaa
baribaaddamme sanaaf baayi'ee muuriteessaa kan hin taanee keessaa baleesuudhaan qabxii ramaddii
dandeettii lafaa waliigalaa jijjiiruun ni danidaa'aamaa.
Uulaagaallee ramaddii tokko tokkoon gadii fageenyaan hubachuuf, malattoo gaafii aafoo isaaniiti arigaman cuuqaasi.
Getting started withLandPKS 4
LandCover - Unkaa oodeefannoon biiqiilttu dachee lafaa uuwiissanii jiiran kan iittiin
guuttammuu dha. Waluumaagalattii oodeefannoon garaa garaa 4 bakka 20 irraa
fuunaannamuu. Oodeefannoo maasaa tokkoo fuunaanuuf nama muuxannoo qabuuf gara
daqiiqaa 20 fudhachuu danda'aa.• Ulee 2 (Meetira 1)
• Uliicha irrattii qabxiilee
10,30,50,70,90 cm malatoo
goodhii.
Meeshaalee baribaachiisan:
1. Uuwiissa Lafaa(Biiqiiltuu)
Oodeefannoon kuun dhiibeentaa keessa haarkii meeqaa biiqiiltuudhaan, koosii baalaatiin, dhagaadhaan akka uuwiifamee yookiin goonikuumaayuu akka hin uuwiifaminne ibisa.
Fooddaa jaliqaba arigamuurraa maasaa iittii haajamtuu fiiladhuu. Duurisa ‘N’cuuqaasuudhaan kalattii Kaabaa irraa oodeefannoo fuunaanuu eegalii.
•Walakkaa maasaa irrattii dhaabadhuu. Gara kalattii kaabaa meetiira 5
tarikaanfadhuuttii, uulee haarkaa qabduu lafa afoo keetiiti gad darbii.
•Biilbiilla iiratti '5m' kan jedhuu fiiladhuu. Goosa biiqiiltuu/ wanta
akkamiiyyuu dheerinna uulee adda aaddaa irrattii arigaman
galimeessii. Wanita uulee tuuquu qoofa galimeessuu qabida.
•Haaluumma kanaan walakaa maasaa irraa fageenya meetiraa 5, 10,
15, 20, and 25 m iirrattii oodeefannoo fuunaanuu ittii fuufii.
Qajeelifama Leenjii
Getting started withLandPKS 5
QAJEELIFAMA LANDCOVER
2. Qaawa gaadiissa/hundee biqiiltuu
Tooftaan kuun raasaan keenya dhiibeentaa keessa haarkii meeqnii qaawaabiiqiiltootta jiiduu jiiruu akka ta'ee ibsa . Oodeefannoon kuun jijjiirammanaanoo fuulduurattii muudachuu danida'uuf malattoo aakkeekachiisaata'uun fayadaa.
• Qaawa hundee biqiiltuu: Uuleen yoo hundee biiqiiltuu akkamiiyuu
tuuquu ta'ee 'no basal gap' kan jedhu fiiladhuu, yoo hin tuqnee
immoo 'basal gap' kan jedhu fiiladhuu.
•Qaawa gaadiisa biqiiltuu: Fageenyii gaadiissa biqiiltoota lama jdduujiiruu yoo dheeriinna uulee caalee 'canopy gap' kan jedhu filadhuu.Yoo imoo fageenyii gaadiissa biqiiltoota lama jiduu jiruu dheeriinnauulee hin caalee baeeffamma 'no canopy gap' jedhuu fiiladhuu.
• Aakkuma armaan ooliittii odeefannookalattiii kaabaa galmeesiiteettii, kalatiiwwanhaafaniifiis(East, South, West) fuunaanii.
• Odeefannoo guutuu hin taanee fuunaanuu fi kuusuu ni danideessa. Garuu, yooodeefannoo hiir’uu galifattee boodasiireesuu yoo baribaadee, biilbiila kee irratiiosoo hin ta’iin website qofa irrattiisiireesuutuu danidaa’aamaa.
Irra Deebii’ii
Odeefannoo dabalataaf websaayitii www.landpotential.org daawadhaa
Qajeelifama Leenjii
Getting started withLandPKS 6
QAJEELIFAMA LANDCOVER
4. Baay’iina sanyii biiqiiltootaa
Oodeefannoo kana galimeessuun jiijiirama baay’iinna fi makamabiiqiiltootaa yeeroo adda addaa hoordoofuuf garigaaraa.Iittidabalataaniis odeefannoon jiijiirama naanoo fulduuratii ta’uufmaluu to’achuuf akka akeekkachiisaattii nii garigaaraa.
•Uullewan lamaaniin booca saniduuqa safartii isaa1m x 1m ta’ee fakkeessii. (lamaanuu dalga diriirsii)
• Biiqiiltoota hiddii fi jiirmii isaanii sanduuqa iijaartee keessatii
arigaman meeqa akka ta’an lakkaa’ii.
•Goosoota biiqiiltoota sanyii garaagaraa maasii sana keessattiibaay’iinaan argiituu galmeesii. (sanyii biiqiiltuu hanga lama galmeessuu ni dandeessa)
Sooftweeriin biilbiilaa LandPKS amala biiyyee, teesuuma lafaa fi haala qiileensaa irrattii hundaa’uudhaan fayadamtootnii lafaa
akkaataa ittii fuufiinsa qabuun akkamiiti akka ittii fayadamaniifi kuunuunsan kan odeefannoo keennu dhaa. Odeefannoo haaraa
kuunuunsa lafaa kanaan dura bakka biiraatti yaalamee miilkaa’ee irrattii hundaa’uudhaan, ramaddiin gahuumisa lafaa
fooyefammuu ni danidaa’aa. LandPKS teeknooloojii amayyaa kan fayadamuu qofa oosoohin ta’iin, beekkumsa uumataa jiirataa
naanoo kan walisiimsiisuudhaan hoojatuu dha. Waluumaagalattii , LandPKS odeefannoo lafaa fuunaanuuf, kuusuuf, xiinxaluufi
waliin qooduuf kan nama fayaddu dha.
3. Dheeriinna Biiqiilttu
• Oodeefannoon dheeriinna biiqiilttu dhiibeentaa keessa laftii
haarkii meeqa biiqiiltuu gabaabaan, dheeraan yookiin jiiddu-
galeessaan akka uuwiifamee jiiruu kan madaaluu dha.
• Uullewan lamaaniin booca saniduuqa safartii isaa 1m x
1m ta’ee fakkeessii.(tokko ol qabii, tokko dalga diriirsii)
• Dheeriinna biiqiiltuu safaruuf uullee lamafaatiin
fayadamii. Sanduuqa uumitte keessattii biiqiiltuu isa
dheeraa tiilmaama keessa galchii.
• Fooddaa biilbiilaa kee irrattii kalattii haarka biitaatiin
suuraawan tarraa’an keessaa, taa’uumisa biiqiiltootaa
lafa irratti jiiruu wajiin kan wali fakkaatuu fiilii.