waggaa kudhan, ayyaana...

8
OROMO LUTHERAN-EVANGELICAL CHURCH - LCMS 436 S. Beverly Dr • Beverly Hills CA 90212 | Tel.: (323) 328-5548 Fax.: (866) 744-0241 Email: [email protected] | www.oromochurchla.com Waldaan Oromoo Warra wangeelaa kan magaalaa Los Angeles kuno ergaa dhabbattee ayyaana Waaqayyoon kunoo egaa waggaa kudhan lakoobsifte. Waaqayyoo karaa hafuura qulqulluu Waldaa isaa karaa garaa garaa namoota waamicha isaa dhaga’aniin ijjaarrta. Akkuma kana egaa waldaan afaan Oro- moo yeroo barbaachisummaan isaa ga’ettii, magaalaa kana keessatti Waaqayyoo saba Oromoof, akkasumalee saba birraaf maa’ii Wangeelaa kan dhimma baasuu tokkummaa adda kana nuuf kenne. Isa kanaaf hundumaa dura Waqayyoo abbaa gooftaa keenyaa isa ta’eef hooqubaa dhi’eessuun nuuf ta’a. Akkasumallee, obboloota warraa waamicha Hafuurri Qulqulluuf owwa- tanee tokkummaa kana yeroo, humnaa fi qabeenyaa isaanii arsaa gochuun tokkummaan amantootaa kana as magalaa Los Angeles keessatti walitti qabuun, ergaan Wangeelaa gidduu keenyatti akka babalatuf meesshaa ta’an, ta’aas jiraan hundaa eebbii Waaqayyoo isaan haa qaqqabu. Egaa isa darbee galateefachaa isa fuula keenya jiru irratti multaa haaraa fi hamilee guutuun qiyyaafannee, baballisuu Wangeelaa fi barsiisa sagalee Waaqayyoo isa dhugaa keessatti wal jajjabessuu fi wal-ijaaruu akka jabeef- fannu Waaqayyo nu hunduma keenya hagargaaru. Keessuma yeroo amma kanatti caalaatti shaakala jireenyaa hafuuraa fi beekumsa Sagalee Waaqayyootti guddachuu fuullefachuun keenyaa tokkummaa kun cimee kan dhaabbatu, qilleensa yeroon kan hin diigamne taasisa( Matt. 7:24-27), kanaaf jabannee waliin Waaqayessuu fi sagalee Weaaqayyoo qorachii haa cimsinuu. Abdiin karaa gooftaa keenyaa Yesus Kiristoos nuuf kenname waanat mamsi- isu miti (Ibrootaa 6:11, Filp 1:6). Dhugumaan Waaqayyoo yeroo isaatti fedha isaa bifa adda addaan jireenya hafuuraa keeenay kessatti, tokkummaa keenya kessatti, darbees illee saba keenya kessatti gaarummaan isaa isa am- ma beeknu fi shakalaa jirru garasitti akka raawwachuu hin hafne beekama dha. Isa kanaaf jecha egaa, obbolota koo, daguu fi qusii tokko malee marara garaa guutuun abdii nuuf kenameef, dhuga-ba’umsaa Wangeelaaf, akka- sumas jireenyaa Kiristiyaanumaa dhugaa isa Yesuus Kiristoosiin calaqisuuf caalaatti dhama’uu akka dandeenyu Waaqayyo ayyaana nuuf haa baayyisu. Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoon Lb. Dr. Gammachuu Olanaa, maatii isaa Yeroon, Dori, fi Makki irraa Ayyaana Waggaa 10ffaa The 10th Anniversary “Waaqayyo gaarii dha’o, gaarummaan isaas bara baraan, amanamummaan isaas dhalootaa hamma dhalootaatti” Farsaa 100:5 March 3, 2013 LA

Upload: others

Post on 18-Jan-2020

16 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

OROMO LUTHERAN-EVANGELICAL CHURCH - LCMS

436 S. Beverly Dr • Beverly Hills CA 90212 | Tel.: (323) 328-5548 Fax.: (866) 744-0241Email: [email protected] | www.oromochurchla.com

Waldaan Oromoo Warra wangeelaa kan magaalaa Los Angeles kuno ergaadhabbattee ayyaana Waaqayyoon kunoo egaa waggaa kudhan lakoobsifte.Waaqayyoo karaa hafuura qulqulluu Waldaa isaa karaa garaa garaa namootawaamicha isaa dhaga’aniin ijjaarrta. Akkuma kana egaa waldaan afaan Oro-moo yeroo barbaachisummaan isaa ga’ettii, magaalaa kana keessattiWaaqayyoo saba Oromoof, akkasumalee saba birraaf maa’ii Wangeelaa kandhimma baasuu tokkummaa adda kana nuuf kenne. Isa kanaaf hundumaadura Waqayyoo abbaa gooftaa keenyaa isa ta’eef hooqubaa dhi’eessuun nuufta’a. Akkasumallee, obboloota warraa waamicha Hafuurri Qulqulluuf owwa-tanee tokkummaa kana yeroo, humnaa fi qabeenyaa isaanii arsaa gochuuntokkummaan amantootaa kana as magalaa Los Angeles keessatti walittiqabuun, ergaan Wangeelaa gidduu keenyatti akka babalatuf meesshaa ta’an,ta’aas jiraan hundaa eebbii Waaqayyoo isaan haa qaqqabu.

Egaa isa darbee galateefachaa isa fuula keenya jiru irratti multaa haaraa fihamilee guutuun qiyyaafannee, baballisuu Wangeelaa fi barsiisa sagaleeWaaqayyoo isa dhugaa keessatti wal jajjabessuu fi wal-ijaaruu akka jabeef-fannu Waaqayyo nu hunduma keenya hagargaaru. Keessuma yeroo ammakanatti caalaatti shaakala jireenyaa hafuuraa fi beekumsa SagaleeWaaqayyootti guddachuu fuullefachuun keenyaa tokkummaa kun cimee kandhaabbatu, qilleensa yeroon kan hin diigamne taasisa( Matt. 7:24-27), kanaafjabannee waliin Waaqayessuu fi sagalee Weaaqayyoo qorachii haa cimsinuu.

Abdiin karaa gooftaa keenyaa Yesus Kiristoos nuuf kenname waanat mamsi-isu miti (Ibrootaa 6:11, Filp 1:6). Dhugumaan Waaqayyoo yeroo isaatti fedhaisaa bifa adda addaan jireenya hafuuraa keeenay kessatti, tokkummaakeenya kessatti, darbees illee saba keenya kessatti gaarummaan isaa isa am-ma beeknu fi shakalaa jirru garasitti akka raawwachuu hin hafne beekamadha. Isa kanaaf jecha egaa, obbolota koo, daguu fi qusii tokko malee mararagaraa guutuun abdii nuuf kenameef, dhuga-ba’umsaa Wangeelaaf, akka-sumas jireenyaa Kiristiyaanumaa dhugaa isa Yesuus Kiristoosiin calaqisuufcaalaatti dhama’uu akka dandeenyu Waaqayyo ayyaana nuuf haa baayyisu.

Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoon

Lb. Dr. Gammachuu Olanaa,

maatii isaa Yeroon, Dori, fi Makki irraa

Ayyaana Waggaa 10ffaaThe 10th Anniversary

“Waaqayyo gaarii dha’o,gaarummaan isaas barabaraan, amanamummaanisaas dhalootaa hammadhalootaatti”

Farsaa 100:5

Marc

h 3,

2013

LA

Page 2: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

1. Our History at a Glance

2. Ijjoo Dubbii Torba Ogeessota Mullata

Waaqayyoo Eegaa Turan irraa

3. Haro Berbabao Outreach

Our History at a Glance

“ “Let us hold unswervingly to the hope we profess, for he who prom-ised is faithful. And let us consider how we may spur one another ontoward love and good deeds. Let us not give up meeting together, assome are in the habit of doing, but let us encourage one another-and allthe more as you see the day approaching.” (Hebrews 10:23-25)

Our congregation is the first OromoSpeaking Evangelical church in theSouthern California first organizedas ‘the United Oromo Church – LosAngeles’ in March 3, 2003, by a Godgiven vision. During this time, undera very challenging situation, a com-munity of believers was organizedunder a name 'Waldaa oromoo' witha vision to reach the diaspora Oromowith Gospel of Christ here in GreaterLos Angeles and beyond in a cultureand language they better understand.The vision was given to us at a timewhen the people in our homeland,Oromia (Ethiopia), had been goingthrough many difficulties, such ashad never been experienced before.

Although Oromia has been called thebreadbasket of Africa, it has been hitby catastrophic drought and infec-tious diseases such as AIDS, and aMalaria epidemic which claimedthousands of lives and orphanedmany thousands of Children.

In the Empire States of Ethiopia, Oro-mos are exposed to misery and op-pression due to the systematicviolation of human rights and the ab-sence of the rule of law, includingdemocratic rights and justice. At thistime the repression of Oromos by theminority-led government has greatlyintensified.

High school, College and Universitystudents have been singled out andsubjected to detentions, being totallydeprived of their education, or, insome cases, actually killed outright.Many of the officials and prominentelders in the Macha-Tulama associa-tion (a civic organization) were badlybeaten and dragged off to prison,where they languished for years withno due process. This was also a timewhen many of Ethiopian’s neighbor-ing countries were surprised by theinflux of Oromian refugees withintheir borders.

Mr. Huduma Bulcha,one of the founding membersand long standing elder of the

congregation.

CONTENT | QABIYYEE436 S. Beverly Dr • Beverly Hills CA90212 •

(323) 328-5548 • (866) 744-0241

[email protected]

By Humduma Bulcha

Mr. Challa DiroChurch President

Page 3: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

One may ask why the people of Oromo were subjected tosuch terrible events, given that they were always a peace-ful and compassionate society who were generous withwhat they had, even to total strangers. They had commit-ted no criminal acts; had only demonstrated peaceably toexpress their feelings regarding years of domination anddiscrimination by a small ruling clique ethnic group.

It was at this critical time that Mr. Challa F. Diro and Imet, for the first time, at the Ethiopian Christian Fellow-ship Church, in Los Angeles. We talked about the situa-tion in our homeland that caused our people to feelhelpless and hopeless. Despite the international outcry foralleged human rights abuse by the Ethiopian government,the world turned a deaf ear. This is not to blame theworld community as a whole, but to draw attention to theintensity of the psychological and physical trauma ourpeople endured.

At the end of our discussion, we both determined that no-body can save our people except our God, and here iswhat the word of God says: “See I am the Lord, the Godof all flesh; is anything too hard for me?” (Jeremiah 32:27)

No, there is nothing too hard for Him! We decided tobring the case for our people in prayer, in front of theKing of Kings, the Lord of Lords, our God. We made aprayer schedule, together and separately. After a time, theSpirit opened our hearts to bringing Oromos together forprayer and the study of the Scripture.

Mr. Diro was able to contact Dr. Belay G. Olam, our fu-ture pastor, who was at that time, completing his doctor-ate degree in theology at the Fuller Seminary. This wasjust after we organized the Oromo Community of LosAngeles and area. This enabled us to meet people and in-vite them to our spiritual gatherings, which where then

held in individual homes. All Oromo and Oromo speak-ing individuals were invited, regardless of their personalbeliefs, and religious background. They were all enthusi-astic about worshiping their God in a language and cul-ture meaningful to them, hence a soon a strongworshiping fellowship was formed.

From the start we were also actively participated in bothspiritual and social events in our community. These in-clude, home bible studies, weddings, birthdays celebra-tion, soccer games etc. Soon our church beside the serviceof Word and Sacrament ministries, began offering socialministries such as writing support letters for Oromo asy-

lum seekers, help-ing them to get jobor housing in coor-dination with ourcommunity leaders.

Our Motto State-ment, at the timewas from the He-brews, “Let us holdunswervingly to thehope we profess, for

he who promised is faithful. And let us consider how wemay spur one another on toward love and good deeds.Let us not give up meeting together, as some are in thehabit of doing, but let usencourage one another-and all the more as you see theday approaching.” (Hebrews 10:23-25)

In July of 2003, our Church was invited to participate atUnited Oromo Evangelical Churches Associations minis-ters consultation and conference in Minneapolis. Dr. Be-lay Olam and I both attended and we received more

Pastors and church leaders on the occasion of the 7th West Coast Oromo Churches Conference, that was hosted by the Oromo Churchin Los Angeles,

Dr. Belay G. Olam

Page 4: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

encouragement about our church, and a network wasformed.On November 13,2003, the church was incorporated underthe name 'United Oromo Church' in the State of California,and the same year in December we found a worship spaceat Mount Calvary Lutheran Church in Beverly Hills. Beforemoving to this location, for a while we used to meet atDr.Gudeta Inika’s home and later gladly moved in to theMount Calvary Lutheran Church, with a good will of Rev.R. J. Perling and the Lutheran Missouri Synod, where it cur-

rently con-ducts itsregular Sun-day Worshipprograms inAfaan Oromo.

Since then wehave estab-lished a mis-sion statementto reach out to

other Oromos—especially in the

Metropolitan Los Angeles area-with the good news of JesusChrist. Beside active ministry here in Los Angeles, fromearly on we took an initiative to outreach the homeland.Our vision there has extended out to our homeland, Oro-mia, and our Church has contributed to the construction of“Doonni” Church, in the Eastern area. Our church mightwell be the first in the Oromo Diaspora to have made a fi-nancial contribution to the Oromo University Student Min-istry.

We are also helping the Haro Birbabo Church in remoteOromia. The evangelist of that Church was a very faithfulperson, who committed himself to serve God and his Com-munity, rather than for any personal gain. He and his wifehave five children.With our help, they received a monthlyincome to support their family and Geremew Leta went toBible College, graduated with a diploma and was ordainedas a pastor of the Church. Now there are three churches un-der the umbrella of the main church.

The West Coast Oromo Churches Annual Conference is al-so part of that vision. Nine years ago we visualized theWest Cost Oromo Church Annual Spiritual conferences.Thanks to be God, this year, the 9th annual conference will

be hosted by the Seattle Oromo Evangelical Church. Westarted completely from scratch, from human resources tomaterial and financial needs. We were committed servantof God. We were blessed with our Pastor, Dr. Belay Olam,who is pure of heart, and faithful to his God. Many individ-uals and families, invested their time and money for the re-alization of the conference, and strengthen of ourfellowship, from which I like to name families such as ofDr. Gudeta Hinika's, who unreservedly supported this fel-lowship financially at the time of our need and individualslike our brother in Christ, Rev. Abdi Tadesse, who was aseminary student at the time, and used to actively partici-pate in preaching, teaching and singing. Our Sister, Mrs.Alem Kebede was the only one singing and leading wor-ship at the early stage of our congregation-with no help-un-til Mr. Jira T. Boka joined has in late 2005 from Minneapolis.He is a gifted spiritual leader, who also services our churchas a preacher and teacher. Our Brother, Dr. Gemachis D.Buba, Oromian “Martin Luther,” has had a big impact onthe growth of our church, most especially when Dr. Olammade the decision to go to Ethiopia for Missionary duty.Dr. Buba played a major role in getting us the services ofour current pastor, Dr. Gemechu Olana. Since he arrivedthere have been many changes. Besides the material andfinancial outreach to spread the Gospel of Jesus Christ, wehave been able to reach around the world by utilizing ourwebsite, all due to the many God-given talents of Dr. Olana.

Since August 2009 we are a member congregation of the Pa-cific South West District - Lutheran Church Missouri Syn-od. We are extremely encouraged and empowered to be apart of this big God's Holy family and be in partner withthem in mission. Since 2007, the Pacific South West Districtregional Mission Council has generously supported ourministry, for which we are very grateful. Our hostingChurch, the Mount Calvary Lutheran Church, has gener-ously offered their facilities for the worship and many othersocial ministries of our people. Word's may not fully ex-press our deepest gratitude for the Mount Calvary Luther-an Church members, and it leaders, especially Rev. JonPerling, for the ministry of love and welcoming they areproving us proceeding from love of Christ and it mission.

May God bless all of you, for there is no a single person,among us, who in one why or another has not contributedto our fellowship. God abundantly blessed us with a lot ofgifts and resources at our disposal through each member

Women's Parenting seminar Meeting

Page 5: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

Kutaan Wangeela Maatewos 2:1-12kun waa’ee warra ogeesota ba’a biif-tuutii Mooticha dhalate arguudhaafurjiidhaan geggeffamanii gara iddooMootichi itti dhalate dhufanii dubba-ta. Jarreen kun warra waa’ee urjootaa-ti fi sochii isaanii qoratan, akka haasaabara kanaati – Astronomers – warrajedhamanii dha. As keessati waa’eejarreen kanaa wanti baay’een hin dub-batamne. Garuu Mootiin adda ta’etokko bar tokko dhalachuuf akka jiru,isa kanas urjiin urjoota kaanitti addata’e tokko bara Mootichi dhalatuttimul’achuuf akka jiru wanti abdachii-fame akka ture warra beekan ta’uuisaanii beekna. Akka qorannoo god-hameetti naannoo bara Gooftaankeenya Yesuus Kristoos itti dhalatettiurjiin isaan duras isa booddees ar-gamee hin beeknne tokko mul’ateeakka ture seenaa ta’ee barreeffamee

jira. Macaafni Qulqulluun immoo ak-kas jedha:

An isa nan arga; garuu amma mitiIsa nan ilaala; garuu dhi’o mitiUrjiin Yaa’iqoob keessa in ba’aaUleen mootummaa Israa’eel keessa inka’aa (Seera Lakoobssaa 24:17)Warrii ogeesotaa kun kana habeekanhadhiisani wanti nuti beeknu hin jiru,haa ta’u iyyuu malee kun Waaqayyoduran dursee kan qopheesee waanta’eef warri ogeesotaa mul’ataWaaqayyo isaanii kenneen isuma ka-na eegaa turan jechuu in dandeenya.Kutaa kana gadi fageenyaan yommuuilaallu warra ogeesotaa kana irraawaan torba barra:

1. Eeggachuu: Waan abddatantokko koomee irra of taa’anii dam-maqinaan eegatu. Jarreen kun mul’ata

for the ministry of the Kingdom ofGod. Thanks to be God for that!

God is the author and giver of all life,all life is sacred, all people are giftedby God’s grace, and we are called up-on to build God’s kingdom on earth.His Kingdom is that of faith andhope, Justice and peace, love and ac-ceptance. It belongs to us all.

As for me, there is no greater job thanspreading the word of Jesus Christ.As Christians we all know what ourLord went through in order to saveus.An enemy can harm our flesh butnever our soul. The source of hopeand mercy is only one, the creator ofheaven and earth.

Getting a college degree, succeedingin business and life, are good ingre-dients of human physical need andwell-being, above all however seek-ing the Kingdom God and the matterof witnessing the Gospel should beour first priority in life.Let us continue to pray for the expan-sion of the true Gospel of Jesus Christamong all people of the United sateof America and our home country, sothat people may be freed from theaffliction of sin and all kinds of de-monic forces. +

Ijoo dubbii Torba OgeessotaMullataa Waaqayyoo eegaa turanIrraa (Matt: 2:1-12)

Lb. Dr. Debala Birri

Kids Christmas cake cooking party

Page 6: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

argan tokko qabu turan jechuu dan-ddeenya. Wanti waa’ee dhalachuuMootii adda ta’ee tokko mul’ataanWaaqayyo biraa kennamuufiin isa inoollee. Jarreen kun waan kana halk-kanii fi guyyaa dammaqinaan in eeg-atu turan. Barri Waaqayyo murteeseyommuu ga’u urjiin adda ta’e tokkoisaanitti mul’ate. Gaafa urjiin kunmul’atu oolanii utuu hin bulin harkafuudhaa Mootichaaf ta’u harkatti qa-batanii urjiichaa of fuula duratti ilaa-laa urjichaan geggeeffamani isahawwii guddadhaan eeggachaa turanbarbaacha ka’aan. Kun sagalee Daw-wit dubbate nu yaadachisa/ An abdiiguutuudhaan Waaqayyoon nan eeggadheinii immoo gara kootti jedhee iyya kooanaaf in dhaga’e. (Faar. 40:1). NamootaMooticha eeggachaa turan keessaainni tokko namicha Simoon jedhamuudha. Wangeela Luqaas boqonnaa 2:25-32 keessatti akka barreeffame Simoonabdii guutuudhaan dhufaati Moot-ichaa eegaa ture. Mooticha dhalatekana Mana Qulqullummaa keessattikaasuuti baatee akkas jedhe: Egaa, yaaGooftaa, akkuma dubattee turte garbichakee nagaadhaan jireenya kanatii hiiki!Fayysuu kee ija kootiin argeera (Luk.2:29-30).

2. Barbaadu: Qophee barbaachisugodhani harka fuudhaa harkatti qaba-tani barbaacha ka’an. Isa isaan geg-geesu urjicha irraa ija isaani utuu hinbuqifatin of fula duratti ilaalaa Yeru-saaleemiin ga’an. Yommuu magalaaYerusalem lixan urjichi jalaa dhokate.Malif ta’ina laata? Sababa lamatu jira.(1) Yerusaalem iddoo Motichi itti dha-late waan hin taaneef. (2) Iddoo Moot-ichi itti dhalatu Waaqayyo durandursee karaa rajota isaa dubbate akkature akka hubataniif. Iddoo hin taaneMooticha barbaacha dhufan. Karaattiisaan deebisuudhaaf Waaqayyo as

isaan fide. Iddoo hin taane isa bar-baaduu dhaan isa argacuun hindanda’amu.

3. Argachuu: Inni dhalate kunMootiidha. Akka hubanaa warraogeesotaa kanatti mootiin manamootii keessatti dhalata. Kanaaf garamootii Yihudaa, mana Herodisdhaqan. “Mootiin dhalate eessa jiraurjii isaa ba’a biiftuutii arginee isaafsagaduu dhufneeraa” jedhaniin. Yom-muu kun dhga’amuu Herodis in raa-fame Yerusaalemis isa wajjinraafamte. Kana irratti Herodis beekto-ta macaafa waamsifate wanti kuunbarreeffamaan jiraachuu isaa isaangaafte. Isaanis akkas jedhanii deebi-saniif: Mandaraa Betlihem kutaa biyyaYihudaa keessatti in dhalata. Raajichaancaafame, ‘Ati yaa Betlihem ishee biyyaYihudaa keessaa! Ati mandaroota gur-guddoota Yihudaa hundumaa irra hinxinnaattu; si keessaa kan mo’u tokko sabakoo Isaa’elin kan bulchu in ba’a’ kan jed-hu jira jedhan (Maat. 5; Mik. 5:2). Hero-dis kana erga hubate booddee warraogeesotaa waamsisee “Dhaqaa muci-cha barbaada, sagadaafii, erga argat-tani booddee kottaa anati himaa anisdhaqe akkan sagaduufitti” isaaniinjedhe. Kana boodee battala isaan Ye-rusaalem keessa mila fudhatanitti ur-jichi deebii’ee isanitti mul’ate hammalafa mucichii jiruutti isaan geese.Manatti ol lixanii mucicha haadhaisaa Mariyaamii wajjinargatan.Mucicha arganii gudda gam-madan. Isa barbaadan in argatan. Lafagaraa isaanii ga’an. SagaleenWaaqayyo akkas jedha: Yoo garaakeessan guutuudhaan na barbaaddan naargatu (Faar. 30:4). “Kottaa nus in bar-baadanaa, akka jareen sanaa, kan bar-baades in argataa, innoo dhi’o jiraa.”

Summary Church picnic

Page 7: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

4. Sagadu yookiis Waaqeffachu:Lafatti gadi gombifamani isaaf sagadan.(Maat. 2:11). WaaqeffamuunWaaqayyo duwwaadhaaf ta’a. Inidhalate kun nama qoosaa miti. Sagad-amuun kan ta’uuf ilma Waaqayyojiraataati. Sagalichi jalqaba waan hundu-maa ture; sagalichi Waaqayyo bira ture;sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture. Ini kunjalqabumaa jalqabe Waaqayyo birature…. Sagalichi nama foonii ta’e nu gid-duu buufate (Yoha. 1:1, 14). Kun dhok-saa Waaqayyo foon uffatee ilmaannamaa fayyisuudhaaf nama ta’eeti(The mystery of Incarnation). Waaqawaan ta’eef sagaduufiitu ta’aaf.Waaqayyoo kee Gooftichaf jilbeenfatee sa-gadi isa duwwaafis hojjedhu (Seera Kes-sa Deebii 6:13). Waaqayyoonsagaduun ogummaa ogummaacaaluudha. Waaqayyoon sodaachuunjalqaba ogummaati gowooni garuu ogum-maa fi barsiisa in tuffatu (Fak. 1:6).Ogeesoti kun mucaa kana keessatimul’achuu Waaqayyo argan, kanaafisulfina isaaf ta’u kennaniif. Kristoos,bifa Waaqayyo inni ijaan hin argamneittiin namatti mul’atuu dha (Col. 1:15.Ini Waaqa guutuu dhaa fi nama guu-tuu dha. Waaqaa fi nama walittiaraarsuudhaaf foon uffatee gara biyyalafaa dhufe. Karaa isaa Waaqayyo il-maan namaa oftti araarsudhaaf tark-kanfii kana fudhate.

5. Kennuu: Qorxii isaaniis bananii,warqee, ixaanaa fi qumbii harka fuudhaakennaniif (Matt. 2:11). Kennaan isaankennan kun eenyummaa isaati fi hojiiisaa agarsiisu. Warqeen Mootii ta’uisaa; ixaani Luba ta’u isaa; qumbiinaarssaa ta’u isaa yookis aarfamuuisaatiin ilmaan namaa fayyisu isaaagarsiisu. Amma garuu dhumabarichaatti yeroo hundumaaf akka ta’utiKristoos ofii isaa aarssaa dhi’eesuu isaati-in cubbuu balleesuudhaaf mul’atera (Ib-roota 9:26). Egaa kennaa kennuun

waaqeffachuutii gargar akka in baanenu hubachiisa. Nutoo! Har’a isaMootii keenya, Luba keenya, Fayyisaakeenya ta’e kanaaf waaqeffannaakeenyaan wal-fudhachifnnee maalkeninaaf?

6. Abboomamuu: Mootichi Hero-dis warra ogeesotaa kanaan “Dhaqaabarbaadaa, sagadaafii, yommuu ar-gattan immoo kottaa anati himaa anisdhaqeen sagadaafii” jedhee ture. Ka-na jechuun isaa isa ajjeesuu dhaaf ma-lee dhuguma isaaf sagaduu dhaaf hinture. Waaqayyo garuu yaada namaawaan fagootti beekuuf akka Herodismucicha ajjeesuuf murteese abjuudhaan gara Herodistii akka hin dee-bineef isaanitti agarsiise. Isaanisshakii tokko malee abbomamaniikaraa biraatiin gara biyya isaaniittisokkan. Erga eeggatani, barbaadani,argatani, sagadani, kennaa kennaniifiikan ittaanee dhufu jaalalaan isaaf ab-boomamuu dhaan dedeebi’u yookiisjiraachuu dha. Abboomamuu dhaanjireenyi namaa guutu ta’a. Jireenyi na-maa gammachuuni fi nagaan kankeessa guute ta’a. Abbomamuun qal-ma gubatu irra caala jedha sagaleenWaaqayyo.

7. Amanamuu: Isa hawii dhaaneggatani, barbaadani, argatani, saga-daniifii, harka fuudhaa kennanifii, ab-boomamaniif kanaa amanamanijiraachuun barbaachisaa akka ta’e hu-bana. Namni tokko shaakala yookiismuuxanno Betalihemitti (Bethlihemexperience) erga argatee booddeejireenya isaa guyyaa guyyatti shaaka-la sana jiraachuutu irraa barbaadama.Amantii Mooticha kana irraa qabujireenyaan mul’isuu, karaa hundu-maan amanamummaadhaan jiraa-chuu barbaachisa. Warrii ogeesotaakun isa Waaqayyo isaan abboomeamanamummaa guutuu dhaan raaw-

watan. In amanaman. ErgaaQaaqayyo isaanitti kenne amana-mummaa dhaan raawwatan. Moot-ichi nuuf jedhee aarsaa of gochuudhaan du’ee du’a mo’ee ka’e akkasjedha, Hamma du’aatti kan amanamteta’i, anis gonfoo jireenyaa siifan kennaa(Mul. 2:10). Isaaf akka amanamnuufWaaqayyo nu hagargaaru

Walumaa galatti kutaa kana irraakan barruu: Eggachuu, Barbaaduu,Argachuu, Sagaduu, Kennuu, Ab-boomamuu, Amaanamu, kun hund-uu maal akka ta’e hubannera jedheenamana. +

Page 8: Waggaa kudhan, ayyaana Waaqayyoonoromochurchla.com/oelc/wp-content/uploads/2014/12/anniversery_newsletter_03032013.pdfalleged human rights abuse by the Ethiopian government, the world

Beside supporting the Oromo Studentcam, campus ministry, we have beeensupporting one congregation in re-mote Western Shoa, Oromia regioncalled the Haro Birbabo Church.In 2008 God has opened our heart &mind to support this Church that usedto meet in small grass roofed hut atthe time, but now has grown to a con-gregation of more than six hundredmembers in a short period of time.

Garoma Lata, a future Pastor of theChurch had a short time training asan Evangelist. I got to known himduring my visit there in 2007. I foundhim an honest, ,faithful and obedientto both his God & the people he isserving. They have five Children. HisSpouse is just a house wife. Despitethe economic difficulties they werecommitted them selves to serve God& his people.

Actually, with our help, they receiveda monthly income to support theirfamily, and Gamma went to Bible col-lege, graduate with diploma and wasordained as a pastor of the Church.

During my second visit there in 2010,to my surprise, I found out thatthings were completely changed forgood. They built two big Churches,Haro Birbabo and Goro Dabe. There isnothing exaggerated in this, but just

fact. All of them, elders, Pastors, andCongregations combined their effortsto do these incredible jobs in this shortperiod of time. There motto statementis from (Nehemiah 2: 18 - 20) . At thethe present time there are fourChurches under the umbrella of themain church. They are spirituallyhealthy congregations, and dynamic.Within the three years period morethan 600 new lives come to Christ.

Reconciliation between God & man isthe purpose of the Gospel.; It publiclydemonstrates Gods love (2Cort 5: 18-20) The Gospel of Jesus Christ isblazing like a wiled fire in that part ofthe Country. They are spiritually driv-en, consumed by the call of theirLord, Jesus Christ, and focused onwining souls to Him. These people areplain real, with a selfless devotion toreach and introduce them to the re-deemer and most of all to demon-strate His reconciling love toeverybody in their community andbeyond.

Brothers and Sisters in Christ, Stillthere are a lot to be done. Resourcesare needed to train Pastors for thesenew Churches. " God is not unjust; Hewill not forgot your work & love youhave shown Him as you have helpedhis people and continue to help them (Hib 6: 10 ) " Evangelism is everything

we say and do weather it is direct-ly or indirectly that reveals thelove of God. Serving God is not aburden, but it is a privilege. Godbegan to convict us that with theprivilege of birthing process comesthe implied responsibility to sup-port for the nurturing.

As we celebrate our tenth anniver-sary, as a congregation, please letus consider to renew our pledgesfor out reach and mission amongour people, who are thirsty of theGospel of Jesus Christ, but unpriv-ileged in many ways.

Haro Birbabo OutreachMr. Hunduma Bulcha

Our Sunday Worship Program isalways on Sunday at 2:30 pm - 4:30,and followed by a fellowship coffee.

436 S. Beverly Dr • Beverly Hills, CA 90212 •(323) 328-5548 • (866) 744-0241

[email protected]