new gadaa booklet for pdf · 2014. 6. 14. · oromoo, afaan oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi...

20

Upload: others

Post on 26-Oct-2020

232 views

Category:

Documents


32 download

TRANSCRIPT

Page 1: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu
Page 2: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu
Page 3: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

Seenaa Kaawoo Gadaa Oromiyaa

Duudhaa Sirna Gadaa Oromiyaa jajjabeessuu ilaalchisee miseensoonni AkkaadaamiiUmmata Oromiyaa (AUO) marsaa AUO keessatti bara 2002-2003 godhaani turan irrattihundaawuudhaan, mallattoo eenyummaa Oromoo (Oromummaa) kan ta’e sirni walqixxu-ummaa, sirni walabummaa, sirni heeraa (justice) fi seeraa, sirni badhaadhinaa fi dagaagi-na ummata Oromoo, sirni GADAA sadarkaa biyyooleessaatti akka ijaaramuu fi akka hujiiirra ooluu yaaliin hedduu godhamaa ture.

Marii fi waldhaansoon sabboontoonni Oromiyaa godhan kun galii isaa rukutuun (irragahuun) KAAWOON GADAA OROMIYAA baatii ammajjii 1, bara 2003, teessoo isaa wal-tajjii Oromiyaa, Finfinnee godhatee dhaabbatee jira.

Seerrii Gadaa hundee dhugaa kanaan gadiitiin barrefamerratti ijaarame

Seerrii Gadaa, sirna walqixxummaa fi mirga ilmoo nama kabaju, sirna ol aantummaaummataa baldhaa (demokraasii) dhugoomsuu, sirna ol aantummaa seeraa fi heeraabaldhaan tumamu kabaju, sirna kabajamaa fi jaalatamaa saba Oromootiin kan ijaarameyero ta’u, fedhiinsaas dhugaa kaan gaditti barreefaman mirkasiisuufii. Innis;

➤ Seerri, yoomiyyuu fedhii namooti hunda calaa

➤ Hooggantoonni ummata Oromiyaa hunddi tolaaf badii godhametti-gaafatamu

➤ Humni tikssa nagaa biyyaa (humni waraana Oromiyaa) sadarkaa hundat-tuu, nagaa ummata Oromiyaa tiiksuudhaf dirqama guddaa qaba

➤ Yaa’iin Gadaa Oromiyaa, Aangoon hoogganna (mootummaa) Oromiyaa fikan qaama saba Oromootiif dubbatu hundaatuu aadaa sirna GadaaOromoo fi amantii ummata Oromoo irratti hundaawuu (irkachuu), kabajuufi hujii irra oolchu isaa qofaan mirkanaawa (dhugeeffatama)

1

Page 4: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

➤ Hoogganni ykn. mootummaan Oromiyaa, biyya tajaajiluu (hogganuu) kandanda’uu, aadaa sirna Gadaa kabajuudhaan heeraa fi seeraa Oromiyaairratti hundaawuun karaa nagaatiin ummataan filamee yoo eebbifame qofafudhatama (legitimacy) argata

➤ Walqixxummaan, dirqamaa fi mirgi abbaa biyyummaa Oromoota hun-daatuu akka seerri Gadaa tumetti hujii irra oola. Gadaa (umrii) fi muuxan-noo hayyoota Oromoo kabajuun mallattoo aadaa sirna Gadaa ummataOromooti. Aadaan kun ni kabajama, hujii irra oolas

➤ Miseensi hooggana mootummaa (bulchiinsa) Gadaa Oromiyaa akkumaaadaa sirna Gadaatti ummataan filamee, eebbifamee Gadaa tokko ( wag-gaa 8) qofaf hojjata.

➤ Filannoo fi umriin (Gadaan) mootummaa (hooggana) Gadaa Oromiyaaakka seeraa fi sirna Gadaatti gaggeefama.

➤ Seenaa, aadaa fi Safuu ummata Oromoo barachuun, beekuun, kabajuu fihujii irra oolchuun ulaagaaddhan (criteria) miseensi hooggana sabaOromoo ittiin madaalamu keessaa tokko

➤ Miseensi hooggana Oromiyaa hundumtuu mallatoowwan tokkummaa sabaOromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa(Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati.

➤ Hojiin ishii/isaa hundumtuu kan badhaadhinnaa fi fuul-duree sabaOromoo dagaagsuu fi kan seenaa saba Oromoo miidhagsu (bareechisuu)ta’uu qaba.

➤ Mootummaan Gadaa Oromiyaa mirga ilmoo (dhala) namaa, walqixummaaamantoota, mirga gurmuu (group rights) fi mirga mormituu akka aadaasirna Gadaatti ni kabajaa, ni kabajchiisa.

➤ Dhaaloota hundaa duudhaa sirna Gadaatiin walitti hidhuudhaan mirgaa fidirqamni biyya tajaajiluu akka kabajamu, tokkummaan, jabeynaa fi humniummata Oromiyaa akka dagaaguu taasisa.

2

Page 5: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

■ Abboota Gadaa nannoodhan Oromiyaa keessatti argaman walitti fiduud-haan Oromummaa fi Aadaa sirna Gadaatiin akka walii tumsaan fi tokkum-maa ummata Oromoo akka ijaaran gargaaruu, jajjabeessuu.

■ Nannoodhan sirni Gadaa laafee fi hojjataa hinjirretti ummata OromooAadaa fi sirna Gadaatiin gurmeessuu ykn. ijaaruudhaan sirna Gadaatiinuf-bulchuun sadarkaa biyyooleesatti akka mirkanwaau godchuu.

■ Aadaa fi bulchiinsa sirna Gadaa ummata Oromoo qabachuudhaan, hundeebulchaa sirna gabromfataa Oromiyaa keessaa buqqisuu

■ Dhaabbota (ijaarsota) siyaasa, waldoota gargaarsaa fi amantii kan umma-ta Oromiyaa keessattu argaman jiddutti walii galtee fi tumsa argamsiisuu,nagaa ummata Oromoo akka tiiksan (eegan) yaadachiisuu

■ Qaamota diinagdee, kan siyaasaa, kan barmoota, kan aadaa, kan fayyaa,kan tika nagaa, kan ogummmaa fii saayinsii ummata Oromiyaa walittiqindeessuudhaan badhaadhinnaa fi nagaa ummata Oromiyaa mirka-neessuu, fuul-duree ummata Oromiyaa miidhagsuu

■ Saboota fi sab-lammiiddhan hundeen isaanii Afrikaa ta’e, kan aadaa fiseenaan isaanii aadaa fi seenaa ummata Oromiyaatiin walfakkaatu ykn.walitti dhihaatuun walii tumsuu, walgargaaruu.

■ Sabootaa fi sab-lammiiddhan kiyyoo gabrummaa Abashaa jalatti kufuud-haan dararaman, saboota mirga ilmoo namaa fi sabaatti amanan waliinwaliigaltee fi tumsa argamsisuu

■ Gurmuuwwan siyaasaa fi qaamoonni amantii kan ummata Oromiyaakeessatti argaman waliigaltee fi gamtaan tokkummaa ummata Oromiyaa,mirgaa fi bilisummaa Oromiyaa ilaalchisee ijjannoo fi Afaan tokkkoo akkaqabaatan jajjabeessuu, gargaaruu

3

B u ’ u r a K a a w o o G a d a a O r o m i y a a

Page 6: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

■ Nageenyaa fi jireenya ummata Oromiyaa tiksuu, itichuu fi dagaagsuu

■ Eenyummaa Oromoo, Aadaa walqixummaa fi demokraasii sirna Gadaaguddisuu, dagaagsuu fi Oromiyaa nagaan bulchuu (administer) keessattiqoodni ummata baldhaa murteessaa fi barbaachisaa ta’uu ummata barbsi-isuu, mirga isaa ta’uu yaadachiisuu

■ Mirgi ilmoo namaa akka Charteriidhan Afrikaa fi kfk. akka eeggamu taasisuu

■ Abboonii Gadaa kan yeroo hammaa naannoodhan Oromiyaa keessattiargaman akka aadaa sirna Gadaatti walqunnamuudhaan akka waliin hoj-jatan haalaa fi dandii mijeessuu. Naannoodhan sirni Gadaa hojjataa hinjir-retti Abbaa Gadaa filachiisuu fi bulchiinsi sirna Gadaa naannoo irraajalqabee hanga sadarkaa biyyoolessatti hujii irra akka ooluu taasisu

■ Guddinnaa fi bilchinni sirna Gadaa itti fufee akka dagaaguu walqixummaafi mirga abbaa biyyummaa Oromootaa barsiisuu

■ Tokkummaa fi nagaa saba Oromootiif Oromiyaa tiksuu

■ Baadhaadhinni sabaa fi Oromiyaa fuullee diinagdee, barmootaa, sayinsii fiogummaa (technology), fayyaa, siyaasaa fi kfk. sadarkaa ol’aana irra akkagahuu daandii tottolchuu, karoora baasuu, hujii irra oolchuu

■ Ilaalchaa (yaada) Oromoota hundaatuu kabajuu. Ilmaan Oromoo garagarummaa yaadaa (ilaalchaa) irraa kan ka’e nagaa saba isaanii booressuufi jireenna saba Oromoo haddheessuu otoo hin ta’in, akka aadaa sirnaGadaa Oromootti walkabajuudhaan gara garummaa isaanii karaa nagaati-in akka hiikktan gargaaruu.

■ Yaadni (ilaalchi) ilmaan Oromoo akka ilmaan saba tokkootti daandiitokkotti luucca’ee bu’aa saba isaanii irra akka oolu haala mijeessuu, karaaqindeessuu fi Ilmaan Oromoo irree tokkummaa isaanii cimsanii mirgasabummaa ummata Oromoo kabajchiisuu irratti akka walii tumsan gar-gaaruu (taasisuu)

4

Page 7: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

■ Waltajjiidhan qorannoo (research centers) Afaan, Aaadaa, Seenaa fi sirnaGadaa Oromoo ijaaruu (dhaabuu) fi seenaa saba Oromoo kan dabre qora-chuu, barachuu, barsiisuu fi guddisuu. Keessattuu mallattoo tokkummaa,nagaa fi bilisummaa ummata Oromoo kan ta’e Aadaan sirna Gadaa Oromoo

■ akka sirritti dagaaguu fi ilmaan Oromoo hunda ammattu taasisuu. IlmaanOromoollee aadaa bareeda sirna Gadaa hubachuudhaan gaaddisa sirnaGadaa jalatti akka gurmaahan kakaasuu, jajjabeessuu, gurmeessuu

■ Tokkummaa (unity), birmaddummaa (sovereignty) saba Oromoo fi daan-gaa Oromiyaa kabajchiisuu, bilisummaan Oromiyaa akka mirkanooftuu fitikfamtu ilmaan Oromoo martuu qooda irraa eeggamu akka bahatan karaafi haala mijeessuu, hujii irra oolchuu

■ Aadaan bareedduu fi kabajamtuun dubartoota Oromiyaa, SIINQEENdubartoota Oromoo sadarkaa-sadarkaan ijaaramtee sadarkaa biyyoo-lessaatti hujii irra akka ooltu karaa mijeessuu, fiixa baasu.

■ Siiqeen dubartoota Oromiyaa akka aadaa saba Oromootti mirga dubar-toota Oromiyaa kabajchiisuu fi tiksuudhaan dubartoonni Oromiyaa mid-haa fi gad-qabii tokka malee, fuullee jireenna ilmoo namaa hundaanuu(fakkeennaaf: fuullee diinagdee, siyaasaa, hawaasummaa, aadaa fi kfk.)dhiiraan walqixa biyya isaanii akka tajaajilanii fi biyya isaanii irra tajaa-jila akka aragtan akka taasiftu dadaagsuu.

5

Page 8: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

Galii Kaawoo Gadaa Oromiyaa

Galiin Kaawoo Gadaa Oromiyaa, Aadaa fi mallattoo bilisummaa Oromiyaa kan ta’e seeraaGadaatiin ummata Oromiyaa sadarkaa biyooleessaatti ijaaruudhaan tokkummaa, nagaa fiangoo saba Oromiyaa dhugoomsuu (mirkaneessuu) dha. Ummanni Oromiyaa Aadaa figaaddisa sirna Gadaa jalatti ijaaramuudhaan akka ufii fi biyya isaa bulfachuu danda’u gar-gaaruu dha

■ Aadaa fi bu’uurran sirna Gadaa irratti hundaauudhaan ummata Oromiyaagaaddisa sirna Gadaa jalatti gurmeessuu, irree fi tokkummaa sabaa cimsu-udhaan ol’aantummaa fi mirga ummata Oromiyaa mirkaneessuu, burqaanaangoon Oromiyaa bulchuu (tajaajiluu)

■ Seeraa fi heera saba baldhaa ummata Oromiyaatiin tumame (tumamu) fimirga filannoo, kan filachuu, kan dorgommii nagaa (peaceful competition)fi karaa nagaatiin sabaan filatamuu qofa irra akka ta’u gochuudhaan,ykn.dhugoomsuudhaan Aangoo ol’aanaa mootummaa ummata Oromiyaakan ta’e: Saglan Yaa’ii Oromiyaa (National Supreme Council) Yaa’ii GadaaOromiyaatiin (Oromian National assembly) sadarkaa biyyoolessaattidhaabuu (filachiisuu), bulchiinsa demokraatawaa sirna Gadaa hujii irraoolchuu dha.

■ Seenaa, aadaa fi safuu ummata Oromoo irratti hundaawuudhaan Caasaabulchiinsa sirna Gadaa Oromiyaa akka haalaa fi sadarkaa guddinna sabaOromiyaa kan hardhaa waliin adeemutti qophessuu, diriirsuu dha.

■ Seenaa Saba Oromoo keessatti hiikkaa fi kabajaa guddaa kan qaban qub-summan Yaa’ii Gadaa Oromiyaa kan akka Madda Walaabuu, Mormor(Tulluu Nama Guddaa), Caasaa bulchiinsa sirna Gadaa keessatti akeekuu,seenaan galmeessuu.

■ Qaama Caasaa bulchiinsa Sirna Gadaa kan akka Yaa’ii (Caffee) GadaaOromiyaa, Saglan Yaa’ii Oromiyaa, Odaadhan fi Caffeedhan, Aanaa fi balbal-lan Oromiyaa sadarkaa sadarkaan diriirsuu fi Siiqeen Dubartoota Oromiyaa,qaamni amantii ummata Oromiyaa (sirna Qaalluu fi waaqeeffannaa) sadark-aa biyyoolessatti akka aadaa ummata Oromiyaatti deebi’ee ijaaramuudhaanjireenna ummata Oromiyaa akka tottolchu taasisuu dha. Ummata OromiyaaAadaa fi Gadaa shanan (Luuba) Oromiyaatiin ijaaruu dha.

6

Page 9: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

■ Aadaa bulchiinsa Sina demokraatawaa Gadaa, qaamota caasaa bulchiinsasirna Gadaa, qaamaa seeraa fi heeraa, qaama aadaa fi hundee (original)safuu ummata Oromiyaa, qaama mirga ilmoo namaa tiksuu fi kan kfk.jalaa hanga gubbaattii sadarkaa sadarkaan diriirsuu, babaldhisuu fi hangabiyyoleessaatti ijaaruu, hujii irra oolchuu

■ Ilmaan saba Oromoo hundi mirga Abbaa biyyuummaa isaanii akka kaba-jchiifatan yaadachiisuu, barsiisuu fi dirqama isaanii akka bahatan hubachi-isuu. Dhaloottan (generations) saba Oromoo hundaa akka aadaa sirnaGadaattti duudhaa sirna Gadaatiin walqabachiisuu, walitti hidhuu, waliitumsiisuu. Gadaa (umrii) isaanii irratti hundaawuudhaan gaaddisa sirnaGadaa jalatti ijaaruu, walbarsiisuu fi dammaqasuudhaan tokkummaa,jabeenna fi nagaa aadaa sirna Gaddaa Oromoo deebisuu, mirkaneessuu

■ Hanga Galiin Kaawoo Gadaa Oromiyaa fiixa bahuu fi bulchiinsi sirnaGadaa Oromiyaa ummata Oromiyaa harka galutti hayyoota ummataOromoo, abbootaa Gadaa naannoodhaan Oromiyaa keessatti argaman fihooggantoota bulchiinsa sirna Gadaa Oromiyaa keessatti qooda fudhataajiran hundaa walitti fiduun ijaaruu, gurmeessuu, walqabachiisuu, qabeen-naa (diinagdee) fi mallaqaan gargaaruu

■ Mirga filannoo walabaa, mirga filachuu, kan filamuu fi filatamuu akkaaadaa nagaa sirna Gadaattti kabajuudhaan Saglan Yaa’ii Oromiyaa(Oromian supreme Council) sagalee ummata Oromiyaatiin waggaa sad-deetti saddeetiin akka filatamuu fi eebbifamu taasisuu. Aangoon filannoomalee gonfamtu hundumtuu saba biratti fudhatama akka hinqabnee fifaallaa aadaa fi safuu ummata Oromoo ta’uu beeksisuu, ibsuu. Aangoonfilannoo ummata Oromiyaa irraa argamte martuu dhimmaa fi bu’aaummata Oromiyaa irra akka ooltuu godhuu (taasisuu

■ Aadaa nagaa, aadaa bareeda, jaalatamtuu, kabajamtuu sirnademokraatawaa Gadaa babaldhisuu, guddisuun akka danda’amu projek-tootaa fi karoora gara garaa baasuun hojjachuu. Saayinsii fi ogummaayaroo kan akka Komputaraa, kitabaa fi kan fakkaataniin qophheessuunsabaa dhaqqabsiisuu (facaasuu), barsiisuu. Saboota biraallee barsiisuu

7

Page 10: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

■ Mallattoodhan Oromummaa kan akka Afaan Oromoo, Aadaa, Seenaa,Amantii Safuu fi mirga abbaa biyyummaa (Oromiyaa) tiksuu. Badii(destruction) sirna gabroomfataa Abashaatii fi dhiibbaa (cunqursaa)kamuu mormachuun Oromummaa kabajchiisuu, tiksuu

■ Oromiyaa guutuu keessaa fi Oromiyaan alattillee Oromootaa jajjabeessu-udhaan Aadaa Wallisaa (muziqaa), artii fi sportii, hogbarruu AfaanOromoo fi kfk. guddisuu fi gabbisuu

■ Ijoollee fi dargaggoota Oromiyaa aadaa sirna Gadaa Oromoo barasiisuu fijajjabeessuudhaan akka aadaa sirna Gadaatti gaaddisa sirna Gadaa jalatt-ti gurmeessuu. Dargaggoonni Oromiyaa bulchiinsa Sirna Gadaa kan hangasadarkaa biyyoolessaa keessatti akka qooda fudhatanii fi saba (biyya)isaanii tajaajilan taasisuu

■ Meeshaadhan barrnoota kan Aadaa fi Sirna Gadaa barsisuuf tolan qop-pheessuudhaan iddoo ummanni akka salphaatti irraa argatuu fi dhimmaitti bahachuu danada’u kaa’uu, haala mijeessuu

■ Warraqsa Aaadaa sabootaa fi sablammiiwwan akkuma saba Oromoouumee (native) Afrikaa ta’an, Aadaa fi seenaadhan kan saba Oromoo wali-in wallfakkaatani fi kan kiyyoo gabrummaa quphattoota Habashaa jalattikufuudhaan akkuma saba Oromoo jireeyna hadhaawaa fi dararamaanjiraachuun carraa isaanii ta’e hundaan walii tumsuu, walgargaaruu.

■ Sabootaa fi mootummoota mirga ilmoo namaa fi mirga sabaa kabajan wali-in waliigaltee argamsiisuu, walgargaaruu, waliin hojjachuu yaaluu.

8

Page 11: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

HIIKAA SIRNA

Filatamuun miseensaa: Gadaa (umrii), muuxannoo (bilchinnaa) fi dandeettii cimaaqabachuu, mirga, seeraa fi aadaa dorgommii nagaa kabajauu miseensa Gadaa kan dor-gommii keessatti qooda fudhatu irratti hundaawa. Kan filatu miseensota Gadaa (saba)isaati. Sirna Gadaa keessatti seeraa fi heeraan, aadaa nagaa Gadaatiin sabaan filatamuu,eebbifamuu fi filannoo malee humnaan yookaan bifa biraatiin itti-gaafatama (aangoo) fud-hachuu fi saba hoogganuun hinjiru. Aangoon sabaan filatamuu, eebbifamuu fi filannoomalee argamte (argamtu) hundumtuu saba biratti fudhatama (legitimacy) hinqabdu.

Hooggantoonni saba Oromoo haalaa fi Sadarkaa hunda keessattuu Aadaa sirna GadaaOromoo kabajuu, Safuu saba Oromoo tiksuu, kabajauu fi ittiin buluun seenaa boonsisaaummata Oromoo kabajauu ta’uu isaa beekuu fi yaadachuu qabu. Haalaa fi Sadarkaa hun-dattuu sabaan filatamuu fi filannoon alatti aangoo gonfachuun (fudhachuun) ol aantum-maa saba baldhaa dhugeeffachuu dhabuu, aadaa seeraa fi heera saba baldhaan tumamuudiiguu (balleessuu), aadaa dorgommii nagaa fi mirga walqiuxummaa seera Gadaa umma-ta Oromoo booreessuu ta’uu; Mirga filannoo, kan filachuu fi filatamuu ilmaan Abbaa Gadaasaamuu ta’uu hubachuu fi balleessa kana’rraa uf-eeguun barbaachisaa dha.

Oromoonni martuu Aadaa fi Safuu ummata Oromoo kabajuu fi tiksuun; Nagaa fi tokkum-maa saba Oromoo ijaaruu fi tiksuun dirqama seenaa fi Gadaa isaanii ta’uu beekuun bar-baachisaa dha.

Dhaloottan saba Oromoo maraa (ijoollee irraa hanga gadamoojjiitti) walitti madaqsun, akkailmaan saba tokkootti tokkummaan akka walii tumsan gochuu fi muuxannoo, qabeeyna,humnaa fi beekkomsa isaanii qindeessuun Aadaa f duudhaa Sirna Gadaa Oromooti.

Ilmaan Oromoo kan hardha lubbuun jiran hundumtuu Aadaa bilchaataa (matured culture)saba Oromoo, aadaa ol aantummaa fi mirga saba baldhaa kabajuu, aadaa Seeraa fi Heerasaba baldhaa Oromiyaatiin tumametti (tumamutti) buluu, Aadaa dorgommii karaanagaayaa kabajuu, aadaa filannoo fi sabaan filatamuun aangoo saba irraa argachuu fibiyya tajaajiluu (hooggannuu) kabajuu, Aadaa tokkummaa, nagaa fi Safuu ummataOromiyaa tiksuu, aadaa duudhaa sirna Gadaatiin walitti hidhamuu fi walii tumsuu kaba-juudhhaan haalaa fi sadarkaa hundattuu gaaddisa sirna Gadaa jalatti gurmaahuu fi bulchi-insa Sirna Gadaa sadarkaa biyyooleessatti deebisanii ijaauun dirqama Gadaan dhalootaisaanii irra kaahe ta’uu hubachuun baay’ee barbaachisaa dha. Walqixummaan, walabum-maan, tokkummaan, nagaa fi bilisummaan Oromiyaa Aadaa sirna Gadaa Oromiyaa bara-chuu, beekuu, kabajuu, kabjchiisuu fi gaaddisa sirna Gadaa jalatti ijaaramuu fi sirnaGadaati buludhaan mirkaneefama.

9

Page 12: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

Sirna Gadaa jaarraa 21ffaa keessatti

Dhuma jaarraa 19.ffaa irratti Oromiyaa fi harki caalaan biyyoota Afrikaa humna waraanaagabroomfataatiin kiyyoo gabrummaa (colonization) jalatti kufan. Sirni Ummannii Afrikawalabummaan ittiin uf-bulchaa turan seeraa gabroomfataan dhowwwamee. UmmanniAfrikaa dirqamaan sirna gabroomfataatti akka bulu taasifame.

Waraanni gita gabroomfaataa Amhaaraa kan Minilikiin gaggeefamaa ture, gorsitoota, mee-shaa waraanaa fi gargaarsa humna waraanaa kan gabroomfatoota Awurooppaa irraaargataa tureen saba Oromoo bara dheeraadhaaf waraanaa erga turee booda, Oromiyaanisdabareeshii kiyyoo gabroomfataa qubattoota (settlers) Abashaa jalatti kufte.

Falmii ummanni Oromiyaa bilisummaa biyya isaa tikfachuuf gabroomfataa waliin godhekana keessatti Oromoonni miliyoona Shanii (5) ol ta’an waraana gabroomfataaAmhaaraatiin barbaadaawan. Gara-nyaattee tokko malee harkaaf harmi dubartii Oromooakka margaatti irraa haamame (cirame) ykn. murame. Gaafa Oromiyaan kiyyoo gabrum-maa qubattoota (settelers) Abashaa jalatti kufte irraa calqabee mallattoo Oromummaa kanta’an Afaan, Aadaa fi Seenaa ummata Oromoo barachuun, barsiiisuun, shaakaluun (excer-cise) seeraa gabroomfataa Abashaatiin dhowwame. Maqaan sabichaas wallaalttotaaHabashaatiin xuraa’ee. Maqaan lafaa, kan namaa, kan lagaa, kan malkaa, kan mukaa,kan gaaraa fii kan midhaanii fi kfk. Afaan Oromoorra gara Afaan gabroomfataa Abashaattiimoggaafame. Mallattoon tokkummaa, nagaa fi bilisummaa ummata Oromiyaa kanta’esseerrii Gadaa seeraa Habashaatiin dhowwame.

Yaroo hammaa kana nannoo Oromiyaa tokko tokko keessatti Gadaa haa argamuu malee,isaanumttu adda addaan faca’anii jiraachuun isaanii walqunnamtii fi waliitumsa akka hin-qabannee taasisee jiraa.. Kana irratti dabalees, dhaabonni siyaasaa kan maqaa ummataOromiyaatiin dhaabbatan heddu jiraatanillee hundi saaniituu Aadaa f sera Gadaa Oromooirratti hundaawaanii waan hinijaaramiiniif ufiifuu waliigaltee dhabuu isaanii caalaatokkummaa ummata Oromiyaa mirkaneessuu fi humna sabaa Oromoo cimsuudhaan nagaasabaa tiksuu fi bilisummaa Oromiyaa dhoguuomsuu hindandeenne. Sabaabaadhan asiiolitti ibsaman irraa kan ka’e sirni Gadaa mallattoon tokkummaa, humna, nagaa fi bilisum-maa ummata Oromiyaa sadarkaa gutuu biyyatiin hojjachuu fi irree saba Oromoo cimsuuhindandeyne

10

Page 13: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

Firoota fi Deeggartoota Sirna Gadaa Oromiyaa

Akka qorannoon qoondaalota sanyii ilmoo namaa ibsutti, hundeen (burqaan) ilmoo namaagaanfa Afrikaa’ti. Oromoon saboota hundeen isaanii damee Kush irraa dagaagan keessaatokko ta’uu qofa otoo hin ta’in saba waggaa milyoona afurii ol Gaanfa Afrikaa (horn ofAfrica) keessa jiraatedha.

Kanaaf raga guddaa kan ta’uu lafee umuriinsaa waggaa kitila sadiif walakkaa (3.5 millionyears old) ta’ee kan “Caaltuu” yookin afaan Faranjiitiin “Lucy” jedhamee wamamuu biyyaaOromoo, Oromiyaa kessattii argamedha. Biyyii Oromoo, Oromiyaanis squre karee meterii600,000 ol ta’a. Lakkoofsi saba Oromoo har’a Kitila soddoma (30 million) ol yeroo ta’uu,Oromoon saboota gaanfa Afrikaa keessatti argaman keessaa baay’innaan (lakkoofsaan)tokkoffaa dha.

Seenaa ilmoo namaa kan hamma har’attii beekkame keessatti sabnni YEROO sirrittilakkaawu saba China qofa ta’uusa seenaan ilmoo namaa ragaa baha. Akka seenaan ilmoonamaa ragaa bahutti, Sabni Oromoo saboota walqixummaa fi mirga ilmoo namaa dhugge-effatan fi saboota ol aantummaa mirga ummataa (demokraasii) duraan dursanii ijaaraan(uuman) keessaa tokkoffaa dha.

Sabni Oromoo, Waaqayyoo gurraacha TOKKICHA waan hundaa uume tokko qofatti maleeilmoo namaatiin gooftaa jedhee ittii hinsagadu. Gooftaan Waaqayyoo Gurraacha garaa gur-raachaa qofa ta’uusaa dhugeeffata, uumaa waaqayyoos dinqisiifata, ni jaalatas.

Umata Oromootiif, mana namni ijaare keessatti Waaqayyoon faarfachuu mannaa, uumaaWaaqayyoo kan akka muka Odaa jalattii yookin Malkaa fi Lagatti Waaqayyoon faarfachuu figalata galfachuun umaa waliin fromudhaa. Sabni Oromoo saba Afaan, Aadaa fi seenaabaay’ee bilchaata qabudha. Fakkenyaf, serrii Siqee karaa mirggi dubartoota Oromoo iittiinkabajamu akkasumas karaa rakkoonis ittiin hiikamuuf dhabbatee. Ummanni Oromoo umma-ta dudhaasaa fi Aadaa ofii jalatuu haa ta’ullee malee, mirggi isaa nagaan jirachuu fii dud-hasaa kabajuu gabroomfataa Habashaatiin jaarraa 19ffaa kessa humna qawweetiin irraa fud-hatamee. Iddasii calqabees Aadaasaa qofa otuu hinta’in, seenaa fi biyya isaallee ni dhabe.Ijaa kana ta’eefis, ummannii Oromoo sagantaa KAAWOOGADAA dhugaattii qarqaaraa.

11

Page 14: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

The Gadaa Oromo Institu

tional Structure Designed by Mitiku Ejeta Banae, Ph.D, for Oromian National Academ

y-ONA (Version 4) 12-25-2002

©20

02 M

itiku

Eje

ta B

anae

& O

NA

Ijjoolee Abba Gadaa

12-25-2002

Abba Gadaa Oromoo

The Gada Oromo President

Finfinnee

Caffee

Gadaa Oromoo

Madda-Walabuu fi Mormor

The House of

Boorana & Bartuum

a

Oromo National Assembly

(ONA)

Warra Qaalluu (Safu)

Kalachaa

Ethical & Spiritual Leaders

Hadha Siiqqee

Womenís Authority

1

ROBALE 1

The Gada Councilor

Salgan Yaaíii Oromoo

Warra Lubaa

Nine Elected Abba Gadas

2 MICHILLE 2

The Five Parties

Oromo Supreme Council

Coqoorrssa fi

HO

RA

TA

SAPHALOO

(Anaa Shaggar )

Memorizer

theLaw

Boarding for the Gada Office

9 BIRMAJII 5

Oda

a Bultum

3 Odaa Bisil

Odaa Gaarres

Odaa Makoodi

Odaa Nabee

Odaa Rooba

Reg

iona

l Ass

embl

y

Reg

iona

l Ass

embl

y

Reg

iona

l Ass

embl

y R

egio

nal A

ssem

bly

Reg

iona

l Ass

embl

y R

egio

nal A

ssem

bly

Caf

fee

Ana

a C

affe

e A

naa

Caf

fee

Ana

a C

affe

e A

naa

Caf

fee

Ana

a C

affe

e A

naa

4D

istri

ct A

ssem

bly

Dis

trict

Ass

embl

y

Dis

trict

Ass

embl

y

Dis

trict

Ass

embl

y

Dis

trict

Ass

embl

y

Caf

fee

Blb

aala

C

affe

e B

lbaa

la

Caf

fee

Blb

aala

C

affe

e B

lbaa

la

Caf

fee

Blb

aala

C

affe

e B

lbaa

la

5 Local Assembly

Local Assembly

Local Assembly

Local Assembly

Local Assembly

Local Assembly

Abba Bokku

Abba Bokku

The President

Abba Bokku

The President

Abba Bokku

The President

Abba Bokku

The President

Abba Bokku

The President

6

Abba Diinagde

Abba Bokku I

Abba Bokku II

Abba Duula

Abba Chaffee

Abba Dubbi

Abba Alanga

Abba Seera

Head, Economy

Head, Law

&

Legislative Branch

Vice President I

Vice President II

Head, Defense

Chairman Assembly

The Speaker

The Judge

7

Waa

qaa,

Nag

ayaa

fi

Dal

aagg

a

Hiriya (24-32)

Hiriya (8-15)

Dabballe

Hiriya (32-40)

Raaba

Hiriya (40-48)

Gadaa

Hiriya (16-24)

Foollee

Qondaala

The

Gad

a R

epub

lic o

f Oro

mia

8

12

Page 15: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

HISTORY AND BACKGROUND

From the Pan-Gada discussions on the Oromian National Academy (ONA) electronic net-work between years 2002-2003, many attempts were made to channel Oromians aspira-tions towards identity building (Orommummaa), equality and justice by re-establishing theGadaa system at a national level. These initial efforts eventually led to the establishment ofthe National Gadaa Assembly of Oromia(KAAWOO GADAA) on 1stJanuary 2003, with itsheadquarters in Finfinnee, Oromia.

Gadaa, the remarkable system of the Oromo people was created with fundamental principles that;

■ The law stands above all men

■ Accountability must be the core value of leaders

■ Subordination of the military to deliberative assembly is theculture of the Oromo government

■ The supreme Authority of the National Assembly is the normand belief of Oromians

■ Electing leaders is the only way of governing the society

■ Seniority and equality is always respected

■ Limited single term of the elected leaders in the office is thecore value of the entire society

■ Testing period of election and investiture are the highest pri-ority of the entire process of the Gadaa government

■ History determines the future and the ethical guide of theOromo society

■ Secular governance, balanced opposition and the distributionof power across generations is a part of the Gadaa philosophy

1

HISTORICALINTRODUCTION

Page 16: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

Gadaa system is the law and method that ensures the opportunity ofgroups to take turns of Authority and responsibility of government,in war and domestic affairs, national and international issues, adju-dicate conflicts and, after their partial retirement, sit in judgment ofthe ruling Gadaa class and give legislative leadership to their people.Generally speaking, Gadaa is a method of distributing authority andresponsibility across a nation’s whole life curse with a focused prin-ciple of realization and commitment to inter-generational equality.

After the colonization of Oromia by Abyssinians in year 1900, theGadaa system was not only banned from it’s official use but Oromosystems and culture were intentionally destroyed and Oromo placesnames were changed to Abyssinian names and the Oromo languagewas suppressed. As a result, the Gadaa system remained function-ing only in rural parts of Oromia.

The Cushitic Oromos have lived in the Horn of Africa for millions ofyears and are the largest ethno-nation in E. Africa with an estimat-ed population of 35 million. They occupy the most fertile land calledOromia of 600,000 skm (32,000 sqm).

Oromos are also the nation who invented a remarkable sophisticat-ed Gadaa system, the system of time reckoning that is based onaccurate astronomic observations associated with a complete day-month nomenclature permutation calendar, the like of which hasbeen recorded only three times in the history of mankind. Becausethe Oromo people understand the fact that their rich political culture,their ancient heritage, their institutions such as the Qalluu, Siiqqeeand their rich folk lore, their oral tradition and their ability to believein WAQAYYOO (one God) has been shattered by the Abyssinian col-onization, and because the Gadaa system ceased to function sincethen, a vast majority of Oromians support the usurped Gadaa move-ment. Hence, the Oromo people will re-construct the Gadaa systemonce again.

2

GADAADEFINITION

THE GADA SYSTEM IN THE21ST CENTURY

SUPPORTERSOF THE GADAASYSTEM

Page 17: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

The fundamental objective of the National Gadaa Assembly ofOromia (N.G.A.O) is to organize the Gadaa system on a nationallevel and to create self-determination by re-building Oromians’national identity. This can only be realized through the re-establish-ment of the Gadaa system which is the main identity of the Oromopeople. Therefore, the key objectives of N.G.A.O are the following;

■ To promote unity and solidarity among local Gadaa leaders

■ To co-ordinate and intensify their co-operation and efforts toachieve the re-establishment of the Gadaa structure at anational level and through such mechanisms, eradicate allforms of colonialism from Oromia

■ To promote cooperation among Oromo political groups, reli-gious establishments and individuals

■ To co-ordinate and harmonize Oromias’ political, economic,educational, cultural, health, welfare, scientific, technical anddefense apparatus

■ To achieve greater unity and solidarity between the surround-ing nationalities who share a common culture with the peopleof Oromia

■ To accelerate the political and Oromo religious groups’ inte-gration and defend Oromians common positions on issuesconcerning free Oromia

■ To promote peace, security, and stability of Oromia and theOromo people

■ To Promote the Gadaa democratic principles, the progress ofit’s institutions and the popular participation of the Oromopeople in the process of identity building

3

OBJECTIVES

Page 18: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

■ To promote and protect human rights in accordance with theAfrican Charter of Human Rights and other relevant humanright instruments

■ To establish the necessary conditions that will enable theGadaa leaders to play the proper role in the re-establishmentof the Gadaa system on national and local levels

■ To promote the development of the Gadaa system at all levelsand work on social and cultural integration of Oromia

■ To promote cooperation in all fields of human activities and toraise the living standards of the Oromo people

■ To coordinate and harmonize different outlooks betweenthose who understand the Gadaa system differently andclosely work with Gadaa supreme leaders to clarify misunder-standings in the future

■ To launch projects aimed at improving the Gadaa system

■ To firmly oppose the Amharization of the Oromo culture, lan-guage believes and values

■ To cultivate and protect the Gadaa culture all over Oromia byencouraging popular art, literature and music etc.

■ To encourage Oromo youth to participate in the newly estab-lished national Gadaa administration of Oromia

■ To produce educational materials on the Gadaa system andculture and make it easily accessible to all

4

Page 19: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu

KAAWOO GADAANATIONAL GADAA ASSEMBLY OF OROMIA

A n a a 8 K o n y a a 1 0 • F i n f i n n e e , O r o m i a • E - m a i l : N G A O @ y a h o o . c o m

■ To formulate and to re-build the Gadaa system on a nationallevel and through this mechanisms, to vest all power in thesalggan ya’ii Oromo (Oromian national supreme council) whodetermines policies, making laws and methods that willensure the chance of all Oromians to take turns of Authorityand responsibility of the Oromian government

■ To re-build the Gadaa structure, such as the NationalAssembly (Maddaa Walabuu), the Odaa institution or region-al assembly, the Qaalluu and Siqqee institutions including theLubbaa, the five parties, the Bokkuu or local assembly and thecaffee or local government at all levels

■ To institute all components of the Gadaa system and to setupall its structures starting from a national level down to thelocal level. This includes but is not limited to setting up theGadaa democratic legal system that promotes Oromo originalethical norms (Safu) and values that guarantees fundamentalhuman rights to all

■ To encourage Oromo youth to learn and follow the age setGadaa principles enabling them to progress into the Gadaaparty functions

■ To assist the Gadaa officials financially and provide them withnecessary logistics

■ To ensure fair election of the Oromian supreme council andthe proper use of power

■ To advance the development of the Gadaa system and Oromoculture by promoting research in all fields, particularly on theGadaa system

■ To promote the territorial integration of Oromia and defendits’ independence and sovereignty

■ To re-establish the SIIQQEE institution and to safeguardwomen’s rights and abolish all practices that discriminateagainst women’s equality with men in all spheres of political,social, economic and cultural life of the Oromo society

G O A L A N D M I S S I O N

5

Page 20: New GADAA Booklet for PDF · 2014. 6. 14. · Oromoo, Afaan Oromoo, aadaa nagaa, safuu, seenaa fi daangaa biyyaa (Oromiyaa) beekuu fi tiksuun dirqama isaati. Hojiin ishii/isaa hundumtuu